Hospitaala Jalqabaa Gooroo/Goro Primary Hospital

Hospitaala Jalqabaa Gooroo/Goro Primary Hospital Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Hospitaala Jalqabaa Gooroo/Goro Primary Hospital, Hospital, Oromia Bale Goro, Goro.

🌿🌿🌿Weekly Press🌿🌿🌿Guyyaa 02/12/2017πŸ™πŸ™πŸ™Yooyya  miseensotni Garee tanaa cufti keessan akkam jirtu? Baga nagaa taatan!πŸ™πŸ™πŸ™πŸŒΏπŸŒΏ...
08/08/2025

🌿🌿🌿Weekly Press🌿🌿🌿
Guyyaa 02/12/2017
πŸ™πŸ™πŸ™Yooyya miseensotni Garee tanaa cufti keessan akkam jirtu? Baga nagaa taatan!πŸ™πŸ™πŸ™
🌿🌿🌿Hojiiwwan Torbee kana hirmaannaa hoggansaa fi hojjattoota hospitaala keenyaatiin hojjataman keessaa muraasni:
1. Suphaa siree (siree IPD afur Qalama dibuun hojiif oolee jira)
2. Duula qulqullina Keessoo (OR team) Shaampiyoona torbee kanaa taatanii jirtuπŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ†πŸ† Galatoomaa.
3. Kunuunsa biqiltuu (green and Clean health facility mirkaneessuuf:
πŸ†πŸ†πŸ†Admin team, LabTeam, X-Ray Team, Ultrasuond Team fi H/Galfii tiin Hojii boonsaa hojjatamee Jira πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™ galatoomaa
🌲🌲🌲🌲 Hojii kana hundarrattuu argamuun dadhabaa kan turtan qulqulleessitoonni hospitaala keenyaa galata guddaa qabduπŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
Torbeen kun gabaabinaan kana fakkaata. Torbee dhufu waan biroon hanga wal agarrutti Horaa bulaaπŸ™πŸ™πŸ™

  Gooroo  tolaa oltummaa fi hirmaanna!Hospitaalatti meshaale yaala Hojiin alaa turee hirmaanna fi kakka'umsaa ogessotan ...
31/07/2025

Gooroo
tolaa oltummaa fi hirmaanna!
Hospitaalatti meshaale yaala Hojiin alaa turee hirmaanna fi kakka'umsaa ogessotan tajaajilaaf qophii ta'ee jiraa!
Ogessaa fayya garaa laffessaa!
YoomiyuΓΉ hawaasaf dursaa kennu!
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™βœβœβœβœβœ

31/07/2025
  Gooroo  24/2017  gamaagaamaa deemun murtessa dha.Gamaagamaa hojii bara 2017 fi qophii karoora bara 2018 irratti bakka ...
31/07/2025

Gooroo
24/2017
gamaagaamaa deemun murtessa dha.
Gamaagamaa hojii bara 2017 fi qophii karoora bara 2018 irratti bakka miseensii mgt Hospitaala fi IG kutaale hundaa hirmaachisee ilaalama olee jiraa!
Kallatti hojii itti anuu gamaagammaa hojjetta waliigalaa fi sirnaa bekkamtii fi badhaasa akka golaabamu irratti walii galamee xumuramee jiraa.
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™βœβœβœβœ

  Gooroo  hirmanna fi tolaa oltummaOgessii Fayyaa Hospitaala Kakka'umsaa isaanitiin Suphaa fi Haromsa meshaale yaala Hos...
31/07/2025

Gooroo
hirmanna fi tolaa oltumma
Ogessii Fayyaa Hospitaala Kakka'umsaa isaanitiin Suphaa fi Haromsa meshaale yaala Hospitaala hojiin alaa turee suphuun tajaajajilaaf akka oluu godhanii jiruu!
πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™βœβœβœβœ

31/07/2025
  Jalqabaa Gooroo  Tajaajilaa Tolaa Oltumma Ganna itti fufee jiraa!Hospitaalli Jalqabaa Gooroo Duula qulqullinaa Moora f...
26/07/2025

Jalqabaa Gooroo
Tajaajilaa Tolaa Oltumma Ganna itti fufee jiraa!
Hospitaalli Jalqabaa Gooroo Duula qulqullinaa Moora fi Dhabbii Biqiltuu
Hojjetaama jiraa.Koraara hojii tolaa oltummaa fi lammumaa akka Hospitalatti qabamee jiruu milkessu sagaantaa fi karooran hogganamee hojjettama jiraa.
Hojii kanaan ogessotaa Hospitaala fi hawΓ asa naannoo hirmaachisun iddoo kennaa tajaajila fayyaa qofaa osoo hin taane; iddo hawwaata,Bashaana fi haara galfii akka ta'uu hojjettama jiraa.
//Fayyaan Faaya!//

Address

Oromia Bale Goro
Goro

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Hospitaala Jalqabaa Gooroo/Goro Primary Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category