Dr. Hamza Jemal

Dr. Hamza Jemal Medical Doctor | Advocate for Global Health & Education | Associate Professor of Surgery |

Timirri albuuda kaansarii ittisu, Selenium jedhamu of keessa qaba.
04/03/2026

Timirri albuuda kaansarii ittisu, Selenium jedhamu of keessa qaba.

Rakkoo hawaasa baadiyyaa😢
27/02/2026

Rakkoo hawaasa baadiyyaa😢

26/02/2026

Allahumma innika afuwwun tuhibbul afwa fa'fu anna yaa Allah.🤲

Faayidaalee TIMIRAA************************ Timirri dafee waan daakkamuuf, ittiin lulluuqachuun garaacha keenna kan soom...
17/02/2026

Faayidaalee TIMIRAA
***********************
* Timirri dafee waan daakkamuuf, ittiin lulluuqachuun garaacha keenna kan soomaan ooleef gaariidha.
* Timirri yeroo sooma lulluuqannu nyaannu dafee beela nu baasa. Nyaata heddus yeroo tokkoon akka hin nyaanne nu godha.
* Timira nyaachuun garaachi keenna bullaayiinsa nyaata biraatiif dhangala'oo barbaachisan gadi lakkisuun akka qophaahu godha.
* Hamma "Glucose ykn sukkaaraa” ol'aanaa ta'e of keessaa qaba; humnas ni kenna.
* Fiber (nyaata qaamaan hin bulloofne) guddaa waan of keessaa qabuuf gogiinsa garaa ni hirdhisa.
* Dabalataan Timirri Vaayitaamiinoota (Folic acid, B6, A) fi albuudota akka Pootaashiyeemii, Maangaaniizii, Kaalshiyeemii, Maaginiziyeemii, Ayiranii fi Koppeerii of keessaa waan qabuuf:
~ Jabinna lafeetiif
~ Dhiibbaa dhiigaa haga tokko hirdhisuuf
~ Hirdhinna dhiigaa woyyessuuf
~ Fayyummaa ijaa fi sirna narvii keenyaaf faayidaa guddaa qaba.
---
---
Ramadan Kareem!
Baga Nagahaan Geessan!
---
©Dr. Nuredin Luke

Ramadan Mubarak
17/02/2026

Ramadan Mubarak

08/02/2026

Namni arraba haga waggaa 20tti hin dagatu, faaruu guyyaa muraasatti dagata!

"Wal-qunnamtii Saalaa Baay'isuun Garaacha Nama Ni Luqqiftii?"********************************************Gaafii kanaaf d...
08/02/2026

"Wal-qunnamtii Saalaa Baay'isuun Garaacha Nama Ni Luqqiftii?"
********************************************
Gaafii kanaaf deebin; walqunnamtiin saalaa kallattiin dhibee garaachaf nama saaxiluu baattus al kallattiin saba dhibee garaachaa ta'ee dandeessi. Kunis yoo abbaan manaa ykn haati manaa dhukkuba garaachaa qabaate ykn qabaaatte yeroo wal dhungatan baakteriyaan dhibee gaarachaa namatti fidu karaa afaanitiin hancufaa waliin qaama keessa seenee dhibee garaachatiif nama saaxiluu danda’a. Dhibeewwan yeroo dhungoo ykn kissing hancufaan daddabran hedduudha. Keessattuu hancufa 1L ol hoo walittii daddabarsan ykn wal obaasan HIV/AIDS dabalatee dhibeewwan baay'een namaa namatti daddabra waan ta'eef of eeggannoo godhuun gaaridha.

Jiraadhu Adeeroo!🙏🙏
08/02/2026

Jiraadhu Adeeroo!🙏🙏

Yaa Rabbi nama nutti hin dhukkubsin jennee Rabbi kadhanna Jaalataa
05/02/2026

Yaa Rabbi nama nutti hin dhukkubsin jennee Rabbi kadhanna Jaalataa

Waa'ee dhoorgamuu peestaaliitin wal walqabatee hanga ammatti dhimmi Koondom wanni dubbatame hin jiru. Gara fuuldurattis ...
04/02/2026

Waa'ee dhoorgamuu peestaaliitin wal walqabatee hanga ammatti dhimmi Koondom wanni dubbatame hin jiru. Gara fuuldurattis hin dhoorgamu.

Obbo Iskandar Naggaa jajjabina isiniif haa kennu malee maal jenna waan biraa! Amma booda obbo Iskeen mi'a maalitti baata...
04/02/2026

Obbo Iskandar Naggaa jajjabina isiniif haa kennu malee maal jenna waan biraa! Amma booda obbo Iskeen mi'a maalitti baata?

Address

Bole
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Hamza Jemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category