Rahma jalaatuu dinii Islaama

Rahma jalaatuu dinii Islaama Amati Lubbuuu kiyyaa caala jalaadha🕋🕍☝️🥰

07/07/2024

Annii biri fi biyyaa bahe maallee dhiraa fi biyyaa hin bane abba waan fedhee haa herumu nuu gashu congratulations 🥰😂😂

06/07/2024

Ayii caara ijoollee biyyaa Araba 😭😢
Yaa Rabbii numaa gubanee Abshiri obolesa koo Rabbiin haaqa kee haa basu🖤😢

06/07/2024

Dhiraa oromo dhaa Amatii keenyaa tokko jetaa Abba argite herumte Rakaati dhala keenyaa biyyaa nama keessa umataa amma umataa Amatii dagaate dhaa sii laa Amatii isaa bekhu ergaama Rabbii nabii Muhammad
آللهم صل وسلم على نبينا محمد
Dubartii Amama jedhaani Adunyaa kan iraa demaa umataa amata hin qabu safu hin qabu dhala keenyaa Rabbii siin haa eguu

06/07/2024

Dhugaa jedhe gurbaan kuni akkaataan shamrran keenna hedduun keessa jiran waan isaan uf jibbisiisu dhugaa dubbachuuf🖤😭

06/07/2024

Motumaa kuni yoomi mama miskiinaa kan diguu dhisaa qoyii Yaa Alh🖤😭

04/07/2024

Rabbii koo sii haa fayisuu nama mucca kan bekhta keessa naa dubisaa Amma lee mucca kan biraa haa dhabanu oromoo gaafa nama du'he qofa suraa isaa post gonee bo'hu fi fayidaa hin qabdu😢🙏

03/07/2024

Rabbii Ramaata sif haa godhaa ustazaa kamal😢🖤

Abbaa GaariifiiHaadha gaariiQabaachuun Milkii biyyaLamaatiMabruukCongratulations ❤️🙏
02/07/2024

Abbaa Gaariifii
Haadha gaarii
Qabaachuun
Milkii biyya
Lamaati
Mabruuk
Congratulations ❤️🙏

30/06/2024

Ethiopian badee baaqa waan motumaa keessa sin jedhee dhagefaadha 🤔

30/06/2024

Wallahi video kan lalee imimmaan qabatu dadhabe😭🖤

29/06/2024

Ati sidaa yomuu hin digamnee onnee keenya keessa ijaarrate jirtaa haccekoo🖤😢💔Dhugaan haccee dhoksamera
Garaan ishee boba'aa ilkaaniin yoo kolfitu
Haadha Wabii 🖤😭

Address

Dubai

Telephone

+971503228402

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Rahma jalaatuu dinii Islaama posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram