
07/10/2022
Walqunnamtii saalaa mi'awaa raawwachuuf
💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝💝
1- Jal-qaba irratti wal qunnamtii saalaa gahaa raawwachuuf ilma namaatif sporti,bashannanuufi kkf murteessa dha.
2- Ija keessaa wal laaluun fedhii walii beekuu. ~ija keessa wal ilaaluun fedhii walii beekuun qaamni keenya hundi wal qunnamtiidhaf akka qophaahu taasisa.
3- Uffata halkanii marachuu dhiisuu fi ifaa dhaamsu dhiisuun wal qunnamtii saalaa mi'eessa. ~inni kun yeroo baay'ee kan mul'atuufi fedhii wdaalii eeguu irratti dhiibba kan fiduudha. Jaalalleewwan lamaan uffata haguuggatanii ifaa dhaamsanii yoo wal qunnaman; nama biraa yaadu fi dafqi uumamuu danda'a.
4- Ija keessa wal ilaalaa harkaan rifeensa walii qaqqabuu fi wal dhungachuu.
~ Ija keessa wal ilaaluun fedhii walii eegaa deemuu fi tokko tokko dura akka fedhii hin xummurref gargara.
~ harkaan rifeensa walii qaqqabuun jaalala walii kan ibsu fi natti tolaa jirtaf natti tolaa hin jirtuu kan ittiin waliif ibsaniin yoo ta'u.
~ Dhungoon immoo al tokko qofa wal qunnamtii saalaa raawwatanii akka hin dhaabanneef fedhii duubaan jiru akka uumuu fi wal qunnamtii akka mi'eessuf gargaara.
5-Qulqulleessituu ykn gogsituu uf bira kaahuu fi Naannoo qaama saalaa dhiqachuu. ~ Gogsituu uf bira kaahuun akka fedhiin ishee hin qabbanoofnef dafanii gogsuun barbaachisaa dha.
~ Yoo dandahame immo akkuma fedhii jalqabaa xummuraniin osoo kan lammataatti hin dabarre dhiqachuun irra wayyaa dha.
Erga dubbisteen booda share godhii