Dr. Firomsa Ibrahim

Dr. Firomsa Ibrahim Dr. Keesan jaalatamaa tiktok irrati beektan Facebookiin dhufee jira Follow godhaa.

23/11/2025

Hubanno Dhukkuba haaraya amma deema jiruraa ,

Ilaa dhumaa laaala SHARE walii godhaa.

Marburg virus

23/11/2025

Video hubannoo waa'ee dhukkuba harya isiniif gad lakkisuufi follow share walii godha.

31/10/2025

Part 8 | Face mask for oily face (dawaa fuula
zeeyti heddumaaatu)







7
e ethiopiantiktok

27/10/2025

Part 6 | Tooth pain homeremedies (dawaa
ilkaan nama dhukkubuu)






0
e ethiopiantiktok

27/10/2025

Share, like , follow
Part 6 |Miila Nama Baqaquuf cracked heels)




tik_tokaa Dhabamsiisuf
el
ethiopiantiktok
Share like follow

Wal-qunnamtii saalaa nama hawwattus, mi'ooytus, faayidaa baay’ee qabaattus, namoota karaa hin malleen itti deeman, halka...
26/10/2025

Wal-qunnamtii saalaa nama hawwattus, mi'ooytus, faayidaa baay’ee qabaattus, namoota karaa hin malleen itti deeman, halkanii guyyaa ishii yaadan, qaama, qabeenyafii yeroo isaanii balleessitee, garii yakkaaf saaxiltee mana hidhaa buuftee, kaanis dhukkubaaf saaxiltee jiruu itti golgoleessitee gatii akka kafalchiiftee beeytaa? Dargaggoota meeqa foon irraa fixxee lafee callaa akka hambifte hoo? Warra horii harka fixxee kiisha qullaa hambiftee hoo?

Kanaaf fidhiin ishii hin dhabbattuu odoo boollaa sin buufne ati jalaa dhabbadhu! Karaa sirrii qofaan itti dhiyaadhu!

26/10/2025

Part 18| Homeremedies for Pink Lips
( Hidhii bareedudhaaf)

naturalremedies

ethiopiantiktok

26/10/2025

Part 3 | Heartburn homeremedies (dawaa
gubaa onnee) singigoo



ethiopiantiktok

15/05/2025

Part 2| Nyaara namarra dhume deebisuuf [grow thick eyebrows]

15/05/2025

Part 1 | Gurrachoomina ija jalaa firaa baleessuuf [Dark circle around eyes]

FAAYIDAA BIISHAAN HO'AA IRDII FI LOOMII WALIIN DHUGUUDr. Mohammed Kedir Bishaan ho’aa irdii fi loomii waliin dhuguun faa...
16/01/2025

FAAYIDAA BIISHAAN HO'AA IRDII FI LOOMII WALIIN DHUGUU
Dr. Mohammed Kedir

Bishaan ho’aa irdii fi loomii waliin dhuguun faayidaa fayyaa hedduu qaba:

1. Amaloota farra inflammatory: Irdiin curcumin of keessaa qaba, kunis amaloota farra inflammatory kan qabu yoo ta'u inflammation fi dhukkubbii lafee hir'isuuf gargaaruu danda'a.

2. Ittisa qaamaa ni guddisa: Irdii fi loomin lamaan isaanii antioxidants baay'ee kan qaban yoo ta'u, kunis sirna ittisa qaamaa keessan guddisuuf gargaaruu danda'a.

3. Gargaarsa bullaa'insa nyaataa: Loomii fi irdiin bullaa'insa nyaataaf gargaaruu waan danda'aniif dhimmoota bullaa'insa nyaataa kan akka dhiita'uu fi bullaa'insa nyaataa salphisuuf gargaaruu danda'a.

4. Summii Qaama keessaa balleessa:
Loomiin summii balleessuun kan beekamu yoo ta'u, irdiin ammoo hojii tiruu kan deeggaru yoo ta'u, summii balleessuuf gargaara.

5. Fayyaa gogaa ni guddisa: Antioxidants loomii fi irdii keessatti argaman gogaa fayyaa ta'e guddisuuf gargaaruu fi mallattoolee dulloomuu hir'isuu danda'u.

Yoom fudhannuree:
- Ganama: Ganama garaa duwwatti dhuguun meetaabolii kee akka jalqabdu gargaaruu fi guyyaa kee jalqaba haaraa ta'e kennuu danda'a.

- Nyaata dura: Nyaata nyaachuu dura daqiiqaa 30 dura dhuguun bullaa'insa nyaataa gargaaruu fi garaacha keessan nyaataaf qopheessuu danda'a.

- Osoo hin ciisin: Namoonni tokko tokko boqonnaa argachuu fi bu'aa isaa halkan tokkotti haammachuuf osoo hin ciisin dura dhuguu filatu.

Keessattuu, dabalata ykn qoricha haaraa kamiyyuu hojii idilee keessanitti dabaluu keessan dura ogeessa eegumsa fayyaa mariisisuu hin dagatinaa

Dr. Mohammed Kedir
Share godha

Address

Malka Jebdu
Dire Dawa

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Firomsa Ibrahim posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram