Waktola J.Taresa

Waktola J.Taresa Public figure

17/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Kadir Abdo Seido, Zaki Muzaki, Mascud Cali Xarir, Saamiyaa Mahamed Ziyad, Felme K Ãliyi, Sadya Sadi, Lakii Hin Fadhu, Wewwee Mucaa Arsii, Ganii Danansoo Umee

02/04/2024

"Barattoota Kutaa 9-12 barataniif kitaaboota akka Extreme Reference Guide fakkaatan barreeysaa jirra. Namni golga/cover kitaaboota kanaa tolaan nuuf hojjachuu fedhu na qunnamaa",Dr. Ija Banaa faatu jedhe. Share waliif godha.

02/04/2024

Shout out to my newest followers! Excited to have you onboard! Biyaafan Zawuduu, Bareentoo Oromoo, Jemil Hawwitu, Misra Taa Nasrediin, Feyzal Mahammad, Mosisaa Mahammadin, አብድልሰመድ ጀማል አብደላ, Ibsaa Usmaail, Mahammad Abduraman Oromiya, Hamza Mohamed, Abdi Hamid, Obse Majid Obse Majid, Rayyana Raya, Kottuu Dafii, Bashir Mohamed

31/03/2024

Injifannoo fi tumsa mataa ol nu qabachiisu RABBIIN isiniif haa kennu
🤲

21/03/2024
Rakkoo Ka'uu Dhabuu Qaama Saalaa Dhiiraa👉Dhaabachuun/ka'uun qaama saalaa dhiiraa adeemsa walxaxaa sammuu, hormoonota, na...
18/03/2024

Rakkoo Ka'uu Dhabuu Qaama Saalaa Dhiiraa

👉Dhaabachuun/ka'uun qaama saalaa dhiiraa adeemsa walxaxaa sammuu, hormoonota, narvii, ujummoo dhiigaa, maashaalee fi miiraa hirmaachisuu kan barbaadu dha.
👉Adeemsa kanneen keessatti rakkoon yoo jiraate qaamni saalaa dhiiraa walqunnamtii saalaaf qophaa'uu dhabuun (qaamni saalaa ka'uu dadhabuu) ykn qaamni saalaa walqunnamtii saalaaf qophaa'us, qophii ta'ee hafuu dhabuun uumamuu danda’a.

👉Namoonni rakkoo kanaan hubaman dhiphina sammuuf saaxilamuu, ofitti amanamummaa dhabuu, akkasumas hariiroo jaalalaa keessatti gammachuu dhabuu fi Jaalallee isaanii ulfeeffachuu dadhabuun isaan mudachuu danda’a.
👉Baay’een isaanii rakkoo kanaaf ogeessa fayyaa mariisisuu waan qaana’aniif, filannoowwan furmaataa hin barbaachifne irratti yeroo xiyyeeffatan ni mul’atu.

🔸Sababni rakkoo kanaa maal ta’uu danda’a?
👉Rakkooleen xiinsammuu armaan gadii sammuun gahee isaa sirriitti akka hin baane gufachiisuun rakkina ka'uu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fiduu danda'u. Isaanis;
- Dhiphina sammuu
- Yaaddoo
- Rakkoolee hariiroo jaalalaa keessatti uumamu

👉Qaamni saalaa dhiiraa ka'uu dadhabuun mallattoo rakkoo fayyaa biraa ta'uus danda'a. Isaan keessaa muraasni;
- Dhukkuba onnee
- Dhukkuba hidda dhiigaa
- Dhiibbaa dhiigaa
- Dhukkuba sukkaaraa
- Furdina garmalee
- Tamboo xuuxuu
- Hanqina hirribaa
- Dhukkuba Parkinsanii fi k.k.f

🔸Rakkoo jiru akkamiin beekuun danda’ama?

Ogeessoonni fayyaa rakkoolee ka'uu dhabuu qaama saalaa dhiiraa fidan adda baasuuf adeemsa qorannoo adda addaa fayyadamu. Isaan keessaa...
- Qorannoo qaama saalaa
- Saamuda dhiigaa fi fincaanii qorachuu
- Altiraasaawundii fi kkf

🔸Wal’aansi Kennamuu Qabu Maali?

Erga qorannoowwan raawwatamanii fi rakkoon jiru mirkanaa’en booda, akkaataa rakkoo sanaatti wal’aansi adda addaa kennamuu ni danda’a. Isaanis;
👉Jireenya fayya-qabeessa ta'e qabaachuu
👉Tajaajila gorsa xiinsammuu
👉Qoricha afaaniin fudhatamu
👉Qoricha lilmoo qaama saalaan k

Akka  ❤ kanatti  niin gammada jedheetiin dadhabe.
17/03/2024

Akka ❤ kanatti niin gammada jedheetiin dadhabe.

Qoriicha rifeensa caccabu ykn moluu Yeroo diibamuu ofeganoon diibamuu qaba Garmalee rifeensa baasuu dubartootaa (Hirsuti...
16/03/2024

Qoriicha rifeensa caccabu ykn moluu
Yeroo diibamuu ofeganoon diibamuu qaba
Garmalee rifeensa baasuu dubartootaa (Hirsutism).
Maal irraa ka'aa?
● HOORMOONII: Hoormooniin andiroojinii (androgen) jedhamu kan dhiirota keessatti argamu, hammaan hedduu xiqqaa ta'ee dubartoota keessas ni jiraata. Yoo hagaan xiqqoo ta'ee jiru kana mallattoo hin agarsiisus, dhibee fidus hin qabu. Hormooniin kun haga dubartoota keessa jiraachuu qabu olitti yoo dabale argame garuu mallattoowwan akka: rifeensi qaamarratti garmalee baay'achuu, harmi xiqqaachuu, sagaleen furdachuu fi finnisi garmalee baay'achuu agarsiisa.
● Dhukkuba xannacha OVAARII: Dhukkubni xannacha oovaarii kan polycystic o***y syndrome jedhamu illee mallattoolee kana ni argisiisa.
● QORICHOOTA: Inni kun yeroo hedduu kan mudatu yoo dubartoonni qorichoota hormoonii of keessaa qaban akka steroids yokaan ammoo qorichoota guddina rifeensa saffisiisan akka minoxidil fudhatan dha.
● Dhukkubni Cushing Syndrome jedhamu kan olka'uu hormoonii cortisoolii (hormoonii yeroo dhiphinaa /stress/ qaama keessaa gadi lakkifamu) irraan nama qabu illee mallattoo kana ni fida.
● Dubartootni ulfaatina qaamaa olka'aa qabanii fi dubartootni maatiin isaanii dhibee kana qaban warra kuun irra dhibee kanaaf saaxilamuu malu.
*****************
Fayyaan Faaya

Address

Addis Ababa
HILTONGARDENINWHICHGALEYTI

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waktola J.Taresa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Waktola J.Taresa:

Share