22/03/2024
Akkam oltan guyyaa 12/7/2016 godina jimmaa aanaa shabee somboo ganda urgeyyiitti weerara Gifiraa qolachuuf jecha ogeessonni buufata fayyaa machii daaima woggaa Shani gadiif 400 ta'aniif Vit A raabsameera.ogeessota buufata keenyaatiin galatoomaa jechuu barbaanna