Salah Ahmad

Salah Ahmad Sallu ala Nabii

Sababni weerara dhibee Jinkaatti mudatee beekkamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.*****************************************...
14/11/2025

Sababni weerara dhibee Jinkaatti mudatee beekkamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
******************************************
Ministeerri Fayyaa sababni dhukkuba bifa weeraraatiin Magaalaa Jinkaatti mudatee Vaayirasii "Marburg" jedhamuun ta’uu qorannoon mirkaneessee jira. Baattuun vaayirasii tanaa ammoo gosa shimbira halkanii (Fruit Bats) kan fuduraa fi abaaboo soorattu hoggaa ta'u, gaafa namni fincaan, hancufa ykn dhangala’aa ishii keessaa bahuuf saaxilame vaayirasichi gara namatti dabra. San booda nama irraa gara namaatti, tuttuqaa dhangala’aa qaamaa of-eggannoo hin qabneen daddabra. Kanaaf Tatamsa'ina isaa ittisurratti haa xiyyeeffannuun dhaamsa kiyya.

 Baga gammade habibi kookun sitti xiqqaata baga gammadegammachu tee gammachu teenya   kan jala seene   goonu_jallan
02/11/2025


Baga gammade habibi koo
kun sitti xiqqaata baga gammade
gammachu tee gammachu teenya
kan jala seene
goonu_jallan

انا لله وانا اليه راجعون
19/10/2025

انا لله وانا اليه راجعون

Irraa caalaa Ahlaama kana kan ta'anif
03/09/2025

Irraa caalaa Ahlaama kana kan ta'anif

🌿 DHUKKUBA GARAACHAA / GASTRITIS❓ Dhukkubni garaachaa maalini?Dhukkubni garaachaa (gastritis) jechuun keessoo garaachaa ...
09/08/2025

🌿 DHUKKUBA GARAACHAA / GASTRITIS

❓ Dhukkubni garaachaa maalini?
Dhukkubni garaachaa (gastritis) jechuun keessoo garaachaa (gastric mucosa) haguugee kan argamu yeroo quunca'u 🩹 ykn madaa'u.
Uumamaan garaachi namaa asiidii hydrochloric acid (HCL) ⚗️ maddisiisa, asiidiin kun:

Bulla’ina pirootinii nyaata keessa jiru diiga 🍖

Baakteeriyaa ajjeesa 🦠

Garaachi yoo madaa’e → asiidiin garaachaa miidhaa dachaa gochuun mallattoolee hamaa fida.

🧩 Iddoo itti hiramu:
1️⃣ Acute gastritis – akka tasa jalqaba ka'u 🚨
2️⃣ Chronic gastritis – yeroo dheeraaf mallattoo agarsiisu 📆

🤒 Maaltu fida?

1. 🦠 Helicobacter pylori

2. 💊 Qorichoota NSAID akka Ibuprofen, Aspirin, Diclofenac yeroo dheeraaf fayyadamu

3. 💉 Qoricha co***ne fakkaatu fudhachuu

4. 🍷 Alkoolii baay’isuu

5. 🚬 Tamboo xuuxuu

6. 😰 Dhiphina hamaa ykn miidhaa hamaa qaamaa (stress reaction)

7. 🍔 Nyaata summa’e soorachuu

8. 💚 Rakkoo bile reflux

9. 🦠 Dhukkuba HIV

10. 🦠 Vaayirasii, maxxantuu (parasites), fangasii

11. 🧬 Autoimmune disorders

12. 😟 Dhiphachuu → asiidiin garaachaa dabala

13. 🌶️ Nyaata ashabo baay’ate

📍 Mallattoolee:

🤕 Dhukkubbii garaa (akka waan gubaa ykn muraa)

🔥 Gubaa laphee (heartburn)

⚠️ Balqamsiisa dhiiga qabu (hematemesis) → battalatti mana yaalaa!

😖 Foolii nyaataa jibbisiisuu

🍽️ Fedhii nyaataa dhabuu

😌 Gara bokokuu (bloating)

🤢 Sardamsiisuu (nausea)

🤮 Deeffuu (vomiting)

😵 Hirqifuu (hiccups)

💊 Furmaata:

🦠 Yoo sababiin H. pylori ta’e → qoricha baakteerii dhabamsiisu (antibiotics)

💊 Yoo NSAID sababa ta’e → qorichicha dhaabuu

⚗️ Qorichoota mallattoolee hir’isu:

🍼 Antacids

💊 Proton pump inhibitors (PPI)

💊 Histamine blockers

🛡️ Ittisa & Gorsa:

🚫 Alkoolii hin baay’isinaa

🚭 Tamboo hin xuuxinaa

☕ Buna garmalee hin baay’isinaa

💊 NSAID akka hin baay’isne yaali

🍔 Nyaata coomaa hir’isi

😊 Dhiphachuu hir’isi – furmaata barbaadi

🍞 Nyaata daaboo, paastaa, sukkaara hir’isi

🍏 Nyaata soorachu qabdan:

🥗 Kuduraa & muduraa: qullubbii diimaa/ad, timaati

Fayyaa ta'a

follow for more interesting information
02/07/2025

follow for more interesting information

30/06/2025

Address

Harar
1

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Salah Ahmad posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Salah Ahmad:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram