Fatumaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Fatumaa, `Ain, Abu Z̧aby.

07/09/2024
07/09/2024
08/05/2024
09/11/2023
08/11/2023
30/10/2023

Teessoon:
Magaalaa Shashamanne Ganda-01 Gamoo Raadiyoo Faanaa gama irratti argama.
—-
Tajaajiloota kenninu keessaa:

☆ Qorannoo, yaalaafi hordoffii Dhukkuba Sukkaaraa fi Dhiibbaa Dhiigaa.
☆ Qorannoofi yaala dhukkuboota qunnamtii saalaatiin daddarbanii (dhukkuba dhiiraa)fi dhukkubota gogaa.
☆ Qorannoofi yaala dhukkuba Onnee, Kaaleefi Tiruu.
☆ Yaala dhukkuba Narvii.
☆ Yaala dhukkuboota Garaachaa, Hadhooftuufi Mar'umaanii.
☆ Yaala dhukkuboota sombaa, ujummoo qilleensaa, asmii fi alarjiikii adda addaa
☆ Qorannoofi Yaala dhukkuboota sirna dhiigaafi hirdhina dhiiga.
☆ Woldhaansa daa'immaniifi dargaggeyyi
☆ Tajaajila hordofii ulfaa.
☆ Tajaajila dahumsaa.
☆ Qorannoo kaansarii fiixxee gadamessaa
☆ Qorannoo TB, HIV, Vaayirasii Tiruu ( Hepatitis B & C), Hormonii Ucubee (Kuukuu) fi hormoonota kan biroo.
☆ Qorannoo dhala-dhabuu, gorsaaf tajaajila furmaata jiranii.
☆ Sakatta'iinsa fayyaa woliigalaa (Medical Check-up) ni taasifna.
☆ Tajaajila ciibsanii yaaluu.

■ Laaboraatorii ammayyaa, Altiraasawuudii, ECG (Electrocardiogram), Maashinii Chemistry, akkasumas Hormone Analayizer (Florescent ImmunoAssay Analayzer) dhaan ogeessota dandeettii fi muxannoo gahaa qabaniin tajaajila sa'aa 24 kan kennuu ta'uu isaa gammachuudhan isinii ibsa.

Address

`Ain
Abū Z̧aby

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Fatumaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share