AYU POST

AYU POST Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from AYU POST, Doctor, .

Walqunnamtii saalaa daqiiqaa hammamiif irraa turuu qabna?❓Deebii gabaabaa: Atii fi haati mana kee hammam akka dheeratu b...
04/06/2025

Walqunnamtii saalaa daqiiqaa hammamiif irraa turuu qabna?❓

Deebii gabaabaa: Atii fi haati mana kee hammam akka dheeratu barbaaddan??? Garuu qorannoon saayinsii dhimma kana irratti gaggeeffame daqiiqaa 3 hanga 13 gidduutti akka ta'u agarsiisa.

Akka Armaan gaditti qoodne ilaalla dandeenya.
1). Daqiiqaa 1–2 “baay’ee gabaabaa” jedhamee kan murtaa’e yoo ta’u,

2). Daqiiqaa 10–30 ammoo “baay’ee dheeraa” jedhamee fudhatame.

3). Gama biraatiin, Daqiiqaa 3–7 “gahaa” jedhamee,

4). Daqiiqaa 7–13 ammoo “kan barbaadamu” jedhamee madaalame.

Garuu giddu galeessaan walqunnamtii saalaa qaama saalaatiin daqiiqaa 3-7 ture, Kanaafu ani hin dandanne jette ofii hin cinqiin/ dhipisiin.
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Faayidaa Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa (Health benefit of Testicle)Namoonni baay'een beeyiladoonni yeroo qalaman cidha...
03/06/2025

Faayidaa Cidhaan Re'ee, hoolaa fi sangaa (Health benefit of Testicle)

Namoonni baay'een beeyiladoonni yeroo qalaman cidhaan isaanii ni gatu, Muraasni garuu Ibidda irratti waaddanii nyaatuu.
Cidhaan beeyiladaa uumamaan Hormooni dhiirotaa "Testestrone" jedhamu baay'inaan of keessaa qabaa.

Hormooni kun faayidaalee akka:-
✍ Qaama saala dhiiraa dhaabuu(penile er****on)
✍ Spermii qulqullinna qabu oomishuu
✍ Furdina qaama hirdhisuu
✍ Atileetotaaf
✍ Wal hormaata qulqullinna qabuuf faayidaa olaanaa qabaa.
✍ Araada adda addaa irralle bilisa tahuf shoraa guddaa qaba.

QABBIYYEE FOON CIDHAANII

1. Cooma 135 g
2. kaarbohayidreeti-1g
Akkasumas Pirootinii coomaa hin taane(non fat protien) fi elementoota fayyaa qaama keenyaf barbaachisan kan akka: Iron, zinc, magnisium, phosphorus fadha of keessa qaba.

Doctor heran
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Cirracha kalee 《renal stones 》**********https://t.me/Dr_Heran_OfficalCirrachi kalee akka namoonni tokko tokko yaadanitti...
31/05/2025

Cirracha kalee 《renal stones 》
**********
https://t.me/Dr_Heran_Offical
Cirrachi kalee akka namoonni tokko tokko yaadanitti cirracha nyaata ykn bishaan wajjin liqimsinee waan deemee waan kalee dhaqu itti fakkata. Garuu dubbiin akkasii miti
Cirrachi kalee yeroo yeroo albuudoonni fi soogiddi kalee keessatti walitti kuufamuudhaan akka dhagaa tahan kan uumamuudha.

Mallattoo
---
Cirrachi kalee odoo mallattoo tokko hin agarsiifne nama keeysa taa'uu danda'a. Kan mallattoo agarsiisuu yoo kan kalee keeysa daddeemuu ta'e ykn yuureetiritti( ujummoo kalee fi afuuffee fincaanii wal qunnamsiistu) kan konkolaatedha. Yoo yuureetiritti gad kon konkolaatee kan cufu ta'e
*kaleen iitaa'uu fi
*dhukkubbii hamtuu dugda karaa gadii ykn cinaachaan namatti dhagahamuu
* yeroo fincaanan fincaan nama gubuu
* fincaan diimaachuu
* dhukkubbii yeroo tokko hammaate yeroo tokko xiqqaatu
* amma amma fincaansisuu fi fincaan mudduu fi kkf

Maaltu cirracha kaleef sababa ta'a?
-----
* chipsii dinnichaa nyaachuu baayyisuu
* Hundee diimaa nyaachuu baayyisuu
* asiin duratti cirracha kalee qabaachuu
* ulfaatina garmalee qabaachuu
* chokoleetii baayyinaan nyaachuu
* loowzii nyaachuu baayyisuu

Yeroo akkam mana yaalaa deemtu?
-----
* Yoo dhukkubbiin sitti hammaattee dhaabbataa fi tewssuma si dhoorkite
* dhukkubbii boodaan yoo ol gugguuruu fi haqqisaan sitti dhufe
* Dhukkubbii boodan yoo leeydaan si qabe
* fincaan keessatti yoo dhiiga agarte
* yoo fincaanuu dadhabde

Wal'aansa
------
Cirrachi kalee yoo yeroon wal'aanan miidhaan dhaabbataan namarraan gahu hin jiru. Haala keetirra dhaabbatamee yeroo yaalli qoricha farra dhukkubbii( antipain) fi bishaan sirritti akka dhugdu siif ajajuurra kan dabre yaalli siif hin godhaamnees jira.
Yoo cirrachi kalee ujummoo fincaani kan cufu ta'e baqeeysanii baasuuniis ni jira

Fayyaa hin dhabinaa
Dr Heran

Dabalataaf Telegraama subscribe godhaa!

https://t.me/Dr_Heran_Offical

Dhukkuba Kalee Karaa Salpaan Ofiin Of Yaaluu Yo Barbaadde Dubbisii ~~ ~ ~ ~ ~ ~»Mallattoon kaleen Cirracha Of Keessaa Qa...
28/05/2025

Dhukkuba Kalee Karaa Salpaan Ofiin Of Yaaluu Yo Barbaadde Dubbisii
~~ ~ ~
~ ~ ~
»Mallattoon kaleen Cirracha Of Keessaa Qabaachuu
Dugdi Si Dhukkubuu
»Fincaan Baayyachu
»Yokaan Ba'uu Diduu »fincaani Wajjin Dhiigni Ba'uu
»»Qorichi Cirricha Kalee
»ija Raafuuti Ijji Raafuu Afaan Arabaatiin {bazzaarul Kardal} Jedhamaa Akooftee Mooyyetti Tumtee Sukkaaraan Danfistee Rafuun Duratti Burcuqoo Shaayi Isa Goddaa Tokko Guyyaa 7 Dhugdaa Kana Booda Atu Bu'aasaa Ni Argitaa

»Garuu
Yo Dhukkubnikee Infeekshinii Ta'e ija Raafuu Hin Dhuginii Ijji Raafuu Hoina Qaba Waan Ta'eef Infeekshiini Sitti Dabala Malee Sin Fayyisuu Ijji Raafuu Cirracha Malee Infeekshinii Hin Fayyaduu Dawaan Infeekshinii Talbaa Sukkaaraa Wajjin Danfistee Ganamaaf Galgala Garaa Duwwaatti Dhugdaa Qabdaa Kun Oduu Sobaa Mitii Itti Fayyadamii ilaalii Wantoota Dhukkub Kalee Fidanu Guyyaa biraan Post Godha Sher Waliif Godha Yaada Keessan Kommeentii Godhaa Barnoota dabalataa Argachuuf

Peejii keenya Nama hundaaf sher godhaa!
👉 https://t.me/Dr_Heran_Offical

Telegram Chenal Keenya Join gochuun hordofaa.
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical

dhirochee kunii isinifii sirtii dubisaa😁👇Dhiirota qofaaf🦻🦻.........Dubartii Jaalala Qabsiisuu yoo hin beekne ta'e ... ic...
27/05/2025

dhirochee kunii isinifii sirtii dubisaa😁👇

Dhiirota qofaaf🦻🦻.........
Dubartii Jaalala Qabsiisuu yoo hin beekne ta'e ... iccitii kana fayyadami caldhisteetuma dhalaa jala fiigaa hin oolin.❤😁

◉ Dubartii wayii erga jaalatteen booda akka ishiin si jaalattu osoo 'sin jaaladha' ishiin hin jedhin adda baafachu dandeessa. Kan jaalate yoo si ta'eyyuu osoo ofirratti hin beeksisin akka ishiin deebitee si jaalattu gochuu qabda. Akka ishiin si jaalatte mallattoolee adda addaa ilaaluudhaan mirkaneeffachuu dandeessa.

◉ Guutumaan guututti mallattoo jaalalaa yoo irraa dhabde jaalalli kee hin galleef, akkasuma atis ishee hawwachuu hin dandeenye jechuudha. Ta'us garuu jaalala kee itti himuurra maloota armaan gadii itti agarsiisun akka ishiin si jaalattu gochuu dandeessa.

➊ Hin ariifatin : Ibsachuuf hin jarjarin. Suuta suutaan tapachuu qabda. Jarjartee yaadaa fi iccitii garaa kee keessa jiru dhangalaasuu hin qabdu. Hifachuun sirraa hin eegamu.

➋ Hordoffii madaalawaa ta'e barbaachisa : Yeroo hunda ishee qofa hordofuun hin barbaachisu. Kunis laafumatti waa'ee keef akka dhimmoomtu taasisa. Dubartiin yoo umriin xiqqoo taatee fi ilaalcha gabaabaa qabaatte, nama gatii hin qabme si seeti, akkasumas si tuffatti.

➌ Of jaallachuu : Mataa keetiif ilaalcha bareedaa qabaachuu sirraa eegama. Yoo ati of tuffatte namni biraa si hin kabaju. Kanaafuu of kabajuu fi ilaalcha bareedaa ofiif qabaachuun akka ishiin si hin tuffanneef si gargaara.

➍ Of Boonsuu : Of boonsuun barbaachisaadha. Nama fayyaa taatee mul'achuu, uffata sirraa bareedu uffachuu, foolii nama hawwatu fi k.k.f yoo eegaman bareedaadha.

➎ Ofitti amanuu qabda : Hamma ilaalcha bareedaa mataa keetiif qabaattutti, ofitti amanuun ni ulfaata. Waan dubartiin si jaallachuu diddeef ykn waan nama jaalala qabsiisuu dadhabdeef jattee yoo of tuffatta ta'e, of ta'ii mull'adhu, kanumaa🤷🤷👇👇😁

https://t.me/Dr_Heran_Offical

Warra gaa'ela qabdaniif.....👉 https://t.me/Dr_Heran_Offical***Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'...
26/05/2025

Warra gaa'ela qabdaniif.....
👉 https://t.me/Dr_Heran_Offical
***
Walqunnaamtiin saalaa waantoota gaa'ela keessatti ijoo ta'an keessaa isa tokko. Faayidaan fayyaa walqunnaamtii saalaa irraa argamuhoo maal fa'i?
***
1. Dandeettii dhukkuba ofirraa ittisuu qaama keenyaa hedduu cimsa.
2. Dandeettii fincaan qabaachuu afuuffee fincaanii dubartootaa ni dabala.
3. Dhiibbaa dhiigaa qaama gadi buusuuf gargaara.
4. Sochii qaamaa waan ta'eef fayidaalee sochiin qaamaa agamsiisu nuuf kenna.
5. Carraa dhukkuba onnee tasaa gadi buusa.
6. Dhukkuubbii qaamaa (pain) kamiyyuu kan qabnu yoo ta'e akka nutti hin dhaga'amne taasisa.
7. Dhiirotaaf ammoo carraa kaanserii xannacha prosteetii dhiiraa hir'isa.
8. Hirriba qulqullina qabu akka rafnu taasisa.
9. Dhiphina sammuu (stress) nurraa ittisa.
***
Fayyaan Faaya
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Qaamni saala dhiira ga'eessa tokkoo halkan tokko keessatti yeroo 3 hanga 5n, tokkoon tokkoon isaa daqiiqaa 25 hanga 35 t...
23/05/2025

Qaamni saala dhiira ga'eessa tokkoo halkan tokko keessatti yeroo 3 hanga 5n, tokkoon tokkoon isaa daqiiqaa 25 hanga 35 turuuf ni ka'a, altokko tokkos osoo karaa irra deeman, osoo barsiisaan, baratan, wal ga'ii gaggeessan fi kkf irratti osoo wanti miira/fedhii isaanitti kaasu tokko hin jiraatin dhaabbachuu ni danda'a, kuni fayyummaa waan ta'eef qaana'us ta'ee baayyee dhiphachuu hin barbaachisu.

Icciitii kana sirriitti ilaalaa...
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical

DHEERINAA FI BAL'INNA QAAMA SAALA DUBARTOOTAA!Qaamni saala dubartootaa qaama baay'ee ajaa'ibsiisaa ta'eedha. Sababni isa...
21/05/2025

DHEERINAA FI BAL'INNA QAAMA SAALA DUBARTOOTAA!

Qaamni saala dubartootaa qaama baay'ee ajaa'ibsiisaa ta'eedha. Sababni isaas, dheerinni fi bal'inni isaa namaa namatti qofa osoo hin taane, kan namuma tokkooyyuu yeroo yeroodhaan akka barbaadutti of jijijjiruu waan danda'uufi. Fknf, yeroo marsaa laguu, walqunnamtii saalaa, da'umsaa fi kkf akka barbaadetti of jijijjiira. Yeroo baay'ee garuu, dubartoota umrii walhormaataa keessa jiran qaamni saalaa isaanii dheerinni isaa jiddu galaan 7cm hanga 15cm ni ta'a. Akkasumas, bal'inni isaa 2.5cm hanga 6cm ta'uu danda'a. Kuni dhaabbataa miti. Kana jechuun, sababa jijjiiramuu hormoonii qaamaatiin yeroo garagaraatti kuni jijjiiramuu danda'a jechuudha. Akka qorannoon garagaraa ibsutti yeroo walqunnamtii saalaa gammachuu argamuuf dheerinaa fi bal'inna qaama saalaa caalaa gahee guddaa kan taphatu iddoo argama kutaa qaama kanaa kan ta'e 'cl****is' jedhamuufi qaamni saala dhiiraa iddoo kana sirriitti argachuufi argachuu dhabuudha jedha.

Guutuu isaafi barnoota fayyaa kan biroo telegram kiyya join gochuun dubbisaa
👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Qaamni saalaa dhiiraa gosoota garagaraatu jira. Qaamni saalaa dhiiraa tokko kan biraatiin waan hundaan wal hin fakkaatu....
20/05/2025

Qaamni saalaa dhiiraa gosoota garagaraatu jira. Qaamni saalaa dhiiraa tokko kan biraatiin waan hundaan wal hin fakkaatu. Hundi isaanii "quality" mataa isaanii qabu. Gosoota qaama saalaa dhiiraa keessaa muraasni :-
1. Qaama saalaa osoo hin ka'in xiqqoo ta'ee gaafa ka'u garuu baay'ee guddaa ta'u (Growers)
2. Qaama saalaa osoo hin ka'in guddaa ta'e, gaafa ka'us jabeenya malee guddinni isaa baay'ee hin jijjiirame (Showers)
3. Qaama saalaa gaafa ka'es xiqqoo ta'e (Inch 3 gadi)
4. Qaama saalaa gaafa ka'e baay'ee guddaa ta'e (Inch 7 ol)
5. Qaama saalaa jalli isaa furdaa ta'ee, fiixeen isaa qal'aa ta'e
6. Qaama saalaa jalli isaa qal'aa ta'ee fiixeen isaa furdaa ta'e
7. Qaama saalaa gara oliitti jallatu
8. Qaama saalaa gadi jallatu
9. Qaama saalaa gara bitaatti jallatu
10. Qaama saalaa gara mirgaatti jallatu
11. Qaama saalaa gaafa ka'e hidda dhiigaa gurguddaa qabu
12. Qaama saalaa rifeensa qabu (Hairy p***s) fi kkf
Isaan kanneen keessaa kamtu baay'ata jettanii yaaddu?
Deebiin kunooti.
👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Faayidaa walqunnamtii saa-laa dura harma sukkuummaan dubartootaaf kennu❤️🥰🥰⚡️Gammachuu addaa lafaa fi saamii gidduutti a...
15/05/2025

Faayidaa walqunnamtii saa-laa dura harma sukkuummaan dubartootaaf kennu❤️🥰🥰

⚡️Gammachuu addaa lafaa fi saamii gidduutti argamu dubartii keessaatti uumuuf

⚡️Walqunnamtii saa-laaf guutummaatti akka of-kennituu fi janata dachee keessaatti akka of gadi lakkistuuf haala mijeessuuf

⚡️Dhiphina salphisuu fi dhiita’uu harmaa hir’isuuf

⚡️Marsaa dhiigaa gara tishuu harmaa fi naannoo sana dabaluu

⚡️Dhiphinna qaamaa hirisuu

⚡️Dhaabbii harmaa fooyyessuuf

⚡️Dhukkubbii tishuu harmaa hir’isuu

⚡️Dhukkubbii maashaalee harmaa hirisuuf

👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical

Shamarran durbummaa qabdu hundi yeroo wal-qunnamtii saalaa ni dhiigaa? Durbummaan waan biraa osoo hin taane maashaa haph...
13/05/2025

Shamarran durbummaa qabdu hundi yeroo wal-qunnamtii saalaa ni dhiigaa?

Durbummaan waan biraa osoo hin taane maashaa haphii qaama saalaa dubartootaa haguugdee argamtudha. Uumamaan gosa garaagaraa jira. Shamarraan baay'een wal-qunnamtii saalaa yeroo jalqabaaf gaafa gootu h***n haphii kana qaamni saalaa dhiiraa dhiibbatee gaafa seenu xiqqoo ni dhiiga. Dhiiga baay'ee dhangala'u osoo hin taane dhiiga xiqqoodha. Darbee darbee kan shamarran muraasaa kan hin dhiignes ni jira.

Sababa kanaan shamarran muraasi wal-qunnamtii saalaa utuu hin godhin gaafa godhan dhiiguu dhiisee rakkoon xiinsammuu fi wal-dhabdee jaalalaa irra gahe muraasi bilbilaan na quunnamanii turan. Odeeffannoo dabalataa dhimma kanarratti argachuuf..Liinkiii kanaan dhaggeeffadhaa⤵️
👇👇👇👇👇👇👇
https://t.me/Dr_Heran_Offical
https://t.me/Dr_Heran_Offical
Fayyaa hin dhabinaa💙❤️

Address


Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when AYU POST posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Shortcuts

  • Address
  • Alerts
  • Claim ownership or report listing
  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share