25/09/2025
Updates and Attention:
🔺
✅Hooggansaa,CEO fi HR Sadarkaan Jirtan Hundaaf ,
🔺🔺🔺🔺🔺🔺
Kuusaa Dhuunfaa(Faayila Hojjataa) Biiroof Hin Dhiyaanne,
📍📍📍📍📍📍📍📍
✍️BFO hojii qabiinsa ragaa hojjataa fayyaa ammayyeessuuf hojiilee adda addaa hojjaachaa akka jiru ni beekama,kana keessaa tokko hojii kuusaa hojjataa gara system DMS(Document Management System) jedhamuutti galchuun tajaajiloota faayila hojjataan walqabatee HR keennuu digitilize gochuun barbaachiisaa waan ta'eef hanga ammaatti faayillii hojjattaa sadarkaa biirootti dhiyaatee jiru hundi akka system DMS galu kan godhame yoo ta'uu,faayyilli(Kuusaan Dhuunfaa) hojjataa qacarriin isaanii sadarkaa godinaatti raawwatamee gara dhaabbilee fayyaa adda addaatti ergaman faayila hojjataa qabiyyee hunda keessaa qabateen kan biiroof dhiyaatee system DMS tti hin galle ni jira.kanaafuu hojii kana guutuummaatti akkaa qabamee jiruun hojiitti galchuuf kanneen hafan biiroof dhiyaachuun system DMS kanatti galuu waan qabaniif HR Godinaa kan manneen hojii isiin jala jiranii fi kan dhaabbilee fayyaa godina keessan keessa jiranii haalaan waldubbisuun akkaataa sagantaa isinii qophaa'ee kanaan,akkasumas qabiyyee isaa xiqqaa faayillii hojjataa qabachuuu qabu kana mirkaneeffachuun biiroof akka dhiyeessitan cimsinee hubachiisaa,hooggansii fi CEO sadarkaan jirtan deeggarsa barbaachiisaa gochuun yeroo ka'aame keessatti ragaan kun biiroof akka dhiyaatu gootan beeksiifna.
👇👇👇👇👇👇
🔺 Dhimmoota Haalaan hubatamuu Qaban.....Faayillii Hojjataa Biiroof Dhiyaatu:
1.Ramaddii xalayaatiin hojjataa Haaraa Biiroo Irraa Ramadamanii unka Seenaa jireenyaa irraa Kaasee kan Isin Biratti Guutameefii Faayillii Copy ragaa HUnda keessaa Biiroof hin dhiyaanne,
2.Hojjataa Haaraa Sadarkaa Godinaatti hayyama Qacarrii Bakka bu'iinsaa godinaaf kennamee kanneen dhaabbilee fayyaatti ramadamanii adeemsa qacarrii xumuruun faayilli isaanii biiroof hin dhiyaanne,
3.Hojjataa fayyaa seektara fayyaatiin ala dorgommii jijjiirraatiin gara seektara keenyatti dhufanii faayi