Bayaan Dader

Bayaan Dader Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Bayaan Dader, Medical and health, Dader, East Hararge, oromia, Dadar.

Qoricha “RELIEF” jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifameQoricha seeraan alaa “RELIEF” jedhamu fayyadamuurraa...
23/11/2024

Qoricha “RELIEF” jedhamu hawaasni akka hinfayyadamne akeekkachiifame

Qoricha seeraan alaa “RELIEF” jedhamu fayyadamuurraa hawaasni akka of qusatu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaalee Itiyoophiyaa akeekkachiise.

Abbaan taayitichaa akeekkachiisaa baaseen qorichi seeraan alaa kun elementoota fayyaarraan miidhaa geessisuu danda’an akka qabu eeruun, faayidaaf akka hinoolle hubachiiseera.

Qorichichi gabaarratti bal’inaan dhiyaataa jiraachuu fi Abbaa Taayitichaan kan hingalmoofne ta’uun, qulqullinni, nageenyummaa fi bu’aa qabeessummaan isaa hinbeekamu jedheera.

Fedhii nyaataa dhabuu, teessisaa, dhukkubbii garaa, ol tuttuqaa, guraaruu, hirriba dhabuu, dadhabbii, sirriitti arguu dhabuu, raatessuu, dhukkubbii mataa, rakkoo gogaa, inzayimoonni tiruu dabaluu fi yeroo dheeraaf yoo fayyadaman miidhamuu kalee kan hordofsiisu ta’uun miidhaalee cinaa qorichichaa ta’uu ibseera.

Akkasumas carraa rakkoo tiruu, kalee, onnee , dhibbaa dhiiga sadarkaa olaanaa hamaan qabamuuf kan saaxilu danda’u ta’uu qorannoon mirkanaa’uu ragaan Abbaa Taayitichaarraa argame ni mul’isa.

Hawaasnis kana hubachuun qoricha kana fayyadamuurraa akka of qusatuu fi qorichichi faayidaaf wayita oolu yoo arge karaa toora bilbila bilisaa 8482’n bilbiluun abbaa taayitichaas ta’ee qaamolee to’annoof eeruu akka kennan waamicha dhiyeesseera.

Alert news
26/05/2024

Alert news

METRONIDAZOLE ^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^1️⃣.Qorichi Metronidazole maali?✍Metronidazole~jechuun qoricha garee ni...
24/04/2024

METRONIDAZOLE
^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^^
1️⃣.Qorichi Metronidazole maali?
✍Metronidazole~jechuun qoricha garee nitroimidazole jedhamu ta'ee kan inifeekshinii sababa maxxantuu pirootoozawaa fi bakteeriyaa muraasaan dhufan yaaluuf gargaaruudha.

2️⃣.Qoricha Metronidazole maalif fayyadamna?
* inifeekshinii ilkaanii.
* Inifeekshinii tiruu.
* Inifeekshinii gogaa.
* Inifeekshinii onnee.
* Inifeekshinii lafee.
* Inifeekshinii sombaa.
* Inifeekshinii cabsannaalee qaamaa.
* Infeekshinii pirootoozowaa Ameebaa .
* Inifeekshinii ujummoo garaachaa fi mar'iimaanii wal-qabsiistuu.
* Inifeekshinii sammuu fi spinal kordii.
* Inifeekshinii dhukkuboota wal-qunnamtii saalaa ofi eeggannoo hin qabnen daddarbu muraasa.
* Inifeekshinii qaama wal-hormaata Dubartii ga'eettii(bacterial vaginosis) kan bakteeriyaan dhufan fi kkf wal'aanuuf gargaara.

3️⃣.Qoricha Metronidazole fudhachuun durati maali godhuu qabna?
✍Namoonni alarjii qoricha metronidazole,Tinidazole ykn Secnidazole qabu qoricha kana fayyadamuu hin qabuu.
✍ Namoonni guyyoota 14 darban keessati Alkoolii dhuganii, kan soorata ykn qoricha propylene glycol of keessaa qabu,disulfirami fi kkf fayyadamanii turan qoricha Metronidazole fayyadamuu hin qabani.
✍Namoonni haalota armaan gadii kan akka .......
* Dhibee tiruu.
* Dhibee kalee.
* Rakkoo dhahannaa onnee.
* Hanqina seelii dhiiga diimaa ykn dhiiga adii qabu.
* Rakkoo fayyaa sammuu fi narvii kan akka gaggabdoo, dhukkubbii mataa fi kkf qaban.
* Namoonni inifeekshinii fangasii qaamarraa qabu.
* Namoonni rakkoo dhiigaa qabaachaa turan.
* Namoonni qorichoota akka warfarin,lithium,busulfan,cimetidine ,Phenytoin fi phenobarbital jedhaman fudhatanii turan fi haalota kkf qaban qoricha Metronidazole fayyadamuun durati ogeessa fayyaa beeksisan malee qoricha kana fayyadamuu

ADVICE TO ALL EMPLOYEES :1. Build a home earlier. Be it rural home or urban home. Building a house at 50 is not an achie...
13/04/2024

ADVICE TO ALL EMPLOYEES :
1. Build a home earlier. Be it rural home or urban home. Building a house at 50 is not an achievement. Don't get used to government houses. This comfort is so dangerous. Let all your family have good time in your house.

2. Go home. Don't stick at work all the year. You are not the pillar of your department. If you drop dead today, you will be replaced immediately and operations will continue. Make your family a priority.

Wait!!! 🙋🙋 Like this page, follow this page please 🙏🙏🙏🙏

3. Don't chase promotions. Master your skills and be excellent at what you do. If they want to promote you, that's fine if they don't, stay positive to your personal.
development.

4. Avoid office or work gossip. Avoid things that tarnish your name or reputation. Don't join the bandwagon that backbites your bosses and colleagues. Stay away from negative gatherings that have only people as their agenda.

5. Don't ever compete with your bosses. You will burn your fingers. Don't compete with your colleagues, you will fry your brain.

6. Ensure you have a side business. Your salary will not sustain your needs in the long run.

7. Save some money. Let it be deducted automatically from your payslip.

8. Borrow a loan to invest in a business or to change a situation not to buy luxury. Buy luxury from your profit.

9. Keep your life,marriage and family private. Let them stay away from your work. This is very important.

10. Be loyal to yourself and believe in your work. Hanging around your boss will alienate you from your colleagues and your boss may finally dump you when he leaves.

11. Retire early. The best way to plan for your exit was when you received the employment letter. The other best time is today. By 40 to 50 be out.

12. Join work welfare and be an active member always. It will help you a lot when any eventuality occurs.

13.Take leave days utilize them by developing yr future home or projects..usually what you do during yr leave days i

07/03/2024

Wan tokko dhagahen isiniif qooduu fedhee mee dubbisii waan irraa hubatte (baratte) comment godhi achumaan page haaraya kana like godhuu hin dagatin.

Abbaa guddaa tokkoo Gara pharmacy dhaqee qoricha fudhatee, gorsa qoricha akkamiin haa fudhadhu ilma koo jadheen mucaaniis abbaa guyya tokko tokko utaalaa fudhadhaa jedheen abbaaniis mana isaatti galee guyyaa tokko ol utaalaa guyya tokko kiniina liqimsaa ture, akkas nama dararuun sirriidhaa jarana.

Pharmacy is a field dedicated to the study of drugs, their effects, and their safe and effective use
26/02/2024

Pharmacy is a field dedicated to the study of drugs, their effects, and their safe and effective use

Address

Dader, East Hararge, Oromia
Dadar

Telephone

+251920843723

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Bayaan Dader posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Bayaan Dader:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram