Dawaa Jaalalaa

  • Home
  • Dawaa Jaalalaa

Dawaa Jaalalaa yoo si gammachiise like

12/04/2026
Sa'a Abbaan gaafa cabse ormi ija balleessa jedha oromoon Koo.Baga Oromoo taate jabaa Koo, Osoma dhiibbaan kee laaffate j...
08/02/2026

Sa'a Abbaan gaafa cabse ormi ija balleessa jedha oromoon Koo.
Baga Oromoo taate jabaa Koo, Osoma dhiibbaan kee laaffate jedhanii hamilee si cabsuuf yaalanuu sodaafi yaaddoo itti taatee jirta.
hamaan kee haa badu.

Simbirroon muka irra teesse tokko dameen muka sanaa hin caba jettee hin sodaattu, sababni isaas amantiin ishee damee muk...
16/01/2026

Simbirroon muka irra teesse tokko dameen muka sanaa hin caba jettee hin sodaattu, sababni isaas amantiin ishee damee muka sanaa osoo hin taane koochoo isheeti.

Yeroo hundumaa ofitti amani.

15/10/2025

Ergaa guddaa qbdi dubbisi

Gaaf rabbi ol si fuudhe,eennutu gadi si deebisa?
Gaafa inni gadi si deebise eennutu ol si fuudha?
Hojii keenna yeroo mara hojjannu keessatti rabbi dagachuu hin qabnu.
milkaahinnis yoo rabbi waliin jiraanneefi isa galatoonfanne milkaahina tahee hafa.yoo nuti dagannee immoo qormaata danuu nutti tahee,kufaatii guddaaf nu saaxila.
Rabbi keenna haaa yaadannu jechamaafi

 Eessa kaatee eessa jirta? Qaamaaniis tahu qabeenyaan bakka dur jirtu sanii jijjiiramuu dandeessa.Garuu jijjiiramni ati ...
10/07/2025


Eessa kaatee eessa jirta?
Qaamaaniis tahu qabeenyaan bakka dur jirtu sanii jijjiiramuu dandeessa.
Garuu jijjiiramni ati argatte kuni maddi isaa maal akka tahe dagachuu hin qabdu.
Inni jireenya sana jijjiire ammas tan biraa sitti jijjiiru mala waan taheef.
Jijjiirama dhufe keessatti uumaa galatoonfatuu hin dangatin.
Waa malee hin jenne yeroon akkunamatti laalu jijjiiramoota aarsaa meeqaan dhufe har'a akka qoosaatti yeroo fudhatanii namoonni isa jijjiirama sanaaf gatii guddaa kafale xiqqeessanii ilaalan argaan jira.
Qaanii guddaadha kuni. Oolmaa walii dagachuu bira dabarree yeroon nuti nama oolmaa guddaa nu oole sanatti badii yaannu arguu caalaa wanti nama qaanessu hin jiru.
Gara cabeen haa yaa'u malee wal hin dhageennu. dhaabbadhaa uf ilaalaa!

 .1 Maaliif wallaalaan akka hayyuu qeequ.2 Oolmaa goonni biyyaafi saba isaatiif oole irraanfatamee maaliif akka badiitti...
02/07/2025

.

1 Maaliif wallaalaan akka hayyuu qeequ.
2 Oolmaa goonni biyyaafi saba isaatiif oole irraanfatamee maaliif akka badiitti ka fudhatamu.
3 Gootonni lubbuun dabran kan har'a fakkeenya fudhannee kaasnu akka leencaatti gahee gurguddaa bahataa turan sanniin kaayyoo isaanii galmaan gahuuf eennu bakka isaanii bu'aa akka jiru.........
Maalumaafuuu isa kamtu hayyuu dhaa isa kamtu doofaa dha kan jedhu yerotu adda baasa.
Warroonni osoo sirna barreefamaatuu hin sirreeffatin hayyuu saba isaaf oolmaa guddaa oole irratti bobbaatan uf laalaa.

Dogongorri wayta hundaa expard taha.

Dubartii bareedduu waliin jaalala yoo jalqabde,wanti beekuu qabduYoo xiqqaate guyyaatti dhiironni 3 carraa isaanii ni ya...
26/06/2025

Dubartii bareedduu waliin jaalala yoo jalqabde,wanti beekuu qabdu
Yoo xiqqaate guyyaatti dhiironni 3 carraa isaanii ni yaalu,kana jechuun torbanitti dhiirota 21,waggaatti dhiirota 1095 ... ta'a jechuudha.
Ammagaa natti himi,jaalalleen kee si'a 1095 lakkii jechuu dandeessii?😉😃
Mugabe
🇯‌‌🇴‌‌🇮‌‌🇳‌_‌🇺‌‌🇸‌☟︎』
and make like👌👌

 ?Jaalalli daawwitii uumamtoonni hundi keessatti uf ilaalanii dha.jaalalli akka namoonni tokko tokko jedhan kan namaaf q...
16/06/2025

?

Jaalalli daawwitii uumamtoonni hundi keessatti uf ilaalanii dha.
jaalalli akka namoonni tokko tokko jedhan kan namaaf qofa kenname miti.
Uumamtoota hunda keessatti kallattiifi alkallattiin kan mul'atuudha.
Keessumaayyuu kan bineensota tokko tokkoo yeroon inni itti nama hinaafsisus jira.
Jaalalli akka maxxansi biyya china bara 1995 A.H ibsetti gosoota hedduu uf keessatti kan hammatuudha.
Gosoota isaafi hubannoowwan isin fayyada jennee yaannu hunda isiniin geenna.

Jaalalli daawwitii dha.
gochuun nu deeggara.

08/06/2025

Gaaf gaaf dhiifama jechaa, badima kalee raawwatan har'as irra deebi'uun kuni qaroomina bara keennaatii laata yaa 70.

Address

Abba Daamaa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dawaa Jaalalaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share