
09/09/2025
Maallaqa ijaarsa hidha haaromsaaf oole
◆ Hanga ammaatti Birriin Biiliyoona 233 hojiirra ooleera.
◆ Birriin Biiliyoona 223 Baankii Daldalaa Itiyoophiyaarraa argame.
◆ Birriin biiliyoonni 18.9 bittaa boondiiti
◆ Birriin biiliyoona 3.2 kennaan argame.
◆ Birriin biiliyoona 1.6 diyaaspooraarraa argame.
Madda. EPA