Dr. Gebissa Medium Dental clinic

Dr. Gebissa Medium Dental clinic Teessoo : Magaalaa Amboo Ganda 01 naannoo hospitaala waliigalaa Amboo

27/07/2024

Namoonni sababa gara garaan ilkaan uumamaa dhabdaani ilkaan nam-tolchee dhaabsifachuu barbaaddan filannoo isin barbaaddaniin isiniif hojjachuu dandeenya, seequu keessanis isiniif deebifna
Teesson magaalaa Ambooti

27/07/2024

Fayyaa ilkaan keessaniif, dabalataan caba lafee fuulaa, dhiitoo fuula irraa, afaan keessaa, irratti yaala, yaada, gorsa yoo barbaaddan kilinika G/G yaala ilkaanii Dr Gabbisaa filannoo keessan taasifadhaa, Galatoomaa
Teesson keenya Magaalaa Ambooti

23/06/2024
02/03/2024

Ogeessaan yaalamuun mallattoo qaroominaati, ilkaan yaalamuf yeroo
murteessinu eessaaf eenyuun yaalamuu akkaa qabnuu sirritti ilaallee murteesuu qabna

Maamiltoonni keenya hundi baga gammaddan, kilinikni keenya meeshaalee hammayyaa dabalataan galchuun tajaajila kennaa tur...
12/04/2023

Maamiltoonni keenya hundi baga gammaddan, kilinikni keenya meeshaalee hammayyaa dabalataan galchuun tajaajila kennaa turre baldhinaaf qulqullina isaa daballeera , koottaa itti tajajilama, horaa bulaa

24/07/2022
24/07/2022
24/07/2022

Address

0962408177/0931057149
Hagere Hiywot

Opening Hours

Monday 08:00 - 18:00
Tuesday 08:00 - 18:00
Wednesday 08:00 - 18:00
Thursday 08:00 - 18:00
Friday 08:00 - 18:00
Saturday 08:00 - 18:00

Telephone

+251962408177

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Gebissa Medium Dental clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Gebissa Medium Dental clinic:

Share

Category