Mana Yaalaa Aadaa Bakhar Waaree

Faaydaa soommanarraa Arkamu .Sodaa Rabbii oomishachuuJaalala Rabbii Arkachuu Rabbitti dhiyaachuu Gara fayyaatiin ammoo #...
22/03/2026

Faaydaa soommanarraa Arkamu .

Sodaa Rabbii oomishachuu

Jaalala Rabbii Arkachuu
Rabbitti dhiyaachuu

Gara fayyaatiin ammoo # # # # # # # # #

Onnee keenya nuuf jabeessa
Summii qaama keenya keessaa qulqulleessa .
Garaacha keenya hafuura baafachiisa .

Dandeeytii sammuu keenyaati cimsa .

Xuraawaa qaama keenya keessaati qulqulleessa.
Fayyummaa Tiruu keenyaa ni bjabeessa
Qaamni keenya if haarayoomsa .

Fayyaan faaya

21/03/2026
oduu gammachiisaa manni yaalaa Aadaa Bakar waaree Wallaansa Qorichaa Aadaa Bifa Ammayyaawaa Taheen Dawaalee Biyya keessa...
20/03/2026

oduu gammachiisaa
manni yaalaa Aadaa Bakar waaree
Wallaansa Qorichaa Aadaa Bifa Ammayyaawaa Taheen Dawaalee Biyya keessaa, Alaa Baadiyyaa fi Magaalaa bifa mijjaawaan Qopheessee Hawaasa Tajajjiluu irratti Argama.
akkasuma koobaa Ammayyaawaa Namoota laalaa ,dhahicha, kuficha ,dhiiroora
dhudhukkubbii
Duugdaa qaban ni kooba .

Dhukkuboonni nuti Wallaansa kenninu
1 qabbana qaamaa (faalij)
2 dhukkuba qabbanaa tahee kan afaan nama jallisu fi harka tokko fi miila tokko nama laamsheessu
3 dhukkuba onnee
4 dhukkuba kalee
5 maraatuu
6 Rakkina ilmoo dhabuu
7 Gaggaba (Gaggabdoo )
8 Rakkina marsaa laguu Dubartootaa
9 gaasirik (madaa quchumaa)
10 Dhukkuba Dhiiraa .......
11 sihirii ,Budaa ,jinnii nama seentu qur'aana itti Qara'uu fi Dawaa kennuun
12 dhukkuba gogaa fi kanneen biraa baayyee nu hayyama Rabbiitiin Ni wallaanna .

Warreen Biyya Alaatii Fkn su'udi Arabiyaa Dawaa Biyyarraa erguu fi Gara Bakka Bu'aa Keenya Riyaad irraa qunnamuun Tajaajjila Argachuu ni Dandeessan .

fayyaan faaya
lakkoofsa bilbilaa 0977777196 ykn 0928175485 hello
Sher sher godhaa
Harar ykn Adaree biyyoo Dakkar

Dirree iidaa magaalaa harar ustaadiyeema imaamu ahammad kana fakkaata
20/03/2026

Dirree iidaa magaalaa harar ustaadiyeema imaamu ahammad kana fakkaata

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير Baga Rabbiin Iida fixrii bara 1447 ittiin nu gahe
19/03/2026

تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال وكل عام وانتم بخير
Baga Rabbiin Iida fixrii bara 1447 ittiin nu gahe

Rabbiin Haajaa teessan mara Ammumatti isin haa baasu Aamiin
17/03/2026

Rabbiin Haajaa teessan mara Ammumatti isin haa baasu Aamiin

  Aallee namni Laaluu fadhe   ma'alliinkaa haa laaluu .Haaji ma'alliinkaa fi Haaji mahammad yaaquuph Akka Abuu bakrii fi...
10/03/2026

Aallee namni Laaluu fadhe ma'alliinkaa haa laaluu .

Haaji ma'alliinkaa fi Haaji mahammad yaaquuph Akka Abuu bakrii fi umar Rasuulaaf saahiba tahan Sh jamaal Aalleetiif Tahan .

Nutii jiru diin nu biratti hin tuqamu
Darasaan hin hidhamtu
Sh jamaal hin tuqamu jechuun Diiniif gargaaran .

Haaji ma'alliinkaan Aanaa cinaksan baadutti dhalate .
Achmatti Guddate Ilmaan Qur'aana barsiisaa ture saniif ma'alliinkaa jedhamee yaamame.

Ma'alliinkaa jechuun barsiisaa qur'aanaa jechuudha.

Nama hedduu diiniif yaadu
Nama diin jaalatu
Arjaa namaati
Masjiida kophaa isaatti jaaree
Sheek jamaal miiyyarootiis kophaa isaa qubsiise .

Akkasuma sh mahammad booseeysaa fi sh jamaal Aalleetii halkanii guyyaa waa hundaan biraa hin dhabamu .

Malliinkaa Humnaan mahammad yaaquph Ammoo tooftaan Araaraan Diin kaddamaa turan .

Haaji ma'alliinkaan eega sh jamaal Aallee Sababa dhiibbaa Ahabaashiin aanaa jaarsoo magaalaa Aalleerraa Gara Aanaa cinaksan Godaananii booda Cinaa dhaabbatanii Sheeka sabachiisanii nuutu siif jira jechuun Diin qubsiisan .

Achumaan Mana isaanii dhiisanii masjiidatti galanii barnoota waajibaatarraa eegalanii guyyaa saawwiyyaa darasaattii Darasaa wajjiin Qara'aa oolan Achirraa eegalanii hanga Tafsiiraa Aqiidaa wajjiin baratan .

Haaji akkana jedhan Duuti silaa nama dhiiftee sh jamaal Aalleeti dhiifti jedhe .

Sh jamaal Aallee Rabbiin haa Rahmatuuf .

jaahila ykn wallaalaa jechuun nama Waa dubbisuu fi barreessuu hin beeynee miti.wallaalaa ykn jaahila jechuun nama qiblaa...
05/03/2026

jaahila ykn wallaalaa jechuun nama Waa dubbisuu fi barreessuu hin beeynee miti.

wallaalaa ykn jaahila jechuun nama qiblaa ykn gara garagalanii salaatan osoo beekuu hin salaanneedha.

Hubadhu Miilli kee kan Gara majiidaa si geeysuu dide kun gara jannataa si geeysaa ?

obboleessa keenya Abdii Raggaasaa baga Rabbiin Lubbuu si oolche Alhamdulillaah
04/03/2026

obboleessa keenya Abdii Raggaasaa baga Rabbiin Lubbuu si oolche Alhamdulillaah

yeroon namni Yaadaa muraada isaa Rabbii isaatti himatu amma Rabbiin gabroota isaa kan ibiddarraa bilisoome nu haa taasis...
04/03/2026

yeroon namni Yaadaa muraada isaa Rabbii isaatti himatu amma

Rabbiin gabroota isaa kan ibiddarraa bilisoome nu haa taasisu

Address

Islamic
Harar
2145

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Mana Yaalaa Aadaa Bakhar Waaree posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category