Losa Hospital

Losa Hospital Best Hospital in Adama (Ethiopia) | We deliver trusted healthcare services, wellness tips, and treatment updates in Adama, Ethiopia. Reliable.

Follow us for expert health advice, hospital news, and stay connected with our dedicated patient care team. Welcome to Losa Hospital, your trusted healthcare in Adama, Ethiopia. Committed to delivering world-class medical care, we offer a wide range of health services, including general consultations, specialized treatments, advanced diagnostics, and emergency care. Our team of highly skilled doctors, nurses, and medical professionals prioritizes patient well-being, ensuring compassionate and personalized care for every visitor. Equipped with modern medical technology and adhering to international healthcare standards, Losa Hospital stands out as a leading hospital in Adama. At Losa Hospital, our motto is clear: “WHERE CARE COMES FIRST!” Whether you're seeking expert medical treatment, preventive healthcare, or wellness guidance, Losa Hospital is here to serve you with excellence and dedication.

📍 Visit us in Adama, Ethiopia
📞 Contact us today for appointments and inquiries

Your Health, Our Priority – Losa Hospital
Trusted. Compassionate.

11/09/2025

ሎሳ ሆስፒታል እንኳን ለ 2018 አደረሳችሁ! እያልን
ለ 2018 ዛሬም እንደወትሮው እናንተን ለማገልገል ዝግጁ ሆነን እየጠበቅን ነው!!

ሎሳ ሆስፒታል

📍አድራሻ : አዳማ ከተማ ከድሮ 04 ቀበሌ ወደ ዲፖ( ሥላሴ ቤተክርስቲያን) በሚወስደው መንገድ ላይ

ለተጨማሪ መረጃ

☎️ስልክ 0222115697

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

WE ARE HIRING
19/04/2025

WE ARE HIRING

15/04/2025

Postpartum danger sign

MATAA DHUKKUBBII ( HEADACHE)Waggaa tokko keessatti hawaasni harki 50 (50%) yoo xiqqaate al tokko mataa dhukkubbii ni mud...
24/01/2025

MATAA DHUKKUBBII ( HEADACHE)

Waggaa tokko keessatti hawaasni harki 50 (50%) yoo xiqqaate al tokko mataa dhukkubbii ni mudata. Hawaasa keessaa namni 90% tahu umrii isaa keessatti yoo xiqqaate altakkaa mataa dhukkubbiin ni mudatan. Kanaafuu waa’een mataa dhukkubbii namoota hundaa kan ilaallatuufi namoonni hedduun hubannoo irratti argachuu kan barbaadanidha.
Mataa dhukkubbiin gosoota gurguddaa lamatti qoodama. Inni tokkoffaan “Primary headache” kan jedhamu yoo tahu inni kun dhukkuba biraa waliin osoo wal hin qabatiin ofuma isaatiin of danda’ee yoo mataan nama dhukkubu jechuudha. Inni lammaffaan “ secondary headache” kan jedhamu yoo tahu inni kun ammo dhibee biraa qaama keenya keessa jiruun ykn dhukkuba biraan walqabatee kan nu dhukkubudha. Inni lammaffaan sababa dhukkuboota hedduu dhufuu waan danda’uuf mallattoo dhukkubaati malee dhukkuba ofdanda’e miti. Akkasumas gargaarsi godhamu dhukkuba jalqabaan jiru sanarratti waan hundaa’uuf waa’eesaa haasa’uun hubannoo addaa kennuun rakkisaadha. Kanaaf hawaasa keessatti yeroo baayyee “ mataa dhukkubbii” jennee kan haasofnu sun harki caalu “ primary headache” waan ta’eef waa’eesaa akka armaan gaditti ilaalla.
Mataa dhukkubbii kan “primary headache” jedhamu bakka hedduutti hiramee ilaalamus warren gurguddoon sadan; ka’umsi isaanii fi mallattoon isaanii gargaarsi godhamu kan armaan gadiiti.

