Dr Odeeffannoo fayyaa mana keessan taa'aa argadhaa. Haakima fayyaa. barreessaa fi barsiisaadha life is 😘😘😘
(1)

Hakiimonni Siiniyerii (Ispeeshaalistoonno) Hosp xuqur anbessaa wiixata irraa eegale hojii akka dhaaban beeksisan
30/05/2025

Hakiimonni Siiniyerii (Ispeeshaalistoonno) Hosp xuqur anbessaa wiixata irraa eegale hojii akka dhaaban beeksisan

    fi  daa'iimtootaan  yarroo  beekkomsaa keenyaan bakka qusanuu hijiruu    yarroon  hoguu dubatuu kan hinsodhaatee kee...
21/05/2025


fi daa'iimtootaan yarroo beekkomsaa keenyaan bakka qusanuu hijiruu yarroon hoguu dubatuu kan hinsodhaatee keesaa abbaa feetee yadaa dhunfaa isaatuun yoo dubateez hadubbatuu nutiis hojii keenyaa gaafii keenyaan gafachaa itii gaafatuummaa keenyaa irbuu keenyaa siyaasaawaa osoo hintaanee nama guraacha Adii filanoo hinqabnee intar naaliiziimmii kan ga'e keesaa hintaanee ummata keenyaan midhuun hinmalee Ja'aan ogeestootaa fayyaa

21/05/2025
14/05/2025

Yoo fayyaa qaama keetiif kan yaaddu taate, gorsa armaan gadii hubadhu itti fayyadami.

1. Fayyaa Somba keetif – Tamboo aarsuu dhiisi. Namni tamboo si cinaatti aarsuus hin hayyamin.
2. Fayyaa Onnee keetif – Ashaboo/Soogidda nyaachuu xiqqessi, madaala dhangala’aa qaama keessaa eeguf bishaan dhuguu heddummeessi. Dandeettii onnee kee dabaluuf sochii qaamaa hojjadhu.
3. Fayyaa Tiruu keetif – Cooma nyaachuu, alkoolii dhuguun fi nyaata mi'aawaa xiqqeessi. Kudura fi muduraalee nyaachuu baay'isi. Keemikaalota garagaraa fi dawaa habashaa irraa fagaadhu.
4. Fayyaa Garaacha keetif – Nyaata qabbanaawaa nyaachuu xiqqeessi, yeroo nyaataa sirnaan hordofii nyaadhu. Yoo dhukkuba garaacha (gastritis) qabda ta’e, nyaata haala sirrii ta’e sooradhu.
5. Mar’imaan kee fayyaa akka ta’uuf – Kuduraafi muduraa nyaachuu baay’isi, dhangala’aa sirrii dhuguun garaa goguu ittisi. Nyaata raafeejii hin xuuxamne (Fiber) qaban soraadhu
6. Fayyaa Kalee keetif – Guyyaa guyyaa bishaan dhuguu heddummeessi, garuu halkan dhuguu xiqqeessi. Rafuun dura fincaani.
7. Fayyaa Sammuu keett – Hirriba gahaa (guyyaatti yoo xiqqaate sa’aatii 8) rafi. Jechoota negative fi yaada sodaachisaa irraa of qusadhu.
8. Ija keetif – yeroo dheeraa Kompiyuutara fi bilbila ilaaluurraa of qusadhu. Qilleensa qulqulluu keessa socho’uun ijaa kee fayyisa.
9. Jabina Lafee keetif – Nyaata kaalshiyemii, maagmizhiyeemii fi zinkiin badhaadhe sooradhu. Qaama kee sirnaan sochoosi, sochii qaamaa (exercise) hojjadhu.
10. Gogaa bareedaa qabaachuuf – Bishaan baay'isanii dhuguun gogaa kee miidhageessa. Nyaata vaayitaamin C fi E badhaadhe sooradhu. Gubaa aduu ofirraa eegi. Lotion ykn dhangala’aa gogaa kee eegu itti fayyadami.

★★★★★★★★★★★★★★★★★★

Galatoomaa!
Horaa Bulaa Deebanaa!
Fayyaa fi Nagaa hin dhabinaa!
Dr

14/05/2025

Hospitaalota hedduu keessatti hojiin walakkaan dhaabbatee jira ⚖️
Dhugaa dhaa????

Address

Yukiro
Agaro
GERA

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr:

Share