Badhaasaa Ahmed

Badhaasaa Ahmed Official Facebook account follow me

Dua'ii Ramadaana halkaan 9ffaa Rabbiin Soomana keenya nurraa haa qeebalu obboleeyyan koo 🥰❤️🤲
25/02/2026

Dua'ii Ramadaana halkaan 9ffaa
Rabbiin Soomana keenya nurraa haa qeebalu obboleeyyan koo 🥰❤️🤲

Alhamdulilaah Ramadaana halkaan 3ffaa jirra rabbiin nurraa haa qeebalu❤️🥰🤲
19/02/2026

Alhamdulilaah Ramadaana halkaan 3ffaa jirra rabbiin nurraa haa qeebalu❤️🥰🤲

Ramadan mubarak all muslim ❤️🥰🙏🏾Baga rabbiin ittin nu gahe
17/02/2026

Ramadan mubarak all muslim ❤️🥰🙏🏾
Baga rabbiin ittin nu gahe

Haalaaf Amaalli kee bareeda taanan Nammayyu si jaalata Jumma gaariiObboleeyyan 🥰♥️Baarii Akmal
13/02/2026

Haalaaf Amaalli kee bareeda taanan
Nammayyu si jaalata Jumma gaarii
Obboleeyyan 🥰♥️
Baarii Akmal

Har'a obboleessi keenya Monebar Dino Magaalaa cirooti Nutti dhufee nutis akka ajaa'ibati Simanne anaafi Obsa Mure Man fi...
11/02/2026

Har'a obboleessi keenya Monebar Dino Magaalaa cirooti
Nutti dhufee nutis akka ajaa'ibati
Simanne anaafi Obsa Mure Man fi tanee simanne obsaan akka isaa sanitti rifeensa shaa fataa godhe mureefi san booda shawaara standard isaa eegatee geesinee shaa waliin Jenne san booda wajjiin deemne mana firaa wajjiin dhaqnee gad teenye
Luulluqachuu Eegalle obboleessa
Koo monebar baga dhuftee nu ziyaarte
Habiibii kiyya naaf jiraadhu ❤️🥰
Namnii Magaalaa ciroo dhufee obsaati hin goriin numaa dhabe wly

Obboleeyyan wajjiinGuyyaa bareeda ture ❤️🥰Baarii AkmalArafan FD
09/02/2026

Obboleeyyan wajjiin
Guyyaa bareeda ture ❤️🥰
Baarii Akmal
Arafan FD

Mabruk alfa mabruk Obboleessa kiyya Abdi Bultii barakaa tan jaalalaan guutamtee siif haa taatu ❤️🥰
08/02/2026

Mabruk alfa mabruk
Obboleessa kiyya Abdi
Bultii barakaa tan jaalalaan guutamtee siif haa taatu ❤️🥰

Suuraa bareedaa guyyaa har'a Namoota jaalattun wajjiin yerooOoltu bayyee sitti tola ❤️🥰
08/02/2026

Suuraa bareedaa guyyaa har'a
Namoota jaalattun wajjiin yeroo
Ooltu bayyee sitti tola ❤️🥰

08/02/2026

Never give up 🥰 ❤️
Never give up

M Allah Obboleessa koo KamilBaga naaf gammadde bultii barakaa tan jaalalaan guutamtee rabbiin siif haa godhu ❤️🥰
05/02/2026

M Allah Obboleessa koo Kamil
Baga naaf gammadde bultii barakaa tan jaalalaan guutamtee rabbiin siif haa godhu ❤️🥰

Hajaan tee hedduun sababa ati Nabiyyii Muhammed irratti nagayaaf rahmata buuftuun Rabbiin sihaa milkkeesuu.ﷺHalkaan Gaar...
05/02/2026

Hajaan tee hedduun sababa ati Nabiyyii Muhammed irratti nagayaaf rahmata buuftuun Rabbiin sihaa milkkeesuu.ﷺ
Halkaan Gaarii 🥰❤

 Maqaan ishee Hajji Saafii jedhamti.Iddoon dhaloota ishee Godina Harargee Lixaa, Aanaa Ancar  .Micciyyoon tun akkuma nam...
31/01/2026


Maqaan ishee Hajji Saafii jedhamti.
Iddoon dhaloota ishee Godina Harargee Lixaa, Aanaa Ancar .
Micciyyoon tun akkuma nama kamiyyuu jireenya ofii jijjiiruuf jecha mana baatee, erga mana baatee waggaa 3ffaa xumurtee jirti. Isheen waggaa lama biyyaa Yemen keessatti turte. Yeroo Yemen jirtu maatii isheetti bilbilaafi qunnamtii ni taasifti turte.
Garuu erga Yemen keessaa bahuun guyyaa tokko Sa’udii Arabiyaa seentee booda, seenuu ishee qofa maatii isheetti himte. Sana booda waggaa tokkoo guutuu maatii ishee waliin qunnamtii hin goone. Kana irraa kan ka’e maatiin ishee yaaddoo guddaa keessa seeneera.
Kanaaf, “Yoo Rabbiin karaa social media nuuf mul’iste ykn namni ishee beeku yoo jiraate, hanga danda’ame nuuf iyyaafadhaa” jechuun maatiin ishee nu beeksiseera.
Warri micciyyoo tana argitan ykn odeeffannoo ishee qabdan, akkasumas joolleen keenya Sa’udii Arabiyaa fi Yemen keessa jirtan, sirriitti nuuf hordofaa.
Namoonni ishee argitan ykn odeeffannoo karaa itti eeruu nuuf kennuu dandeessan, lakkoofsa bilbilaa armaan gadii kanaan ykn kara inbox nu qunnamuu dandeessu:
📞 +0988403384
📞 +0915041697
Lakkoofsa kanaan nuuf bilbilaa.
Hunduu keessan gochuun nu gargaaraa.

Address

Bedesa

Telephone

+251933428658

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Badhaasaa Ahmed posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Badhaasaa Ahmed:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram