Kilinika G/Galeessa Wabii Fayyaa

Kilinika G/Galeessa Wabii Fayyaa Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Kilinika G/Galeessa Wabii Fayyaa, Medical and health, Oromia region, West hararghe, Chiro town on main Road from addis to harar, Asebe Teferi.

Private Medium clinic providing healthy care services by Dr Mohammed Ahmed (MD, Assistant Professor in Obstetrics and Gynecology) and other Specialists for 24hrs and 7 days a week.

Hordooftoota amantii muslima hundaan Baga guyyaa Iida arafaa kan bara 1445 nagayaan isin gehe jenna. Ayyaanni Kun Kan ga...
15/06/2024

Hordooftoota amantii muslima hundaan Baga guyyaa Iida arafaa kan bara 1445 nagayaan isin gehe jenna.
Ayyaanni Kun Kan gammachuu, kan Fayyaa fi kan badhaadhina Akka nuuf tahu hawwii keenya yeroo ibsinu gammachuu guddaatu nutti dhagahama.
Kilinika G/G Wabii Fayyaa irraa

14/02/2024

አንዲት የ28 ዓመት እናት በስነ ተዋልዶ እና የመካንነት ሕክምና ማዕከላችን በተደረገላት ቀዶ ህክምና ከማህፀኗ ውስጥ 110 የማህፀን ፅጢ (Myoma) ማውጣት ተችሏል። በዚህ አራት ሰዓት በፈጀ ቀዶ ሕክምና በኃላ ታካሚዋ አሁን በጥሩ ሁኔታ ላይ ትገኛለች። ታካሚዋ የአዲስ አበባ ነዋሪ ስትሆን ወደ ማእከሉ ስትመጣ ከሕመምዋ የተነሳ የአራት ወር ያህል ነፍሰ ጡር ትመስል እንደነበር ባለሙያዎቹ ይናገራሉ፡፡ ይህን ሕክምና ያደረጉላት የማሕጸንና ጽንስ ሐኪሞችን ጨምሮ ቁጥራቸው 6 የሚደርሱ የጤና ባለሙያዎች ናቸው፡፡
(ምስሉ በታካሚዋ ፍቀድ የተለጠፈ ነው)

31/07/2023

“Mehal Meda” is an Amharic phrase, which, in essence, means a “central venue”. This channel is dedicated to provide a platform where various perspectives are...

Ijoolleen afran yeroo dabre Hospitaala ciroo keessaatti dhalatan sun kunoo gargaarsa rabbii fi hawaasa magaalaa cirootii...
05/06/2023

Ijoolleen afran yeroo dabre Hospitaala ciroo keessaatti dhalatan sun kunoo gargaarsa rabbii fi hawaasa magaalaa cirootiin as gahanii jiru.
Amma umrin isaanii gara waggaa 2 tahanii jiru.
Kanaaf immoo, gaheen qamoota armaan gadii guddaadha.
1. Rabbii guddaa- Isa ijoollee tana uumee, qamoonni armaan gadii gahee isaanii akka taphatan taasise.
2. Matiin- Hubannoo rakkichaati fi yeroon bakka barbaachisaa tahe irraa fala barbaaduu;
3. Oggeessoota Fayyaa fi Hospitaala ciroo- Xiyyeeffannoo, kunnunsa fi wallaansa barbaachisaa yeroo barbaachisatti, iddoo barbaachisaatti kennuu;
4. Hawaasa fi bulchinsa magaalaa ciroo- Hattatamaan wantoota daa'immaan kanneenif barbaachisaanin, bifa itti fufinsa qabuun bira dhabbachuu fi hamilee maatii jajjeebeesuu.

Hordooftoota amanti muslima hundaan baga Ayyaana IIDA Al-FIXRII kan bara 1444 tiin nagaayan isin gahe. Ayyaanni kun kan ...
21/04/2023

Hordooftoota amanti muslima hundaan
baga Ayyaana IIDA Al-FIXRII kan bara 1444 tiin nagaayan isin gahe. Ayyaanni kun kan jaalalaa, gammachuu, badhaadhinaa, Milkii fi nagayaa isiniif haa tahu. EID MUBARAK!!!

Kilinika G/G Wabii Fayyaa- Wabii fi Abdii ummata magaalaa ciroo fi G/H Lixaa.

11/02/2023

Our Laboratory service updates for our community and nearby healthy institutions:
Hematology-
CBC
Blood group and Rh
Hormonal analysis
serum FSH
serum LH
serum Prolactin
Serum TSH
serum T3
serum Beta hCG
serum HgA1C
Semen analysis
Others:
U/A and urine hCG
H.pylori test
HBsAg
VDRL
RBS
Widal test
Weil flex test
Malaria test

Use this opportunity for correct and timely diagnosis and management
Carraa kanatti fayyadamaa isiniin jenna!!!

In G III P II mother at GA of 18 weeks, Triplet pregnancy was detected today in my Clinic, WABI FAYA Medium Clinic, DCTA...
07/09/2022

In G III P II mother at GA of 18 weeks, Triplet pregnancy was detected today in my Clinic, WABI FAYA Medium Clinic, DCTA placentation. No risk factors were identified. Good luck for good outcome.

Guyyaa area haati ulfa ji'a 4 garaa qabdu takka ijjoollee 3 garaa qabaachuu isii qorannoo Ultirasawundi kilinika G/G wabii fayyaa keessatti tasifameen mirkanawee jira. Carraa gaari jennaan.

08/07/2022
21/05/2022

KUTAA 3ffaa:
HAADHOOLII ULFAA KUNUUNSA YEROO ULFAA ADDA TAHE BARBAADAN:
Isaan kun kanneen rakkoolee ulfaan walqabatanii fi ulfaan dura jiraan irraa kan ka’e umaamu danda’aniif saaxilamaniidha.
Isaanis:
1. Haadhooli irra deddeebi’idhaan ulfi garaa keessatti du’e ykn dhalatee yeroo gabaaba keessatti irraa du’e
2. Haadhooli irra deddeebi’idhaan ulfi osoo ji’a 7 hin gehin irraa bahe, yeroo 3 fi isaa ol
3. Haadhooli ulfaa gosti dhiiga isaani Rh negative tahe
4. Haadhooli ulfaa, ulfa yeroo dabree irraatti dhiibbaan dhiigaa olka’ee ture ykn kanneen ulfaan duraatti dhibbaa dhiigaa qaban.
5. Haadhoolii ulfaa dhibee adda addaa ulfaan duraatti qaban- dhibee sukkaraa, dhiibbaa dhiigaa, kale, onnee, gaggabdoo fi HIV qaban.
6. Haadhooli ulfa dabre irraatti wallaansa baqaqsuutin deesifaman (dhalan)
7. Haadhooli ulfa dabre irraatti ulfi gadameessaa alatti umaamee fi sabaaba saniin wallaansi baqaqsanii yaalu taasifameef.
8. Haadhooli rakkoo ulfa dhabu qabanii fi gargaarsa qorichaatin ykn wallaansa biraatin ulfaa’an.

Address

Oromia Region, West Hararghe, Chiro Town On Main Road From Addis To Harar
Asebe Teferi

Opening Hours

Monday 10:00 - 17:30
Tuesday 10:00 - 17:30
Wednesday 14:30 - 18:00
Thursday 10:00 - 17:30
Friday 10:00 - 17:30
Saturday 09:00 - 18:00
Sunday 09:00 - 13:30

Telephone

+251967813038

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Kilinika G/Galeessa Wabii Fayyaa posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Kilinika G/Galeessa Wabii Fayyaa:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram