Ebisa Meseret Duguma

Ebisa Meseret Duguma Galma kankee Yoo dagatte,
Eenyummaakee yoo lagatte? Hireekeetu maseena
Abdiikeetu qilee seena. Jirma itti hirkattu dhabda. Ebisa πŸ₯°

Bakka hin beekne dhaqxa
Mana warra gumaatti maqxa
Maalummaakee of wallaalta
Namummaakee kee of awwaalta.
,..

'Taltallee bishaan AmbooQilleensatu kaachisaa................. '    itti guutaa!   πŸ“· man  Chalchisa Gelan
07/08/2025

'Taltallee bishaan Amboo
Qilleensatu kaachisaa................. '
itti guutaa!
πŸ“· man Chalchisa Gelan

my work In the beginning God you make me successful!              Coming Soon
03/08/2025

my work In the beginning God you make me successful!

Coming Soon

02/08/2025

Biqiltuu an dheengadda dhaabe kolidariin irra ba'e😒

Ijoollee Ollaa shukuteeWarra karaan taraaraaKan cillimo kutee dhufeGabareen si maaraa   ✍️  Abdii Tolasaa
12/07/2025

Ijoollee Ollaa shukutee
Warra karaan taraaraa
Kan cillimo kutee dhufe
Gabareen si maaraa


✍️ Abdii Tolasaa

MomπŸ’š
10/07/2025

MomπŸ’š

Google pixel 4xlLMC 8.4+XML πŸŒˆπŸŒ„πŸŒ΄Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨
19/06/2025

Google pixel 4xl
LMC 8.4+XML πŸŒˆπŸŒ„πŸŒ΄
Γ‰dit : LrπŸ–ŒοΈπŸŽ¨

Rakkoo mara darbiteeGa'uudhaf bakka guddaa Dhokfadhu iccitii kee Hin himatiin waan hundaa ~Ejjennoo jabeessuudhaaKan gal...
12/06/2025

Rakkoo mara darbitee
Ga'uudhaf bakka guddaa
Dhokfadhu iccitii kee
Hin himatiin waan hundaa
~
Ejjennoo jabeessuudhaa
Kan galma keen si ga'uu
Dhufee sitti fakkeesseef
Namni hunduu firan ta'uu
~
Imala kee beekkadhuu
Adeemi suuta suutaa
Ilaallachaa ejjedhuu
Bineensa afaan buutaa
~
Galma kankee ni geessaa
Hin adeemiin caraanaa
Qoraattin dhoqqee keessaa
Eeggadhu si waraanaa.......!

Walaloo itti yaadamee Bareefaamedha
✍ Hero Meseret Duguma Hmd .

Bashiin goodaa bal'oodhaFardeentu keessa guulaaDhiirri magaala qal'oodhaSorooroo nyaarrii kuulaa!Hero Meseret Duguma Hmd...
03/10/2023

Bashiin goodaa bal'oodha
Fardeentu keessa guulaa
Dhiirri magaala qal'oodha
Sorooroo nyaarrii kuulaa!

Hero Meseret Duguma Hmd addme

Address

Abuna Gindabart
Addis Ababa

Telephone

+251918146823

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Ebisa Meseret Duguma posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram