08/04/2026
🌿 FAYIDAA HABBATU SODA (Sanyii Gurraacha) Xuqur azmuud🌿
Habbatu soda (sanyii gurraacha) fayyaa keenyaaf baay’ee barbaachisaa dha. Akkuma beekamu, aadaa keessatti dawaa uumamaa cimaa ta’ee tajaajila.
✅ Fayidaa isaa:
• Dandeettii qaamni dhukkuba firraa ittisuu (immunity) ni jabeessa
• Dhukkuba qorraa fi qufaa ni hir’isa
• Dhiibbaa dhiigaa (blood pressure) to’ata
• Dhukkuba garaa ni tasgabbeessa
• Gogaa fi rifeensaaf gaarii dha
⚠️ Waan of eeggannoo barbaadu:
• Baay’inaan yoo fudhatame miidhaa qabaachuu danda’a
• Namoota dhiibbaa dhiigaa gadi aanaa qaban of eeggannoo godhu
• Dubartoonni ulfaa ta’an ykn daa’imman xixiqqoo ogeessa gaafachuu qabu
💡 Yaadachiisa:
Habbatu soda dawaa ta’us, dhukkuba hunda hin fayyisu. Yoo dhukkubni itti fufe, gara mana yaalaa deemuun murteessaadha
💡 Akka itti fayyadamtu:
• Daaktee dammaa waliin nyaachuu
• Shaayii keessatti itti dabalu
• Zayita isaa gogaa irratti dibachuu
👉 Uumamni dawaa guddaa qaba! Of eeggadhu, fayyaa kee tiksi.
🔁 Share godhi, warra biraas fayyadamuu haa dandeessisu!
Sh. Abdurahmaan Dawaa 👈👈0915764462-