Alfa Medium Clinic-Hasasa

Alfa Medium Clinic-Hasasa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Alfa Medium Clinic-Hasasa, Medical and health, West Arsi/Hasasa, Asasa.

ALHAMDULILLAAH!
10/01/2024

ALHAMDULILLAAH!

Dhaabbanni keenna Alfa Medium Clinic-Hasasa hojjattoota ulaagaa guutam dorgomsiisee qaxaruu barbaada.Ogeessa soqamu:  Na...
20/11/2023

Dhaabbanni keenna Alfa Medium Clinic-Hasasa hojjattoota ulaagaa guutam dorgomsiisee qaxaruu barbaada.
Ogeessa soqamu: Narsii BSc/level
Muxannoo Hujii: ni jajjabeeffama
Mindaa: walii galteen
Saala: lachuu
Bakki Hujii: Arsii, Aanaa Gadab, Magaalaa Hasaasaa
Namoonni ulaagaa guuttanii fi fedhii qabdan gaafa beeksifni kun bayerraa kaasee haga guyyaa 7tti messenger ykn telegram(0912139708) irratti nuun gayuu dandeettan.

05/05/2022

Aaga badhaadhaa?
Kilinikni G/G Alfaa hojjattoota ulaagaa guutan gulantaawwan armaan gadii irratti qaxaruu barbaada.
1. Narsii Waliigalaa (Clinical Nurse)
Baayina 2
Saala dhiira/dub
Mindaa: waliigalteen
Sad barnootaa: level IV fi isaa ol
Muxannoo qabaachutu jajjabeeffama.
2. Narsii deessiftuu

Baayina 1
Saala dhiira/dub
Mindaa: waliigalteen
Sad barnootaa: level IV fi isaa ol
Muxannoo qabaachutu jajjabeeffama.
3. Ogeessa laaboraatoorii
Baayina 1
Saala dhiira/dub
Mindaa: waliigalteen
Sad barnootaa: level IV fi isaa ol
Muxannoo qabaachutu jajjabeeffama.
Hub; Iddoon hujii
Aanaa G/Hasaasaa
Magaalaa; Hasaasaa
Galmeen: haga Caamsaa 10, 2014tti karaa inbox ykn ukash345@gmail.com
Carraa Gaarii!!!

Kilinikni G/G Alfaa hojjattoota ulaagaa GUUTAN calalee dhaabbiin QAXARUU barbaada.1. Narsii Dippiloomaa/Digirii COC kan ...
16/07/2021

Kilinikni G/G Alfaa hojjattoota ulaagaa GUUTAN calalee dhaabbiin QAXARUU barbaada.
1. Narsii Dippiloomaa/Digirii COC kan qabu/qabdu
Baay'ina 2
2. Narsii deessistuu (Dhi/Dha), Dippiloomaa/Digirii
Baay'ina 1
3. Haakima waliigalaa (GP) (muxannoo osoo qabaatee filatama)
Baay'ina 1
Iddoon Hujii, Arsii, Magaalaa Hasaasa
Ogeeyyiin ulaagaa guuttan keessaan nu qunnamuu dandeettan.

Address

West Arsi/Hasasa
Asasa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Alfa Medium Clinic-Hasasa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Alfa Medium Clinic-Hasasa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram