Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa/WOFO

Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa/WOFO Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa/WOFO Waldaa Mirga Hojjattoota Fayyaaf Oromiyaaf dhaabbate!!!

08/05/2026
Hayyama   Kenname
08/05/2026

Hayyama Kenname

 Waliif Qoodaa
08/05/2026

Waliif Qoodaa

Hantavirus!World Health Organization African Region
06/05/2026

Hantavirus!
World Health Organization African Region

06/05/2026

Lubbuu Baraaruf jecha Lubbuus dhabuu danda'u!

  2ffaa bara 2018 keessatti  'ima shan Ebla 28/2018Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faa...
06/05/2026

2ffaa bara 2018 keessatti

'ima shan
Ebla 28/2018
Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti Haatiin tokko yeroo tokkotti Daa'imman 5 Nagaan Deesse.

jiraattuu naannoo Hararii Aanaa Soofii Araddaa Qiilee kan taate Aaddee Badriiyaa Aadam tajaajila baqaqsani yaaluun daa'imman 5 dhiira 4 fi dhalaa1 Hospitaala hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti nagaan da'uun ishee ibsamera.

Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti ogeessa dahumsa baqaqsani yaaluu kan ta'an Dr.Obsaa Hassan yaada kennanin haati daa'imman kanneeni tajaajila baqaqsanii yaaluun kan deesse ta'uu eeruun,daa'imman dhalatan kunnen ulfaatina kiilogiraama 1.2 hanga 1.6 kan qaban ta'u ibsaniru.

Yeroo ammaas daa'imman dhalatan fayyummaa gaariirratti akka argaman ibsaniru.
kutaa sab-qunnamti Yuunivarsiitii Haramaayaa kolleejjii saayinsii fayyaa fi wal'aansa

  1ffaa Haati tokko altakkaatti daa'imman shan da’uun Naqamteerraa dhagahame.Gaafa Fulbaana 15,2018Hospitaala Kompireens...
06/05/2026

1ffaa

Haati tokko altakkaatti daa'imman shan da’uun Naqamteerraa dhagahame.

Gaafa Fulbaana 15,2018
Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdii Yuunivarsiitii Wallaggaatti haati tokko yeroo tokkotti daa'imman shan dhahuun ishee ni beekama.
Jiraattuu Magaalaa Naqamtee kan taate Aadde Asteer Tarrafaa yeroo tokkotti daa'imman shan deesse.

Aadde Asteer waggaa 5 dura daa'ima durbaa tokko erga deessee as dhala biroo osoo hin godhatiin turuutu himame.

Amma garuu daa’imman dhiiraa 3 fi durba 2 altakkaatti nagaan oofkalteetti.

Ammas irra deebiin gaafa Ebla 28/2018 tti Hospitaala Yunivaristii Haramayaatti haati takka altokkotti daa'ima shan nagaan deessee jirti!

 'ima shan Ebla 28/2018Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti Haatiin tokko yeroo t...
06/05/2026

'ima shan
Ebla 28/2018
Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti Haatiin tokko yeroo tokkotti Daa'imman 5 Nagaan Deesse.

jiraattuu naannoo Hararii Aanaa Soofii Araddaa Qiilee kan taate Aaddee Badriiyaa Aadam tajaajila baqaqsani yaaluun daa'imman 5 dhiira 4 fi dhalaa1 Hospitaala hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti nagaan da'uun ishee ibsamera.

Yuunivarsiitii Haramaayaa Hospitaala Hunda galeessaa Addaa Hiwoot Faanaatti ogeessa dahumsa baqaqsani yaaluu kan ta'an Dr.Obsaa Hassan yaada kennanin haati daa'imman kanneeni tajaajila baqaqsanii yaaluun kan deesse ta'uu eeruun,daa'imman dhalatan kunnen ulfaatina kiilogiraama 1.2 hanga 1.6 kan qaban ta'u ibsaniru.

Yeroo ammaas daa'imman dhalatan fayyummaa gaariirratti akka argaman ibsaniru.
kutaa sab-qunnamti Yuunivarsiitii Haramaayaa kolleejjii saayinsii fayyaa fi wal'aansa

 Arsenaal waggaa 20 booda xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif darbe. Atileetiikoo Maadiridiin 2-1 mo’achuun darbe. Boru...
05/05/2026

Arsenaal waggaa 20 booda xumura waancaa Shaampiyoonsi Liigiif darbe.

Atileetiikoo Maadiridiin 2-1 mo’achuun darbe.

Boru PSG fi Baayern Muunik keessaa kan mo’atu waliin Waancaaf morkatu.

Arsenaal bara 2006 ture waancaaf kan gahe.

"MADAA GALMAA ABBAA GADAA"
05/05/2026

"MADAA GALMAA ABBAA GADAA"

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waldaa Ogeeyyii Fayyaa Oromiyaa/WOFO posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share