Dr Sherafadin Gebi Tafa

Dr Sherafadin Gebi Tafa Harkaa nyaatee harka nyaatee !!

25/09/2022

KILIINIKA G/G BIILAA

Tajaajiloota HORMAATAA, ULFAAFI GADAAMESSAAn wolqabatan Kilinika BIILAA-tti Ispeeshaalistii Woldhaansa Gadaamessaafi Ulfaatiin kennaa jirru keessaa:

☆ Qorannoo dhala-dhabuu fi gorsa filannowwan furmaata jiruu.
☆ Qorannoofi hordoffii Ulfaa
☆ Tajaajila deessisuu
☆ Qorannoo Kaansarii Fiixxee Gadaamessaa
☆ Qorannooleefi fala xannachoota, iitaalee garagaraa Gadaamessaaf Ovaarii irratti bahanii
☆ Qorannoofi yaala rakkoolee marsaa xurii laguu (dugdaan) wolqabatanii
☆ Tajaajilafi gorsa qusannaa maatii
☆ Qorannoofi yaala dhukkuboota saalqunnamtiin daddarbanii (dhukkuba dhiiraa)
☆ Tajaajila gorsaa, qorannoo woligalaa, fi woldhaansa gadaamessaafi qaamota hormaataa!
---

---
: keenya magaalaa
Shaashamannee, Ganda 01, Daandii guddaa gara Baalee baasu Gamoo Raadiyoo Fana gama irratti argamna.

Odeeffannoo dabalataaf laakkofsa bilbilaa 0916014725/0906380000 irratti bilbiluun argachuu dandeessu.

Kilinika G/G Biilaa!

Dilbatas/sanbata guddas dabalate tajaajia sa'aa 24 kennaa jirra.

Kaayyoon keenya tajaajila qulqullinna qabu hawaasa keenyaaf dhiheessuudha!

Kilinika G/G Biilaa ( Dr. Nuuraddiin Lukee)

Address

Addis Ababa
41

Opening Hours

09:00 - 17:00

Telephone

+251941848177

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Sherafadin Gebi Tafa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category