Dr.muaz kemal

Dr.muaz kemal Fayyaan Fayyaa

Faayidaa fayyaa   1. Dhibee kaanserii nurraa ittisa.2. Fayyaa lafee keenyaaf3. Fayyaa sammuu keenyaa bara dullumaaf4. Ko...
31/03/2026

Faayidaa fayyaa
1. Dhibee kaanserii nurraa ittisa.
2. Fayyaa lafee keenyaaf
3. Fayyaa sammuu keenyaa bara dullumaaf
4. Kolestroolii qaama keenya keessaa ni xiqqeessa.
5. Fayyaa Onnee keenyaaf
6. Qaamni keenya dhibee garaa garaa akka dandamachuu danda'uuf ni gargaara.
7. Dhibee asmiif ni fayyada.
8. Qulqullummaa fi Fayyaa ilkaan keenyaaf ni gargaara.
9. Carraa dhibee shukkaaraan qabamuu keenya ni xiqqeessa.
10. Furdina qaamaa gar malee nurraa ittisa.
11. Siha'iina nii dabala
12 . Gogaa keenya barechuuf nitola.
13. Fayyaa ijaa kenyaaf nigargaara.
14. Feedhii nyaata nidabala.
15. Rakkiina salqunnaamti nixiqqeeysa.
16. Humna qaama keenya nidabala .

Dr. muaz kemal
fans
Galatooma!!!
Fayyaan faaya!!!
Fayyaa ta'aa!!!

Dhungoo/Kissing Booda Afaan Lulluqadhaa!*********************************************Dhungoo ykn kissing booda odoo afaa...
31/03/2026

Dhungoo/Kissing Booda Afaan Lulluqadhaa!
*********************************************
Dhungoo ykn kissing booda odoo afaan hin lulluuqqatin bishaan dhuguufii nyaaata nyaatun dhukkuboota dhungoo (kissing) irraa namaa namatti dabruuf nama saaxila. Kunis baakteriyaafii vaayrasiin karaa hancufaatin nama tokkorraaa gara nama qaama nama biraa seenu dhukkuboota armaan gadii kanaaf nama saaxila.

Dhukkuba fanxoo (syphilis), kan baakterriyaan dhufuu fi qaama madeessuu irraa haga sammuu hubuutti ga'uu danda'u, Vayirasii herpes simplex kan naanno hidhii madeessuun beekamu, Dhukkuba infiluweenzaa, kan sirna hargansuu hubu, Vayirasii Epstein Barr Virus jedhamu kan kan Infectious mononucleosis nama qabsiisu.

Hub: kun namoota hidhiin isaanii fayyaa ta'eef yoo ta'u, namoonni hidhiin isaanii madaa (sore or ulcer) qabu ammoo dhukkuboota biroo hedduuf saaxilamu!!

Kanaaf dhungoo ykn kissing booda afaan lulluqachuun dhukkuboota kanaafii kaan birootif akka hin saaxilamneef isin gargaara. Afaan lulluqadhaa!❤

Doktoroota keenya Yuuniversiitii Adaamaa, hospitaala Adaamaa irraa yeroo jalqabaatiif Ispeeshaalitii Lafeefi yaala baqaq...
31/03/2026

Doktoroota keenya Yuuniversiitii Adaamaa, hospitaala Adaamaa irraa yeroo jalqabaatiif Ispeeshaalitii Lafeefi yaala baqaqsanii wal'aanuu balaa garagaraatiin eebbifamtan marti baga geessan, baga gammaddan!!
Congratulations to first batch Orthopedic and Trauma Surgery graduates of Adama Hospital Medical College

Qulqullina afaanii fayyaa qaama keenyaaf Murteessaadha. https://t.me/drhoneliat12em=======================Ilkaan keenya ...
23/03/2026

Qulqullina afaanii fayyaa qaama keenyaaf Murteessaadha. https://t.me/drhoneliat12em
=======================

Ilkaan keenya qixa sirrii ta’een rigachuun fayyaa waliigalaa qaama keenyaaf murteessaadha. Ilkaan rigachuu qofa osoo hin taane afaan qulqulleessuunis murteessaadha.

Akkuma ilkaan fi afaan qulqulleessuun eegumsa fayyaa keenyaaf murteessaa ta’e, qulqullina afaanii eeguu dhabuun gatii nama kaffalchiisa.

Fayyaa keenyaaf kan fayyadu ilkaan rigachuu qofa osoo hin taane qixa sirrii ta’een qulqulleessuudha.

Afaan fi ilkaan keenya sirriitti qulqulleessuun foolii badaa akka hin qabaanne, ilkaan keenya halluu keelloo akka hin qabaannee fi akka hin caccabne gargaara.

Akkasumas dhibee shukkaaraa- Type 2 diabets jedhamu, dhibee onnee fi rakkoo sammuuf saaxilamuurraa nu baraara.

Dramaa   kuta 48ffaa Daawwattanii waan isinitti dhaga'ame   godhaa
20/02/2026

Dramaa kuta 48ffaa
Daawwattanii waan isinitti dhaga'ame godhaa

20/02/2026
Namoonni yeroo halkan rafan baay'ee kurruufan ykn qoqan yoo mallattoo armaan gadii ofirratti argan mana yaalaa deemuu qa...
20/02/2026

Namoonni yeroo halkan rafan baay'ee kurruufan ykn qoqan yoo mallattoo armaan gadii ofirratti argan mana yaalaa deemuu qabu
🌱 yeroo rafee kurruufuu giddu gidduutti hafuurrii addaan ciccituusaa yoo namni biraa mirkaneesse.
🌱guyyaa guyyaa baay'ee rafa/rafti yoo tahe
🌱ganama yeroo hirribarra kahu/kaatu mataan ni dhukkuba yoo tahe/taate
🌱yeroo hirribarra kahan qoonqoon baay'ee dhukkuba yoo tahe/taate
🌱dhiibbaa dhiigaa olka'aa
🌱halkan yeroo rafan fe'amuu ykn hudhamuun yoo quunname
🌱halkan naannii laphee ykn qomaa dhukkuba yoo tahe
🌱hirriba boqonnaa hin qabne rafu yoo tahe
🌱qoquun ykn kurruufuun sun Namoota naannoo sanaa ykn waliin rafan yoo ni jeeqa tahe.
Fayyaa hin dhabinaa

20/02/2026

AUGMENTIN 💊 jedhu

Augmentin maqaa maqaa walnyaatinsa antibaayootikii amoxicillin + clavulanic acid jedhamuuti.

Augmentin maaliif oola?👇

Infeekshinii baakteeriyaa, keessattuu infekshinii baakteeriyaa beetaa-laktamaasii (inzaayimii farra baakteeriyaa tokko tokko bu’a qabeessa akka hin taane gochuu danda’u) uumuun dhufu yaaluuf oola.

Innis ni yaala:
Infeekshinii ujummoo sirna hargansuu
Dhukkuba saayinisii
Infeekshinii gurraa (otitis media) .
Dhukkuba sombaa
Dhukkuba biroonkaayitii
Infeekshinii qoonqoo
Dhukkuba tonsiliiti
Dhukkuba farinjaayitii
Infeekshinii ujummoo fincaanii (UTIs) .
Infeekshinii gogaa fi tishuu lallaafaa
Madaa
Boba'aa
Seelulaayitii
Infeekshinii ilkaan

Asiidiin kilaavulaanikii maaliif itti dabalama?👇

Kutaan amoxicillin baakteeriyaa ajjeesa.
Asiidiin klaavuulaaniik inzaayimoota beetaa-laktamaasii baakteeriyaawwan tokko tokko antibaayootikii ofirraa ittisuuf oomishani uggura.

Kanaafuu Augmentin infekshinii dandamachuu danda'u keessatti amoxicillin salphaa caalaa hojjeta.

Qabxiilee Barbaachisoo
Infeekshinii baakteeriyaa qofaaf malee infekshinii vaayirasii akka qorra ykn infuleenzaa miti.
Sirritti akka ajajameetti fudhatamee xumuramuu qaba.
Miidhaawwan cinaa beekamoo: garaachaa, garaa kaasaa, garaa kaasaa.

Dr.muaz beekumsa dabalataaf fi tajaajila keenya Qulqullinaa ol'aanaa qabuu argachuuf barumsa koo onlaayinii irratti galmaa'uuf 👉 WhatsApp 0961690677

Odeeffannoo dabalataaf page koo hordofaa 👇

WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN====================▪️Karoora kee.▪️Dadhabina kee.▪️Kufaatii kee.▪️Iccitii kee.▪️Sochii k...
20/02/2026

WANTOOTA 6 NAMOOTATTI HIN HIMIN
====================
▪️Karoora kee.
▪️Dadhabina kee.
▪️Kufaatii kee.
▪️Iccitii kee.
▪️Sochii kee kan fuul-duraa.
▪️Galii kee yookiin (qabeenya) kee hin himin.

JAHAN KANA AMMOO HUBADHU!
▪️Yaadi malee hin dhiphatin!
▪️Nama irraa baay'ee hin eeggatin!
▪️Dandeettii keetti fayyadami!
▪️Dogoggora kee irraa baradhu!
▪️Ofitti amani!
▪️Dandeettii kee beeki!.

18/02/2026

Akkuma Soomana Furtee Kaateen Rakkoo fi Cinqii Sitti Jirtu Mara Rabbiin Sirraa Haa Furu Amiiin

Namoonni shuntuura fuulaa qabdan talbaa bishaan keessa bulchuun dibadhaa, daqqiqaa 30- hanga sa’aatii 1 ofirraa tursuun ...
18/02/2026

Namoonni shuntuura fuulaa qabdan talbaa bishaan keessa bulchuun dibadhaa, daqqiqaa 30- hanga sa’aatii 1 ofirraa tursuun dhiqachuu dandeessu. Fuulli keessan akka daawitii ta'a. Odeeffannoo garaa garaa argachuuf telegraama keenya join godhaa...
👇🏿👇🏿
https://t.me/drhoneliat12em
https://t.me/drhoneliat12em

Address

East Hararge
Karamile

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr.muaz kemal posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Category