Waliif Health Science and Business College Harar Campus

Waliif Health Science and Business College Harar Campus Waliif College envisioned becoming among the leading higher education centers of academic excellence

This is the evidence of CHARISMATIC & TRANSFORMATIONAL LEARDERSHIP....
12/03/2025

This is the evidence of CHARISMATIC & TRANSFORMATIONAL LEARDERSHIP....

02/03/2025

ኩልሉ ሙስሊም ኡምመታችሌ!

ሐምበይሌ 1446ታኝ ሒጅሪያ ረመዳን ወርሒ ሶመንሌ መሳቤ አቦረዴና!

Hordoftoota Amantaa Muslimaa Maraan baga ji’a Kabajamaa Ramadaanaa kan bara hijiraa 1446ffaa tiin isiniin gahe.

የተከበራችሁ የእስልምና እምነት ተከታዮች!

እንኳን ለ1446ኛው የታላቁ የረመዳን ጾም በሰላም አደረሳችሁ!

06/10/2024

Kolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Biizinasii Waliif damee isaa magaalaa Hararitti barattoota haaraa bara 2017 simachuun galmee egallerra.
Kolleejjiin keenya dhaadannoo “Dhaloota ogummaa harkaa fi sammuun misoome ni oomishna”jedhu qabatee ka’ee ergama isaa galmaan gahuuf kutannoo fi kaka’umsa guddaan hojjechaa jira.
Haaluma Kanaan, kolleejjiin keenya barnoota qulqulllina qabuu fi sadarkaa isaa eeggate barsiisota muuxannoo gahaa qabaniin dhaloota egeree oomishuuf kallattii hundaan hamilee cimaadhaaan hojjechaa jira.
Kolleejjii keenya wantoota adda taasisan keesssaa muraasni
1. Giddu-gala yaala ispeeshaalitii ofii isaa qabaachuu
2. Hayyoota ogummaa barsiisuutiin muuxannoo bara dheeraa qabaniin leenjii kennuu
3. Mana shaakallii barattootaa meeshaalee teeknoolojii ammayyaatiin guutaman qabaachuu
4. Giddu-gala qorranno laaboratorii ammayyaa qabaachuu
5. Leenjiiwwan gaggababoo garaagaraa kennuu
6. Leenji ’CPD’ ogeessota fayyaatiif kennuu dha.
Sagantaalee keenya
‘Degree Programs’
‘Medical Laboratory Science’
‘Comprehensive Nursing’
‘Pharmacy’

‘TVET Programs in Health Science’
‘Medical Laboratory Science’
‘Comprehensive Nursing’
‘Midwifery’
‘Pharmacy Technology’
‘Radiography’
‘Biomedical Equipment Service’
‘Health Extension’
‘Health Information Administration’

‘Level 5’
‘Anesthetic Nursing’

‘CPD Training’
‘Antimicrobial Resistance Containment’
‘Infection Prevention & Patient Safety’
‘Laboratory Quality Management’
‘Family Planning’

‘TVET Programs in Business’
‘Financial Accounting Management’
‘Accounting’
‘Information Technology’
‘Marketing’
‘Purchasing’
‘Secretarial Science’
‘Hardware and Networking Servicing’

‘Short Term Training’
‘Language Training (English,
Afaan Oromo,Harari, Amharic)’
‘Peachtree’
‘Secretarial Science’
‘Mobile & Computer Maintenance’
‘Statistical Software’
‘Data management Software’
‘Refence Management Software’
‘Basic Research Methodology’
‘Advance Research Methodology’

Teessoon: Magaalaa Harar Hospitaala Hiwot Fana fuulduraatti argaman
Lakk bilbilaa:09 05 71 88 88/09 75 02 33 33
Odeeffanno dabalataaf:
Website: https://waliifhc.com
Facebook: https://www.facebook.com/profile.php?id=100064146424689
Telegrfam: https://t.me/FDENEsnN045mOGI0
Tiktok: https://tiktok.com/.health.care.s.c
Instagram: https://instagram.com/waliifhealthcaresc?igshid=YWYwM2I1ZDdmOQ==
Nu hordofaa.
Fayyaa Ta’aa!

05/10/2024

We are on Registration!!!
Galmee irra jirra!!!
ምዝገባ ላይ ነን!!!

11/09/2024

Address

Harari Regional State
Harar
3200

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Waliif Health Science and Business College Harar Campus posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram