Abba Boor

Abba Boor Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Abba Boor, AIDS Resource Center, Oromia, Adama.

Ce'umsii damee qonnaa diinagdee cimaaf!Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaa fi oomishtummaa guddisuudhaan diinagdee biyy...
07/04/2025

Ce'umsii damee qonnaa diinagdee cimaaf!

Mootummaan Naannoo Oromiyaa oomishaa fi oomishtummaa guddisuudhaan diinagdee biyyaa ceesisuuf hojjataa jira.

Jilli Pirezidaanti Shimallis Abdiisaatiin durfamu, imala ceehumsa damee Qonnaa milkeessuuf kan tumsu meeshaalee Qonnaa ammayyaa uummataaf dabarsanii kennuuf Arsii Lixaatti argamu.

Bitootessa 24, Siidaa bilisummaa fi wal qixxummaa!‎=============‎Bitooteessi 24  guyyaa jijjiramni seena qabeessa bu'uur...
03/04/2025

Bitootessa 24, Siidaa bilisummaa fi wal qixxummaa!
‎=============
‎Bitooteessi 24 guyyaa jijjiramni seena qabeessa bu'uura itti qabatee fi ilaalama siyaasaa haaraan imalli injifannoo waggaa torbaa injifannoodhaan jalqabee ijifannoodhaan itttiin fulla'eedha.

29/03/2025

መርዛማዉ እባብ አናቱን መቀጥቀጥ ጀምሯል ፥ እንደ ብርቱካን ያሉ ምስኪን ሰዎችን በመጠቀም በህዝብ ላይ ከምስራቅ እስከ ምዕራብ ከደቡብ እስከ ሰሜን የጥላቻን መርዝ ሲዘራ፣ ሲያጋድል ፥ ሲያርድ ፥ ሲያሳርድ ፥ ሲደፍር እና ሲያስደፍር የቆዉ መርዛማዉ የፅንፈኞች እባብ አናቱን በእዉነት መረገጥ ተጀምሯል፤ ለዚህ ደግሞ በራሱ አምሳል የሳላት ፥ በራሱ ብዕር የከተባት ብርቱካን ሁነኛ መድሃኒት ሆናለች፡፡

odina Shawaa Lixaa Aanaa Jibaatitti humnoota harka nagaaf diriire cinaatti dhiisuun ummata nagaa saamuu fi ajeesuu cimsa...
19/03/2025

odina Shawaa Lixaa Aanaa Jibaatitti humnoota harka nagaaf diriire cinaatti dhiisuun ummata nagaa saamuu fi ajeesuu cimsanii itti fufsiisan irratti tarkaanfiin ol'aantummaa seeraa cimaan fudhatameera.
Opireeshinii Qindaa'aa qaamolee nageenyaan taasifameen miseensonni garichaa 61 kan booji'aman yommuu ta'u meeshaalee waraanaa bireenii 5 kilaashii 61 boombii harkaa 21,Rasaasa Bireenii 172 ,Rasaasni Diishiqaa 201 ,Rasaasni kilaashii 1690 kaartaa kilashii 163 fi hidhannoo 35 qaama nageenyaatti galii ta'eera.
Pirezadaantii itti Aanaa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii mootummaan Naannoo Oromiyaa Nageenya hawaasaa mirkaneessuuf xiiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Waamicha nagaa ummanni fi mootummaan Naannoo Oromiyaa taasiise fudhatanii karaa nagaa kan galan waliin mootummaan hojjechaa jiraachuu ibsuun ammas qaamoolee daandii nagaaf saaqame dhiisuun ummata Oromoo dararuu filatan irratti Mootummaan olaantummaa seeraa mirkaneessuu eegale cimsee kan itti fufu ta'uu himaniiru.

ህግ የማስከበር ስራ ተጠናክሮ ይቀጥላል በምዕራብ ኦሮሚያ ጂባት ወረዳ  ሲንቀሳቀሱ የነበሩ የአሸባሪዉ ኦነግ ሸኔ ሰራዊት አባላት ላይ መንግስት ባከናወነዉ የተቀናጀ ኦፕሬሽን አመርቂ ዉጤት አስ...
19/03/2025

ህግ የማስከበር ስራ ተጠናክሮ ይቀጥላል

በምዕራብ ኦሮሚያ ጂባት ወረዳ ሲንቀሳቀሱ የነበሩ የአሸባሪዉ ኦነግ ሸኔ ሰራዊት አባላት ላይ መንግስት ባከናወነዉ የተቀናጀ ኦፕሬሽን አመርቂ ዉጤት አስገኝቷል ። በዚህም
🔰 61 የቡድኑ አባላት ሲማረኩ
🔰5 በሬን
🔰61 ክላሽ
🔰21 የእጅ ቦንብ
🔰172 የብሬን ጥይት
🔰201 የዲሽቃ ጥይት
🔰1690 የክላሽ ጥይት
🔰163 የክላሽ ካርታ በቁጥጥር ስር ማዋል ተችሏል።

