Dr. Iftu

Dr. Iftu Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr. Iftu, Doctor, Addis Ababa.

Dhiirti_maalif_dubartii_uďduu_guddaa_qabdu_barbaaddi?👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=61582641682908°°°°°°°°°°°...
21/10/2025

Dhiirti_maalif_dubartii_uďduu_guddaa_qabdu_barbaaddi?👉 https://www.facebook.com/profile.php?id=61582641682908
°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°°

Saayinsiin kanarratti maal jedha?
Addunyaa tanarratti dhiironni 99% ol miidhaginni fuulaa akkuma jirutti ta'ee, huddu guddaa baay'ee barbaadu. Maalif kana jedhu qorannoon amansiisaan jiraachuu baatus yaada dhiirota bedduu irraa walitti qabame cuunfuun akkaata armaan gadiitin ilaaluu dandeenya.
1. Dubartiin hudduu guddaa qabdu yeroo walqunnamtii saalaa dubartii hudduu qal'aa qabdurra mijjattuudha. Kunis sochii walqunnamtii saalaa keessatti, qaamni ishee lallaafaa ta'eetu isatti dhagayama, hudduun ishii ni soosso'a, akka galaanatti raafama. Kunimmoo dhiira ni gammachiisa jechuudha.
2. Dubartiin hudduu guddaa qabdu dhiira siree irratti hib rakkistu. Kana yoo jennu hudduun ishii ulfaatina waan qabuuf yeroo walqunnamtii saalaa asii fi achi sigigaattee hin rakkistu, sirritti gadi-fageenyaan qaamni saani akka walitti seenuuf ni gargaara warri jedhus jira
3. Adeemsa jijjiirama tirannaa dhala namaa keessatti dubartiin hudduu guddaa qabdu akka barbaachistuu taste sammuu namaa keessatti katabamee kiraachaa dhufe. Kunimmoo osoo nuti hin beekin dhiirri hudduu guddaa qabaachuun dubartii walhormaata keessatti daa'iman ani irra dhalchuu seeraan harma hoosistee naf guddisti ja'e waan yaadufi. Sababni isaas, coomni naannoo hudduutti kuufame kun gara aannanitti jijjiirame sammuufi qaama daa'ima ijaaruu keessatti gahee guddaa qaba waan ta'eef hudduu bal'aan ni filatama dhiiraan. Qapvxii kana saayinsiinis ni deeggara!!
4. Nannoon qaama saalaa dubartoota hudduu guddaa ni lallaafa. Lafeen nama diddiru/quqquuqu hin jiru. Hidhii qaama saalaa furdaadha. Kunimmoo gadi fageenya buqushaa
waan dabaluuf qaamni saalaa dhiiraa hundi akka qaama dubartiiseenu taasisa. Dhiirri ammoo hana barbaada.
Yeroo kana jennu dhirti hundi hudduu guddaa barbaada jechuu miti.

Wal-qunnamtii saalaa booda daqiiqaa 20-30 shilimsuun (napping):1. Qaama Jabeessa2. Hormoonota Tasgabbeessa.3. Walitti dh...
17/10/2025

Wal-qunnamtii saalaa booda daqiiqaa 20-30 shilimsuun (napping):
1. Qaama Jabeessa
2. Hormoonota Tasgabbeessa.
3. Walitti dhufeenya nama walqunnamtii wajji raawwatte sanii wajjin qabdu cimsa.
4. Miira tasgabbiifii gammachuu siif kenna.

Dubartoonni yeroo isaan waliin raftee laaftee ciiftu arguun isaan gammachiisa. Jaalalti siif qabdu akka cimu godha. Nama akkuma xumureen ka'ee biraa fiigu hin fedhan.

-iftu

Address

Addis Ababa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Iftu posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category