Dr. Taammiruu Abarraa

Dr. Taammiruu Abarraa Toora gorsa waa'een fayyaa keenyaa, dhukkuboota garagaraa fi maloota ittisa isaani itti darbuudha.

Dr. Taammiruu Abarraa is an esteemed physician who has dedicated his career to improving healthcare through telemedicine. Dr. Taammiruu is well-equipped to provide quality medical care to his patients via social media, as he has a strong background in general medicine and a passion for internal medicine. With a focus on serving the Afaan Oromoo speaking community, he has created a page to

share telemedicine updates, information, and insights. Dr. Taammiruu, who has been a General practitioner for around four years and is currently enrolled in an Internal Medicine Specialty program at Ambo Referral Hospital University, brings a wealth of knowledge and expertise to his telemedicine practice. Dr. Taammiruu Abarraa can be found on Facebook, where he posts about medical practices such as remote care, disease awareness, and prevention. NOTICE:
Our page is intended for informational purposes only and does not provide medical diagnosis, or treatment. If you have a medical emergency, please call your healthcare provider or emergency services immediately.

Dhukkuba Maariyyee Jaldeessaa (Mpox)Dhukkubni Maariyyee Jaldeessaa maali?• Dhukkubni kun Vaayiresii "Mpox virus'jedhamuu...
15/06/2025

Dhukkuba Maariyyee Jaldeessaa (Mpox)

Dhukkubni Maariyyee Jaldeessaa maali?

• Dhukkubni kun Vaayiresii "Mpox virus'
jedhamuun kan dhufuufi namarraa
namatti akkasumas beelladoota irraa gara namaatti kan daddarbudha.
Dhukkubni kun nama kamiyyuu miidhuu kan danda'udha.

Mallattooleen dhukkubichaa maal fa'i?
• Namni dhukkuba Kanaan qabame mallattoo agarsiisuuf guyyoota 5-21 fudhachuuu danda'a. Mallattooleen namoota dhukkuba kanaan qabaman irratti mullachuu dandayan :
• Gubaa qaamaa
• Dhukkubbii mataa
• Dhukkubbii dugdaa fi maashaa
• Dhita'uu xannachaa
• Miira Dadhaabbii/dadhabsiisuu
• Shiftoo qaamaa dhukkubbii cimaa qabu ta'ee ho'inni qaamaa eegalee guyyaa 1-3 keessatti fuulaa irraa eegalee gara kutaa qaamaa birootti
babal'achuu danda'a.

Karaaleen daddarba isaa akkamitti?
Dhukkubni maariyyee Jaldeessaa karaalee adda addaa daddarbuu danda'a. Isaanis:
• Nama dhukkuba kanaan qabame waliin tuttuqaatii taasifamu. Kunis dhangala'aa qaama keessaa ba'u tuttuquu, tuttuqaatii qaamaa taasifamu, harka wal-qabachuu, fi meeshaalee adda addaa fi huccuuwwan faalamaniin

• Haadharraa gara daa'imaatti yeroo ulfaa ykn dahumsa booda tuttuqaatii taasitamuun.
• Dhukkubichaan bineeldota qabaman waliin tuttuqaatii taasifamu jechuunis madaa keessaa dhangala'aa bahu tuquu fi foon sirriitti hin bilchaanne fayyadamuunis ni daddarba.

Dhukkuba maariyyee Jaldeessaa akkamitti ittisuu dandeenyaa?

• Namoota dhuukkubichaan qabaman yookiin shakkaman fi bineeldota dhukkubsatan tuttuquu dhiisuu fi irraa of eeggachuu,

• Tuttuuqaatiïin yoo uumame harka bishaanii fi saamunaan sirriitti dhiqachuu.

• Nama dhukkubsate waliin meeshaalee garagaraa fayyadamuu dhiisuu.
• Nyaata bu'aalee bineeldotaa sirritti bilcheessuun fayyadamuu.

• Meeshaalee fi bakkeewwan dhukkubsataan tuttuqaman/faalaman qulqulleessuu,
• Yeroo kunuunsa Shakkamaa/dhukkubsataa Maaskii afaanii fi funyaanii fayyadamuu
• Talaalli dhukkubichaa fudhachuu.
• Namoota dhukkubsatan ykn shakkaman kophaatti adda baasuu, fi Of-eeggannoodhaan dafanii yaalamuun barbaachisaadha.

ኤም ፖክስ ____________◾ምንነቱ! አጠቃላይ እውነታዎች!ኤም ፖክስ በሽታ በዝንጀሮ በጂነስ ኦርቶፖክስ ቫይረስ የሚመጣ ተላላፊ በሽታ ሲሆን በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር በአካል ንክኪ ወይም...
27/05/2025

ኤም ፖክስ

____________

◾ምንነቱ! አጠቃላይ እውነታዎች!

ኤም ፖክስ በሽታ በዝንጀሮ በጂነስ ኦርቶፖክስ ቫይረስ የሚመጣ ተላላፊ በሽታ ሲሆን በበሽታው ከተያዘ ሰው ጋር በአካል ንክኪ ወይም በበሽታው ከተያዙ እንስሳት ወደ ሰው ሊተላለፍ እና በወረርሽኝ መልክ ሊከሰት የሚችል በሽታ ነው፡፡

◾የበሽታው ታሪካዊ ዳራ

የኤም ፖክስ ቫይረስ በዴንማርክ (1958) በዝንጀሮዎች ውስጥ የተገኘ ሲሆን ለመጀመሪያ ጊዜ በሰው ልጅ ላይ የተገኘው በዲሞክራቲክ ሪፐብሊክ ኮንጎ ነው፡፡ በቫይረሱ ለመጀመሪያ ጊዜ የተያዘው የዘጠኝ ወር ህጻን ነው፡፡ እ.ኤ.አ. በ1980 የፈንጣጣ በሽታን ማጥፋት እና የፈንጣጣ ክትባት በአለም አቀፍ ደረጃ ማብቃቱን ተከትሎ ኤም ፖክስ በመካከለኛው፣ ምስራቅ እና ምዕራብ አፍሪካ ያለማቋረጥ ብቅ እያለ ይገኛል። በ2022-2023 ዓለም አቀፍ ወረርሽኝ ተከስቷል። እንደ ሽኮኮዎች እና ጦጣዎች ያሉ የተለያዩ ትናንሽ አጥቢ እንስሳት ለበሽታው የተጋለጡ ናቸው፡፡

ከ1970 በኋላ የኤም ፖክስ በሽታ በመካከለኛው እና ምስራቅ አፍሪካ (ክላድ I) እና በምዕራብ አፍሪካ (ክላድ II) አልፎ አልፎ ተከስቷል። እ.ኤ.አ. በ 2003 በዩናይትድ ስቴትስ ኦፍ አሜሪካ የተከሰተው ወረርሽኝ ከውጭ ከሚገቡ የዱር እንስሳት (ክላድ II) ጋር የተያያዘ ነበር፡፡ ከ2005 ጀምሮ በዲሞክራቲክ ሪፐብሊክ ኮንጎ በየዓመቱ በሺዎች የሚቆጠሩ የተጠረጠሩ ህሙማን ሪፖርት ይደረጋሉ።

እ.ኤ.አ. በ 2017፣ የኤም ፖክስ በሽታ በናይጄሪያ እንደገና ብቅ አለ እና በመላ አገሪቱ እና ወደ ሌሎች መዳረሻዎች በሚጓዙ ሰዎች መካከል ተስፋፍቷል። እ.ኤ.አ. በ 2022 በ Clade I MPXV ምክንያት የኤም ፖክስ ወረርሽኝ በሱዳን ሪፐብሊክ ውስጥ በሚገኙ የስደተኞች ካምፖች ውስጥ ተከስቷል፡፡

◾የበሽታው ምልክቶች

ኤም ፖክስ በሽታ ቫይረሱ ካለባቸው ግለሰቦች ጋር ንክኪ ያለው ሰው የሚከተሉት ምልክቶች በሚታዩበት ወቅት ማለትም ሽፍታ፣ ሳል፣ ትኩሳት፣ የራስ ምታት፣ የእጢ እብጠት፣ የቆዳ ቁስለትና ድካም፣ የጡንቻና የጀርባ ህመም ሲያስተውል በአፋጣኝ ወደ ጤና ተቋማት በመሄድ ተገቢውን የምርመራና ህክምና አገልግሎት ማግኘት ይኖርበታል።

◾መከላከያ መንገዶች

ከላይ የተገለፁት ምልክቶች ባሉባቸው ታማሚዎች አካባቢ የአፍና የአፍንጫ መሸፈኛዎችን በመጠቀም፥ የኤም ፖክስ መሰል ሽፍታ የሚታይባቸው ሰዎች ጋር ባለመነካካት እና ታማሚዎቹ የተጠቀሙባቸውን ቁሳቁሶች፣ አልባሳትና መኝታ በአግባቡ ሳያጸዱ ባለመጠቀም፣ የግል እና የእጅ ንፅህና በመጠበቅና ተገቢውን ጥንቃቄ በማድረግ መከላከል ይቻላል።

በሽታው በቀጥታ ከሰው ወደ ሰው በንክኪ የሚተላለፍ እንደመሆኑ መጠን ከላይ የተጠቀሱትን ምልክቶች የሚያሳይ ማንኛዉም ሰዉ በሚገኝበት ጊዜ በአቅራቢያ ወደሚገኝ የጤና ተቋም ሪፖርት እንዲያደርግ ወይም በ952 እና 8335 ነጻ የስልክ መስመር ጥቆማ ማድረግ ይጠበቅበታል፡፡

27/05/2025
Baga Ayyaana Qillee geessan!Happy Christmas!
07/01/2025

Baga Ayyaana Qillee geessan!
Happy Christmas!

Dhukkuba dhiibbaa dhiigaa addunyaa irratti===========================-Dhiibbaan dhiigaa addunyaa guutuutti kan babal’ate...
15/12/2024

Dhukkuba dhiibbaa dhiigaa addunyaa irratti
===========================

-Dhiibbaan dhiigaa addunyaa guutuutti kan babal’ate yoo ta’u, gara fuulduraattis babal’ata jedhamee eegama.

-Akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Hagayya 19, 2013 ibsutti yeroo ammaa addunyaa irratti namoonni biiliyoona 1.28 dhiibbaa dhiigaa akka qaban tilmaamameera.
-Isaan keessaa %46 dhiibbaa dhiigaa akka qaban hin beekan
-Gara %42 yaala dhiibbaa dhiigaa argachaa jiru.

Namoota yaala dhiibbaa dhiigaa argatan keessaa %21 ol dhiibbaa dhiigaa qaba
Dhukkubsattoonni dhiibbaa dhiigaa harki caalaan (%65 ol) biyyoota galii giddu galeessaa fi gadi aanaa qaban keessatti argamu.
Biyyoota guddatan keessatti baay’inni dhiibbaa dhiigaa %24, biyyoota guddachaa jiran keessattuu biyyoota akka Afrikaa keessatti ammoo %80 akka dabalu tilmaamameera.

Kanaaf Qorannoo fayyaa waliigalaa gochuun duursiinee xaxaa dhibee hambisuuf nu fayyada

Fayyaa hin dhabina!!

Dr. Taammiruu

የደም ግፊት ሕመም በዓለም==============  -ከፍተኛ የደም ግፊት በዓለም በስፋት ያለ ሲሆን ወደፊትም ይበልጥ ይስፋፋል ተብሎ ይገመታል፡፡  -በዓለም ጤና ድርጅት ነሐሴ 19 ቀን 201...
15/12/2024

የደም ግፊት ሕመም በዓለም
==============

-ከፍተኛ የደም ግፊት በዓለም በስፋት ያለ ሲሆን ወደፊትም ይበልጥ ይስፋፋል ተብሎ ይገመታል፡፡
-በዓለም ጤና ድርጅት ነሐሴ 19 ቀን 2013 ዓ/ም በዓለማችን ላይ በአሁኑ ጊዜ 1.28 ቢሉዮን ግለሰቦች የደም ግፊት
-አለባቸው ተብሎ ይገመታል፡፡
-ከነዚህም ውስጥ 46% ያህሉ የደም ግፊት እንዳለባቸው አያውቁም
-ከነዚህም ውስጥ 46% ያህሉ የደም ግፊት እንዳለባቸው አያውቁም
42% ያህል የደም ግፊት ሕክምና እያገኙ ነው፡፡
-የደም ግፊት ሕክምና ከሚያገኙት መካከል ከ21% በላይ ግለሰቦች የደም ግፊታቸው በሚገባ ተቆጣ
-አብዛኛው የደም ግፊት ታማሚ (ከ65% በላይ) የሚገኘው መካከለኛና ዝቅተኛ ገቢ እና ኢኮኖሚ ባላቸው አገሮች ውስጥ ነው፡፡
-የደም ግፊት ሕመም ስርጭት በአደጉት ሀገሮት 24% ሲያድግ በታዳጊ ሃገሮች በተለይም እንደ አፍሪካ ባሉት ሀገሮች በ80% ያድጋል ተብሎ ይገመታል፡፡

  =============  - Guyyaatti bishaan baalli 20 (liitira 200) calaluu  - Summii fi asiidii bifa fincaaniitiin qaama keeny...
14/12/2024


=============
- Guyyaatti bishaan baalli 20 (liitira 200) calaluu
- Summii fi asiidii bifa fincaaniitiin qaama keenya keessaa ni balleessa
- ni to'ata
- Hamma soogidda qaama keenya keessa jiru ni to'ata
- Kaalsiyeemii fi fosfeetii qaama keenya keessa jiru to'achu
- Lafee keenya fayya qabeessa taasisa
- Walhormaata seelii dhiiga diimaa ni to'ata

================================
Malli ittisaa ijoo adda adda yoo ta’u, kunis dhukkuboota Kalee, dhukkuboota onnee fi ujummoolee dhiigaa kanaan walqabatan ittisuu keessatti bu’a qabeessa ta’uun isaanii mirkanaa’eera.
- :- Dhiibbaan dhiigaa sirreeffame dadhabina tiruu ittisa/harkifachiisa
- Pirootiinii fincaanii hir’isuu (qoricha dhiibbaa dhiigaa fi pirootiinii fincaanii gadi buusu fayyadamuu) .
-Nyaata keessatti soogidda hir'isuu
- Sukkaaraa fi cooma (kolestroolii) sirreessuu.
- Sigaaraa xuuxuu dhiisuu
- Ispoortii hojjechuu
- Ulfaatina qaamaa sirreessuu

Fayyaa Hin Dhabina!!
✍️Dr. Taammiruu

 =========  -በየቀኑ 20 ባሊ (200 ሊትር) ውሃ ያጣራል  -ከሰውነታችን መርዛማ ነገሮች እና አሲድ በሽንት መልክ ያስወግዳል  -  ይቆጣጠራል  -የሰውነታችንን የጨው መጠን ይቆጣጠራ...
14/12/2024


=========
-በየቀኑ 20 ባሊ (200 ሊትር) ውሃ ያጣራል
-ከሰውነታችን መርዛማ ነገሮች እና አሲድ በሽንት መልክ ያስወግዳል
- ይቆጣጠራል
-የሰውነታችንን የጨው መጠን ይቆጣጠራል
-በሰውነታችን ውስጥ ያለውን ካልሲየም እና ፎስፌት በመቆጣጠር
-የአጥንታችን ጤንነት የተጠበቀ እንዲሆን ያደርጋል
-የቀይ የደም ሴል መራባትን ይቆጣጠራል


===========================
ዋና ዋናዎቹ የመከላከያ መንገዶች የተለያዩ ሲሆኑ እነዚህም የኩላሊትና ተያያዥነት ያለውን የልብና የደም ስር ህመሞች በመከላከል በኩል ውጤታማነታቸው የተረጋገጠ ነው፡፡

- ማስተካከል፡- የተስተካከለ የደም ግፊት የኩላሊትንድክመት ይከለከላል/ይዘገያል
-የሽንት ፕሮቲንን መቀነስ (የደም ግፊትንና የሽንት ፕሮቲን የሚቀንሱ መድሃኒቶች በመጠቀም)
-በምግብ ላይ
-ስኳርንና ቅባትን (ኮሊስትሮል) ማስተካከል
-ሲጋራ አለማጨስ
-ስፖርት መስራት
- የሰውነት ክብደትን ማስተካከል

ጤና ይስጣችሁ!!
✍️ ዶ/ር ታምሩ

Oduu Gammachiisaa================Qorichi haaraan   jedhamu yaala ittisa HIV/AIDS'f  milkaa'uu isaa qorattoonni beeksisan...
04/12/2024

Oduu Gammachiisaa
================

Qorichi haaraan jedhamu yaala ittisa HIV/AIDS'f milkaa'uu isaa qorattoonni beeksisaniiru. Dhaabbata qoricha Ameerikaa Giil’aad jedhamu tokkoon kan hojjetame qorichi kun waggaatti al lama bifa qoricha lilmootiin kan kennamu yoo ta’u, dhibbeentaa 100 bu’a qabeessa ta’a jedhameera.

Some pain and tragedy are hard to put into words ❗😔
21/11/2024

Some pain and tragedy are hard to put into words ❗😔

  Tips ||Amharic================================_በአነስተኛ መጠን የታሸጉ ምግቦችን መመገብ ልብህንና ኩላሊትህን በመጠበቅ ያለ ዕድሜህ የመሞት አጋጣሚህን ይቀንሳል...
24/10/2024

Tips ||Amharic
================================

_በአነስተኛ መጠን የታሸጉ ምግቦችን መመገብ ልብህንና ኩላሊትህን በመጠበቅ ያለ ዕድሜህ የመሞት አጋጣሚህን ይቀንሳል።

-ጨው በአነስተኛ መጠን በመመገብ ረዘም ላለ ጊዜ ኑር!

-ለአዋቂዎች WHO በቀን ከ 2000 ሚሊግራም በታች ሶዲየም (ይህም ከ 5 ግራም በታች በቀን ጨው (ከሻይ ማንኪያ በታች)) እንዲመገብ ይመክራል።

-የሚበላው ጨው ሁሉ በአዮዲን የተጠናከረ መሆን አለበት፣ይህም በፅንሱ እና በልጅ ጤናማ የአንጎል እድገት እና በአጠቃላይ የሰዎችን አእምሮአዊ ተግባርን ለማመቻቸት አስፈላጊ ነው።

-ሶዲየም ፕላዝማ መጠንን፣ አሲድ-ቤዝ ሚዛንን፣ የነርቭ ግፊትን ማስተላለፍ እና የተለመደ የሴል ተግባርን ለመጠበቅ አስፈላጊ ነው።

-በአመጋገብ ውስጥ የሶዲየም ፍጆታን የሚያበረታቱ ዋና አስተዋጽኦዎች በባህላዊው ሁኔታ እና በህዝቡ የአመጋገብ ልማዶች ይወሰናሉ።

-ሶዲየም በተፈጥሮው በተለያዩ ምግቦች ውስጥ ይገኛል፣እንደ ወተት፣ስጋ እና የባህር ውስጥ ፍጥረታት። ብዙውን ጊዜ በተሰራ ምግብ ውስጥ እንደ ዳቦ፣ የተሰራ ስጋ እና የመክሰስ ምግቦች እንዲሁም በቅመሞች (ለምሳሌ፣ በጥራጥሬ እና በዓሳ ውስጥ) ከፍተኛ መጠን ያለው ይገኛል።

-ከመጠን ያለፈ ሶዲየም እንደ ደም ግፊት መጨመር ያሉ የጤና መዘዞች ከመሳሰሉት ጉዳቶች ጋር የተያያዘ ነው ።

©️ ዶ/ር ታምሩ
ጤና ሀብት ነው!!!

Guyyaatti   Fal'aana shayii tokkoo gadi nyaachuun carraa dhukkuba onneetiin qabamuu hir'isuu danda'a. Nyaata soogidda xi...
14/10/2024

Guyyaatti Fal'aana shayii tokkoo gadi nyaachuun carraa dhukkuba onneetiin qabamuu hir'isuu danda'a.
Nyaata soogidda xiqqaa qabuun fayyaa keessan eegaadha!

Address

Addis Ababa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Taammiruu Abarraa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Taammiruu Abarraa:

Share