መንግስት ያቀረበዉን የሰላም ጥሪ ተቀብለዉ ወደ ሰላማዊ ትግል የገቡ በርካታ ሺ የኦነግ ሸኔ ሰራዊቶች የተሃድሶ ስልጠና ወስደዉ ወደ ማህበረሰቡ መቀላቀላቸዉ ይታወሳል።

#ኦሮሚያ 📍ጂባት ⁉️

Har'a naannawwan gammoojjii Harargee Bahaatti misooma qamadii bonaa gaggeeffamaa jiru daawwanneerra. Dhama'anii hojjechu...
14/03/2025

Har'a naannawwan gammoojjii Harargee Bahaatti misooma qamadii bonaa gaggeeffamaa jiru daawwanneerra. Dhama'anii hojjechuufi arguu dandeenyaan, Itoophiyaan gargaaramuu jalaa baatee kanbiroo gargaaruu ni dandeessi. Hojii kana cimsinee akka itti fufnu dhaamuun barbaada.

🌍 The World Must Speak Out! 🚨 Tigray deserves freedom from TPLF’s control! The people have suffered enough cause of TPLF...
03/03/2025

🌍 The World Must Speak Out! 🚨 Tigray deserves freedom from TPLF’s control! The people have suffered enough cause of TPLF terrorist group.it's time for peace, justice, and a future free from oppression.

12/01/2025

Jijjiirama aadaa hunda galeessa,
milkaa'ina abjuu keenyaaf!

Abjuu Itoophiyaa, abdii haaraa Itoophiyaanotaa!
12/01/2025

Abjuu Itoophiyaa, abdii haaraa Itoophiyaanotaa!

12/01/2025

Horata kaleessaa, cimina keenya har’aa fi abdii egereetiif!

Prosperity Party - ብልፅግና Abiy Ahmed Ali Shimelis Abdisa

የ4 ኪሎው አለቃ ፤ የሰላሙ ሎሬት ፤ የጦር ሀይሉ ጠቅላይ አዛዥ፤ የትዝታ ወልዴ የህልም ልጅ ፤ የትላንቱ የበሻሻው ህፃን፤ የአሁኑ የአዛውንቶችን ሴራ አምካኝ "ጎልማሳ" ለውድ ሀገራችን ሲል ...
15/08/2024

የ4 ኪሎው አለቃ ፤ የሰላሙ ሎሬት ፤ የጦር ሀይሉ ጠቅላይ አዛዥ፤ የትዝታ ወልዴ የህልም ልጅ ፤ የትላንቱ የበሻሻው ህፃን፤ የአሁኑ የአዛውንቶችን ሴራ አምካኝ "ጎልማሳ" ለውድ ሀገራችን ሲል እንኳን ተወለክልን!!

የትግራይ ፕረዚደንት በደብዳቤያቸው " ህወሓት መዳን የሚችለው አባላቱና አመራሩ በሚያካሂዱት ጤናማ እንቅሰቃሴ ነው " ብለዋልየትግራይ ጊዜያዊ አስታዳደር ፕሬዜዳንት እና የህወሓት ምክትል ሊቀ-...
13/08/2024

የትግራይ ፕረዚደንት በደብዳቤያቸው " ህወሓት መዳን የሚችለው አባላቱና አመራሩ በሚያካሂዱት ጤናማ እንቅሰቃሴ ነው " ብለዋል
የትግራይ ጊዜያዊ አስታዳደር ፕሬዜዳንት እና የህወሓት ምክትል ሊቀ-መንበር ጌታቸው ረዳ ዛሬ ዓርብ ነሀሴ 3/2016 ዓ.ም ለህወሓት ሊቀመንበር ደብረፅዮን ገ/ሚካኤል (ዶ/ር) ፣ ለድርጅቱ የማእከላዊ የቁጥጥር ኮሚሽን ሊቀ-መንበር ተኽለብርሃን ኣርኣያ በፃፉት ደብዳቤ በጉባኤው እንደማይሳተፉ አረጋግጠዋል።

ፕሬዜዳንቱ በደብዳቤያቸው " ህወሓት መዳን የሚችለው አባላቱና አመራሩ በሚያካሂዱት ጤናማ እንቅሰቃሴ ነው " ሲሉ አስታውቀዋል

Address

Oromia
Adama

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Abba Boor posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram