Dr.Yom Bashana

Dr.Yom Bashana Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr.Yom Bashana, Doctor, Addis Ababa, Addis Ababa.

Vaayireesii "marburg" jedhamu kun amma biyya keenyaaf mata-dhukkubbii hamaa kan ta'e,yeroo darbe akkuma jinkaatti mul'at...
23/11/2025

Vaayireesii "marburg" jedhamu kun amma biyya keenyaaf mata-dhukkubbii hamaa kan ta'e,yeroo darbe akkuma jinkaatti mul'ate ammas iddoo tokko tokkootti mul'achaa jira.
hawaasni keenyi ammallee ofeeggannoo gochuu akka qabu dhaamsa kooti.
Hub:Kooronaa vaayireesii ol ajjeessaa akka ta'e dagatamuu hin qabu.
Mallattoolee, karaa daddarbiinsa fi akkamiitti akka yaalamu baruu yoo barbadan link kana gadi jiru cuqasuun Yotube irraa argachuu dandeessu.
https://shorturl.at/dYPuG

dhibeen sukkaaraa jamummaa ijaa(blindness),non-traumatic limb amputation(Lukti cituu),kalee miidhuu,rakkina onnee, dhiib...
02/11/2025

dhibeen sukkaaraa jamummaa ijaa(blindness),non-traumatic limb amputation(Lukti cituu),kalee miidhuu,rakkina onnee, dhiibbaa dhiigaa,koolesterolii,istirookii fi kan kana fakkaataniif nu saaxiluu danda'a.
kanaaf
1.sukkaarri keenyi olka'aadha yoo ta'e sirriitti hordooffii haa goonu!
2.Yoo hamma sukkaaraa keenyaa hin beeknu yoo ta'e dursinee qorannoo haa goonu!
namoonni dursaanii qorannoo sukkaraaf gochuu qaban namoota akkamiitti kan jedhu youtube irraa link gadi jiru cuqaasuun argattu!

https://shorturl.at/dug6Q

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA!

mallattoolee dhukkuba sukkaraa1.Baay'ee dheeboosuu2.Fincaan kan duri irra baay'achuu3.Baay'ee beeleesuu4.Dadhabbii hamaa...
01/11/2025

mallattoolee dhukkuba sukkaraa
1.Baay'ee dheeboosuu
2.Fincaan kan duri irra baay'achuu
3.Baay'ee beeleesuu
4.Dadhabbii hamaa
5.Infeekshiniin irra deddebiin hubamuu
6.ulfaatina hir'isuu

Hubachiisa= Dhibeen sukkaaraa gosa 2ffaa homaa mallaattoo utuu hin argiisisin nu miidhaa nu waliin jiraachuu danda'a.kanaaf dursinee qorannoo haa goonu!

Dhangala'aa karaa qaama saalaa dhiiraa fi dubraa bahuuf yeroo kamuu maal na dhibe jechuu hin qabdan!sababni isaa hamma d...
30/10/2025

Dhangala'aa karaa qaama saalaa dhiiraa fi dubraa bahuuf yeroo kamuu maal na dhibe jechuu hin qabdan!
sababni isaa hamma dhala dhabuutti isin geesisuu danda'a.

mallattoo akkasii warri qabdan waa'eesaa sirriitti baruu yoo feetan link kana gadii tuquun YouTube irraa argachuu dandeessu.Yoo qaaman yaalamuu barbaadan immoo
Finfinnee
asco addis sefer
Dembal clinic qaaman dhufuu dandeessu.
Beelama qabachuuf lakkoofsa armaan gadii irraatti bilbiluu dandeessu.
0967833567/ 0929232205
Kilinika G/G Dambaal

https://shorturl.at/Hy40u

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.

Mala itti ulfaaf marfee ji'a sadii fudhachuuf yoo karorsittan:-- >*Marsaa laguu irra yoo taatan gaariidha.Sababni isaa m...
06/09/2025

Mala itti ulfaaf marfee ji'a sadii fudhachuuf yoo karorsittan:--
>*Marsaa laguu irra yoo taatan gaariidha.
Sababni isaa marfee kana erga fudhatanii hojii qaama keessan keessatti jalqabuuf guyyaa torba(7) fudhachuu danda'a.

Icciitii guddoo gaafa mana Yaalaa deemtan ofiifis ta'e nama fuutanii wantoota isin beekuu qabdan link kana gadi jiru tuq...
26/08/2025

Icciitii guddoo gaafa mana Yaalaa deemtan ofiifis ta'e nama fuutanii wantoota isin beekuu qabdan link kana gadi jiru tuquun YouTube irraa argattu.

https://url-shortener.me/3Q48

Hir'inni dhiigaaf maaltu nu saaxila?Akkasumas akkammiitti yaaluu fi ittuu dandeenya kan jedhuLink kana gadi jiru cuqqasu...
05/05/2025

Hir'inni dhiigaaf maaltu nu saaxila?
Akkasumas akkammiitti yaaluu fi ittuu dandeenya kan jedhu
Link kana gadi jiru cuqqasuun argachuu dandeessu!

https://shorturl.at/WTgKs

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.

Namoonni waa'ee qoricha rifeensa biqilchuu(minoxidil) faayidasaa,miidhaa isaa,kamtu immoo orijiinala akka ta'e ,akkasuma...
15/04/2025

Namoonni waa'ee qoricha rifeensa biqilchuu(minoxidil) faayidasaa,miidhaa isaa,kamtu immoo orijiinala akka ta'e ,akkasumas akkamiitti fayyadamuu akka qabnu baruu barbaadan,
link kana gadi jiru tuquun argachuu dandeessu.

https://shorturl.at/ZPbao

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.

Fayyaa keenya eeggachuuf jireenya guyyaa guyyaa keessaatti maal gochuu qabna? Link kana gadi jiruun youtube irraa argach...
08/04/2025

Fayyaa keenya eeggachuuf jireenya guyyaa guyyaa keessaatti maal gochuu qabna? Link kana gadi jiruun youtube irraa argachuu dandeessu.

https://shorturl.at/koOB9

Addunyaa kanarraattti namoonni parsantii 50 ta'an hir'ina vitamin D qabu.tarii hir'ina hir'ina vitamin D yoo qabate kara...
31/03/2025

Addunyaa kanarraattti namoonni parsantii 50 ta'an hir'ina vitamin D qabu.tarii hir'ina hir'ina vitamin D yoo qabate karaa link kana gadi jiruu baruu dandeessa.

https://shorturl.at/ahfPh
FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA!
Galatoomaa

Dogogora waa'ee kintaarootii hawaasa jiru baruuf link kana gadi jiru cuqaasaa!    https://shorturl.at/BRnET  FAYYAAN KEE...
26/03/2025

Dogogora waa'ee kintaarootii hawaasa jiru baruuf link kana gadi jiru cuqaasaa!

https://shorturl.at/BRnET

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA.
Fayyaa hin dhabinaa!

Mala ittisa ulfaa hatatamaa(arifichisaa) keessa tokko kan ta'e,Kininiin sa'aa 72 keessaatti walqunnamtii saalaa booda ul...
19/03/2025

Mala ittisa ulfaa hatatamaa(arifichisaa) keessa tokko kan ta'e,Kininiin sa'aa 72 keessaatti walqunnamtii saalaa booda ulfa ittisuuf fudhatamu ykn post pill jedhamuun kan beekamu dubartoonni heerumtanis kan hin heerumnes waa'ee isaa sirriitti beekuu qabdu.Fknf
1.Akkamiitti hojjeta?
2.sa'a meeqa keessaatti yoo fudhanne carraan ulfa ittisuu gaarii ta'a?
3.Dogoggorri hawaasa keessa jiru waa'ee post pill irraatti maal fa'i?
4.ji'a tokko keessaatti,waggaa tokko keessatti si'a meeqa fayyadamuu dandeenya?
5.Erga post pill liqimsinee walqunnamtii saalaa yoo qabanne ulfa ittisa moo hin ittisu?
6.Post pili fi miidhaa isaa
gutummaa guututti link kana gadi jiru cuqasuun Yotube irraa argachuu dandeessu

https://shorturl.at/jSiIv

FAYYAAN KEENYI QABEENYA KEENYA ISA GUDDAADHA!

Address

Addis Ababa
Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.Yom Bashana posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category