1. Tension Headache: inni kun dhukkuubbii mataa kan guutummaa mataa keenyaa dhukkubuu fi dhukkubbiin isa salphaa ta’e, yeroo baay’ee hojii keenya guyyaa guyyaa irraa nu dhorkuu hin dandeenyedha. Inni kun qorichoota hawaasni yeroo baay’ee mataa dhukkubbiif fudhatu akka paracetamol fi kkf ( ordinary pain killers) yoo fudhanne kan nu dhiisudha. Ka’umsi isaa guutummaa guutuutti beekamuu baatus muddamuu, dheebochuu fi beela’uu faa waliin walqabata.

2. Migraine Headache: inni kun dhukkubbii mataa hamaa ta’ee namoota muraasa qofa muudatu yoo ta’u dhukkubbiin isaa baayyee hamaa fi kan hojii irraa nama hambisudha. Mataa dhukkubbii isa armaan oliirraa adda kan isa taasisuu mallattoolee biraa kan akka balaqqamsiisuu, nyaata jibbisiisuu fi ijaan ifa ilaaluu dadhabuu of biratti qaba. Yeroo tokko tokko dhukkubbiin kun dhufuun isaa dura mallattoolee akka ija ofiitti balaqqeessa’uu, sararawwaan zig zag fakkaatan ija ofiitti mul’achuu fi haasaa’uu dhabbabuu fi kanneen biroo argisiisa. Dhukkubbiin isaa daqiiqaawwan ykn sa’atii muraasaaf qofa kan turuudha. Dhukkubbii kana kan namatti kaasan: garmalee yaadda’uu ykn muddamuu, dhugaatii alkoolii, beela’uu fi dheebochuu, baay’ee rafuu ykn hirriba dhabuu, marsaa laguu yoo dhufu (dubartootaaf), sagalee garmalee olga’ee nama jeequ, ifa cimaa ilaaluu, waan foolii badaa qabu fi kkf dha. Akkuma dhuunfaa keenyaatti waan nutti kaasnu beeknee irraa fagaachuu qabna. Jireenya keenya guyyaa guyyaa irratti sana irra darbee miidhaa kan fidu yoo ta’ee fi qoricha xixiqqaa mataa dhukkubbiif fudhannuun yoo dhiisu dide hospitaala deemnee qoricha hakiimaan ajajamu fudhachuu qabna.

3. Cluster Headache: inni kun mataa keenya bakka lamatti qoodee gamtokko ykn bitaa ykn mirgaa qofa kan dhukkubu yoo tahu gama dhukkubu sanaan ija keessaa bishaan akka imimmaanii gadi dhangalaasuu fi funyaan cufuudhaan adda ta’a. dhukkubbiin isaa garmalee hamaa fi kanneen armaan olii lamaan kan caaludha. Yoo jalqabu suuta jedhee osoo hin taane, akka tasaa takkaadhumatti akka ibiddaa kan namarra bu’udha. Guyyaa keessaa sa’atii walfakkaataa irratti namatti kan dhufuu fi yeroo tokko tokko hirriba keessaa illee nama kaasa. Ka’umsi dhukkuba kanaa tasuma kan hin beekamne dha. Kitaabonni tokko tokko garuu sanyiidhaan ni darba jedhu. Dhukkuba kana fayyisuun dadhabamus qorichootni dhukkubbii isaa hir’isuufi daddafee akka hin dhufne taasisuun ni danda'a ma.

🏙Teessoo: 📍Magaalaa Adaamaa
Ganda 04 durii irraa, Daandii garaa Diipoo( Silaassee) deemuu irratti argamaa.

✅Kootaa laalamaa!
Odeefannoo dabalataaf: ☎️0222115697

Follow us on

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/
, ,

Baga Ayyaana Kataraa fi Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessanእንኳን ለከተራና ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!🏙Teessoo: 📍Magaalaa AdaamaaGanda ...
19/01/2025

Baga Ayyaana Kataraa fi Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan

እንኳን ለከተራና ለጥምቀት በዓል በሰላም አደረሳችሁ!

🏙Teessoo: 📍Magaalaa Adaamaa
Ganda 04 durii irraa, Daandii garaa Diipoo( Silaassee) deemuu irratti argamaa.

