21/05/2026
๐ฅโจ
! โจ๐ฅ
๐ฟ โFayyaa jechuun gammachuu jireenyaati!โ Nuti immoo gammachuu keessan eegsisuuf yeroo hunda qophiidha.
๐ Tajaajila ammayyaa, qulqullina ol'aanaa fi ogeessota muuxannoo qaban waliin isin simanna.
๐ Maaliif Hospitaala Giraand Vaalii filattu?
โ
Tajaajila fayyaa amanamaa.
โ
Ogeessota ogummaa fi kabajaan tajaajilan.
โ
Qorannoo fi yaala yeroo ammayyaa.
โ
Simannaa bareedaa fi kununsa gaarii.
โ
Tajaajila saffisaa
๐จโโ๏ธ๐ฉโโ๏ธ Fayyaa keessaniif murannoo keenya:_
๐ค Amanamummaa
๐ Jaalala hojii
โก Saffisummaa tajaajilaa
๐ Kununsa namummaa irratti hundaaโe.
๐ธ Harโa nu daawwadhaa; garaagarummaa tajaajilaa keenya ofii keessaniif ragaa baatu !
๐ Hospitaala Giraand Vaalii โ Magaalaa Jimmaa
๐ Tajaajila fayyaa, amanamummaa fi qulqullinaan guutame argachuuf !
Hospitaala Giraandi Vaalii
Keessan Taasisaa !!
https://www.facebook.com/profile.php?id=100092310164994