Pharmacy info for oromo

Pharmacy info for oromo Information about fitness, health related issues ,and job, expanding knowledge about pharmacy

06/04/2025
06/04/2025

Qabenya vs beekumsa eenyu dursita

Meeqa kessantu online jira
15/03/2025

Meeqa kessantu online jira

04/02/2025

What you hope to see in this page my friend

20/10/2024

Hubadhu

Ati hin milkoftu

Maalif jijjiramu akka dhabde beytaa?
Enyumma kalessa waan ammas waan baadhate jirtufi

Kufati kalessa keetin hardhas of tilmama jirtufi

Yoo jijjiramu barbade

Nama akkami akka tahu barbadu barressi
Ergasi enyumma nama sanii hordofi
Yaadadhu
Eenyumman kee inni kalessa
Enyumma ke kan fuldura tahu hin dandahu

Jijjiramii....

20/10/2024

Hubadhu

Wanta atii qabdu kan atii akka salphatti laaltu
Namni bira aragatuf rabbi kadhata jira

Fayyaa tahu dandaha
Hojii tahuu dandaha
Aango ykn position kee tahu dandaha
Haadha mana tahu dandaha

Waan rabbi sif kenne
Isaa galateffadhu dura!

06/09/2024

Oduu gammachisa

Akkam jirtu jalatamtonni group kana
Oduu gaari isinif qabadhe dhufee jira
Kitaabota idil adunyaa irratti argaman kan jirenya namoota bayee jijjiran 50 ol kan dubbise fi kan bayee jirenya ko kessatti na gargaran afaan oromiffatin isini dhihessuf qophi irraa jira
Kunis kitaabota jiran daqiqa 10 qofa kessatti yaadrimee isaanii qofa isinif dhihessa
Kanas kan godhuf akka wajjin dagagne jirenya Keenya wajjin jijjirufi
Hamilee kessan garuu na barbachisa

06/09/2024

Dhifama baduu kennaaf

Yaada qabdu ?

22/06/2024

Wanta kaayo kessanitti gufu tahe tokko qofa barressa osoo jedhamtani maal ta'a laata?

22/06/2024

Akkam jalatamtota ko
Gosa ogumma kessani ykn hojii kessan nuf hima wal ha barru

Akkam jirtuRifensi kessan akka guddatu fi biqilu barbadu??Icciti bareda isinif hima Innis zeyti absuuda (black cumin) Ka...
07/02/2024

Akkam jirtu
Rifensi kessan akka guddatu fi biqilu barbadu??
Icciti bareda isinif hima Innis zeyti absuuda (black cumin) Kan jedhamu dha. Hidda rifeensa Kenna keessa seenudhan Rifensi akka biqilu fi guddatu taasiisa
Zeytii kanas Kan argattan pharmacy yoo tahu mana supermarketis ni jira
Akkata fayyadama isaa ammo galgala hiriba duratti fayyadamu dandessu
Jijjiramu Kan agartan ammo Ji'a tokko hanga jahati. Galatoma

Address

Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Pharmacy info for oromo posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share