✅Kootaa laalamaa!
Odeefannoo dabalataaf: ☎️0222115697

Follow us on

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

Bagaa Ayyanaa Qillee Nagaan GeessanAyyaanii baranaa kan Nagaa, qufaa, gabbinaa fi Araaraa  Isiif haa tahuu jechaa, Ayyaa...
06/01/2025

Bagaa Ayyanaa Qillee Nagaan Geessan

Ayyaanii baranaa kan Nagaa, qufaa, gabbinaa fi Araaraa Isiif haa tahuu jechaa,
Ayyaanaa yoo kabajaan gochootaa miidhaa Fayyaa keessani irraa geessissan irraa akka ofii eegdaan asumaan dhaamsaa isin dabarsinaa.

Ayyaanaa Gaarii !!

🏙Teessoo: 📍Magaalaa Adaamaa
Ganda 04 durii irraa, Daandii garaa Diipoo( Silaassee) deemuu irratti argamaa.

✅Kootaa laalamaa!
Odeefannoo dabalataaf: ☎️0222115697

Follow us on

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

Oduu Gamachiisaa!!Hospitalaa Loosaatti Wali'insaa Baqaqsanii yaaluu Tonsilii(Tonsillectomy) Ogeessotaa muuxannno yeroo d...
06/01/2025

Oduu Gamachiisaa!!

Hospitalaa Loosaatti Wali'insaa Baqaqsanii yaaluu Tonsilii(Tonsillectomy)

Ogeessotaa muuxannno yeroo dheeraa qabaniin kennamaa jira. Qalaa'insaa jireenyaa fi Haala qabatamaa Uumanii keenaa keessa jiruu hubachuun Hospitaaalli keenyaa Kafaltii Duraanii irraa 50% hirdhisuun Tajaajilaa akka isiniif kenninuu gamachuuun isin beeksifinaa. Hirdhinnii kafaltii tajaajilaa kun ji'aa lamaaf(2) qofaaf kan turuu waan taa'eef Carraa kanatti akka fayyadamtanii kabajaan isin afeeraa.

🏙Teessoo: 📍Magaalaa Adaamaa
Ganda 04 durii irraa, Daandii garaa Diipoo( Silaassee) deemuu irratti argamaa.

✅Kootaa laalamaa!
Odeefannoo dabalataaf: ☎️0222115697

Follow us on

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

What is rickets?✅Rickets is a disease that occurs in growing children,✅it results in defective chondrocyte differentiati...
05/01/2025

What is rickets?

✅Rickets is a disease that occurs in growing children,
✅it results in defective chondrocyte differentiation and mineralization of the epiphyseal growth plates and defective osteoid mineralization

✅Rickets in childhood has devastating consequences
✅It is associated mainly with growth problems, bone pain, muscle weakness, limb and pelvic deformities, failure to thrive, developmental delay and dental anomalies
✅In addition, rickets results in poor sleep and restlessness and could delay eruption of the deciduous teeth,

Prevention: -

✅Sunlight exposure
✅food fortification with vit D
✅Adequate calcium intake

Cause of rickets:

✅Nutritional rickets due to low calcium and/or vitamin D intake is the most common
✅Vitamin D deficiency can be caused by inadequate intake and/or limited exposure to sunlight

🏥Address : 📍Adama city, 04 kebele on the Road to Depot (Silasse Church).

For more information: 📞0222115697

YOUR CHILDREN HEALTH IS OUR PRIORITY!
VISIT US TODAY
LOSA HOSPITAL ,WHERE CARES COMES FIRST!

Follow us on

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

06/12/2024

ዶክተር ሙደስር አደም
በ ሎሳ ሆስፒታል የውስጥ ደዌ ስፔሻሊስት

የስትሮክ ምልክቶችን ቀደም ብለው ይወቁ! ህይወትን ለማዳን ፈጣን ዘዴን ይማሩ። እራሶንና ቤተሰቦን ለመጠበቅ ይህን አስፈላጊ መረጃ ያካፍሉ።

ሎሳ ሆስፒታል

አድራሻ : አዳማ ከተማ ከድሮ 04 ቀበሌ ወደ ዲፖ( ሥላሴ ቤተክርስቲያን) በሚወስደው መንገድ ላይ

ለተጨማሪ መረጃ

ስልክ 0222115697

https://t.me/hospitaalalosa
https://www.facebook.com/losahospital
https://www.tiktok.com/

, , , ,

Address

Oromia
Adama

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Losa Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Losa Hospital:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category