Dr. Nasis Speciality Dental Clinic

Dr. Nasis Speciality Dental Clinic Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr. Nasis Speciality Dental Clinic, Medical and health, Addis Ababa.

11/03/2026

Namootni baayyeeni ilkaan nam-tolfee Implant erga hojjisiifatanii booda tajaajila MRI godhachuu Akka danda'aniifi kaan yeroo baayyee nu gaafatu.

Ilkaan Implant yeroo nuti hojjannu, meeshaleen nuti fayyadamnu walumaagalatti 'non ferromagnetic ' jalatti Kan ramadaman yoo tahu kana jechuunis sibiilli ykn meeshaan nuti Implaantiidhaaf fayyadamnu harkisa magneetii xiqqaa ykn ammoo harkisa magneetii homaa Kan hinqabneedha. Kana jechuunis yeroo Tajaajilli MRI isin barbaachisetti ilkaan isin hojjisiifattan dhiibba homaatuu isin irran hin gahu jechuudha.

MRI(magnetic resonance imaging) tajaajila dhibee Adda baasuu rakkoowwan kanneen Akka mashaa, qaamota jajjaboo/skeletal system/, qaamoota keessoo(internal organ) fi kkf carallaa osoo hin fayyadamiin sirna maagineetiifi raadiyoo weevii fayyadamnu Adda nuuf baasu jechuudha.
Egaa meeshaan Kun magneetii waan fayyadamuuf sibilootni qaama keenyarra yoo jiraatan tajaajila isaa argachuun dhorgaadha. Ilkaan Implant irra tolfamus sibiila yoo taheyyuu, sibilootni/Albuudotnibl nuti fayyadamnu 'non ferromagnetic 'jalatti Kan ramadaman waan taheef tajaajiilli MRI yoo isin barbaachise Kan hin dhorkamne/safe/ waan taheef Filanoonnkeessan Dr. Nasis Speciality Dental Clinic haatahu Jenna.
Teessoon BooleeBulbulaa 93 Mazoriyaa Jambooroo real estate cinaa.
Magaala tulluboolloo
0911279764
0913446098

07/03/2026

zirconium teeth
Zirconium teeth (zirconia crowns) are premium, metal-free dental restorations made from zirconium dioxide, a biocompatible, white ceramic material. Known for extreme strength, durability, and natural light transmission, they are ideal for both front and back teeth. They prevent gum discoloration and are resistant to biting pressure.

They are boi compatible that we can use for a bridge, a veneer, implants and aesthetically yield maximum results.
Here is a case scenario at Dr. Nasis Speciality Dental Clinic
Dr. Nasis N. Entele

03/03/2026
27/02/2026

Smile is beauty and confidence

tranisformation


📍bole bulbula 93 mazoriya
Dr. Nasis Speciality Dental Clinic

20/02/2026

የጥርስ ህክምና ከጥንት ጀምሮ ስከናወን የ መጣ ስሆን: በአሁኑ ግዜ ዘመኑ በፈራ ተክኖሎጂ በመታገዝ: ልምድ በከበቱ ሐክሞች እነ ዝርኮኒያ ና እምፕላን የመሳሰሉ ትን ኣርቴፍሻል ጥርሶች እየሠራን እንገኛለን ::
አድራሻ :ቦሌ ቡልቡላ 93 ማዞሪያ
0911279764/0913446098

Dental practices have a long rooted history that , has evolved from simple drilling and excavation of caries tooth to treating with highly sophisticated technologies like RCT, implant , envisilign, zirconium bridges emax veneering etc. Where all the alternative treatments are available at our clinics at their best qualities !
📍Bole bulbula 93 mazoria Rifenti bldg ground floor.
🤳 +251911279764
Dr. Nasis Speciality Dental Clinic
Jaleli Sutuma

16/02/2026

Yeroo tokko tokko ilkan erga buqqa'ee booda, guyyaa 2 hanga 3 keessatti dhukkubbii hamaan nama mudachuu dandaya. Yeroo akkasi dhukkabsatootni waan hundeen ilkaanii citee hafe itti fakkaachuu dandaya. Garuual tokko tokko wanti Dry Socket jedhamu ni jira.
'Dry socket' jechuun bakka ilkaan buqqa'e sana yoo dhiignii ititee guutuu baate, ykn erga ititee booda keessa bahee, lafeen fi narviin ilkaanii alatti bahuun waan saaxilamuuf dhukkubbii hamaan nutti dhagaahamu dandaya. Wanti akkasii yoo isin mudate furmaani isaa kilinika keenya jira. Nasis N. Entele .Jaleli sutuma
Dr. Nasis Speciality Dental Clinic

11/02/2026

Qaamota qabnu keessaa kan Lubbuu dhabee nu tajaajilu Ilkaan keenya qofa. Ilkaan baakteriyaan ykn balaa addaa addaatin miidhame waldhaaansa RCT /root canal treatment / jedhamuun narvii isaa, dhiheessaa sirna dhiigaa isaa, akkasumas lymphatic system jechuunis /sirna dhibee ofirra dhorganiifi xuraawaa qulquulleessan/ keessaa baasuun ykn ilkaanicha 'ajjeesuun' garuummoo deebi'ee akka nu tajaajilu gochuu jechuudha. Garuummoo yeroo waldhaansi kun godhamu of eeggannoon hin godhamu taanaan miidhaan inni qaqqabsiisus akkasuma balaafamaadha! Filannoon keessan klinikoota Dr. Nasis Speciality Dental Clinic haa tahu.

07/02/2026

Foolii Afaanii Badaan walitti dhufeenya hawaasummaa keenyaafi ofitti amantummaa keenya miidhurra darbee, malattoo fayyaa dhabuu akka ta'e namootni baayyeen quba hin qaban. Maddi foolii Afaanii badaan garri caalu afaanuma keenya keessa yoo ta'u muraasni isaanii garuu rakkoo fayyaa keesso tahuu danda'u. Sababootni afaan keessaa maddu, ilkaan kaanya samunaa ilkaanii filoraayidii of keessaa qabuun (flauridated tooth paste) dhiqachuu dhiisuu, arraba keenyaa qulqulleesuu dhiisu, dhuukkuba irgaa, gogiinsa afaanii, tanboo xuuxuu, nyaata qullubbii adii ofkeessa qabu soorachuu, likaan boollatee hin waldhanamiin qabaachuufi kkf yoo ta'an
Rakkoo fayyaa keesso waliin walqabatan ammooo, dhukkuba garaachaa, dhukkuba tiruu, dhukkuba kalee , dhukkuboota hargansuu waliin walqabatan keessa isaan muraasa.
Rakkoon akkasii yoo isin mudate, gara kilinikoota keenyatti goruu hin dagatinaa!

Teessoon Finfinnee Boolee Bulbulaafi
Magaala Tulluboolloti
0911279764/091 3446098. Dr. Nasis Speciality Dental Clinic

05/02/2026

ijoolleen Harma Haadhaa hodhanii guddatan kan Aannan 'Xaasaa' ykn formulaa dhuganii guddatan caalaa bareedoo ykn miidhagoodha. Fayyaan isaanillen akkasuma ni caala.

01/02/2026

Yaalli ilkaanii seenaa ilma namaa keessatti yoom jalqabe? Biyya kam fa'a keessatti shaakalliin yaala ilkanii dur dur jalqabe? Bifa kamiin ammoo yaalamaa ture.
Mee viidiyoo kana caqasa ! Share gochuu hin dagatinaa

Address

Addis Ababa

Telephone

+251913446098

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Nasis Speciality Dental Clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram