Lagayu Page

Lagayu Page Lagayu Abbaa Dubraa � ���
Like Gochuu Hin Dagatina��

02/08/2024
22/03/2024
22/03/2024

Gaaffii 2: Faaxumaan intalli Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wasallam) umrii meeqatti heerumte?

Deebii 2: Ganna kudha saddeetitti (18)
━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━

21/03/2024

Gaaffii 1: Masjiinni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kabajamaan yoom ijaarame?

Deebii 1: Hijraa irraa ganna tokkoffaatti (1)
Gaaffii 1: Masjiinni Rasuulaa (Sallallaahu aleyhi wa sallam) Kabajamaan yoom ijaarame?

Deebii 1: Hijraa irraa ganna tokkoffaatti (1)

16/03/2024
Madda jaalalaa!!_____________1, → Dubbachuun dura, Yaadi!2, → Mallatteesuun dura, dubbisi!3, → Barsiisuun dura, baradhu!...
21/01/2024

Madda jaalalaa!!
_____________
1, → Dubbachuun dura, Yaadi!
2, → Mallatteesuun dura, dubbisi!
3, → Barsiisuun dura, baradhu!
4, → Gorsuun dura, hojiin agarsiisi!
5, → Muruun dura, safari!
6, → Ajjeesuun dura, bakka buusi!
7, → Xiinxaluun dura, hubadhu!
8, → Amanuun dura, mirkaneeffadhu!
9, → Du'uun dura, qalbii geedaradhu!
10,→Murteessuun dura, qoradhu!
11,→Hojjechuun dura, karoorsi!
12,→Dhukaasuun dura, ilaami!
13,→Deemun dura, abdii horadhu!
14,→ Qoosuun dura, adda baafadhu!
15, →Nyaachun dura, hojjedhu!
16, →Dhiibuun osoo hin taane, malaan
hojjadhu!
17, →Taa'uun dura iddoo ilaalladhu!
18, →Yeroo dubbattu, waan ijoo qofa
dhubbadhu!
19,→Yommuu aartu, dafii tasgabbaa'i!
20,→Yommuu mariyattu, hubataa ta'i!
21,→Yoroo murteessitu, gara kuteessa ta'i!
22,→Yommuu rakkattu, dafii mala dhahi!
23,→Yommuu fudhattu, lakkaa'i!
24 →Karoorsuun dura, xiinxaliitii madaali!
25,→Waada humnaa olii hin seeniin; waadaa seente hin dagatin!
_______|°°°°|________

Address

Oromiyaa
Adama
JIRAACHUUFDHALADHEJIREENYAAFRAKKADHE

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Lagayu Page posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram