New Life Health Care

New Life Health Care Tajaajila fayya biyya kessaa fi Alaa ni kennina.

30/08/2023
Irraa fayadamaa
30/08/2023

Irraa fayadamaa

24/08/2023

Ummata kenya kabajamoo qaalii !!

Oduu Gammachiisaa
Akkam jirtu saba koo! Baga jiraattan
Fayyaa hin dhabinaa
Fayyaan qabeenya

Namoota dhibeen isaani biyya keenyati ulfata tahaniif biyyoota isaan itti wallanamu qaban hundatti erguu jalqabnerra
Namoota dhukkuboota akka
Onnee
Kalee dhiquu fi jijjiruu
Tiruu jijjiiruu
Kaansari Harmaa
Kaansarii Dhiigaa kan daaima fi nama guddaa
Kaansarii Garaachaa
Kaansarii qoonqoo
Dhukkubbii Lafee kan jilbaa fi lafee mudhii

Dhibee kamuufu biyya alaa biyyoota addunya kan
Hindii
Dubai
Saudi
Thailand fi kan barbadanitti yaalamu feetan, gatii salphaa taheen isin wallanuuf dhufnee jirraa irraa fayyadamaa.

Lakkoofsa bilbilaa 0915039028 nu qunnamaa

Address

Diredawa
Dire Dawa

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when New Life Health Care posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram