25/08/2025
Copha dafqaa
Copha imimmaanii
Copha dhiigaa
Copha leeccalloo
Copha bishaanii…
…
Walitti dabalamanii biyya teenya Itoophiyaa uuda ANNIISAA AFRIKKAA taasisaniiti jiran. Kab. MM keenya Abiy Ahmed Ali kun hundinuu ifaajee keessaniin milkaawe waan taheef kabajaa fi yaadannoo barbarastu isiniif malaa nuuf jiraadhaa.🙏