Jabir yusuf

Jabir yusuf Health

14/12/2023

𝗧𝗵𝗲 𝗽𝗼𝘄𝗲𝗿 𝗼𝗳 𝗳𝗼𝗰𝘂𝘀
Humna xiyyeeffannoo
Kitaaba kan Jack Canfield fi Mark Victor Hansen barreessan irraa barnoota 10:

1. 𝗞𝗮𝗮𝘆𝘆𝗼𝗼 𝗸𝗲𝗲 𝗶𝗿𝗿𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘅𝗶𝘆𝘆𝗲𝗲𝗳𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂.
Jireenya keessatti maal galmaan gahuu barbaadda? Waan barbaaddu erga beektee booda humna kee galmaan ga’uuf xiyyeeffachuu jalqabuu dandeessa.

2.𝗪𝗮𝗻𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮 𝗻𝗮𝗺𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗵𝗵𝗶𝗿𝗮𝗻 𝗱𝗵𝗮𝗯𝗮𝗺𝘀𝗶𝗶𝘀𝘂𝘂.
Kana jechuun bilbila keessan cufuu, email keessan cufuu fi bakka tasgabbaa'aa itti hojjettan barbaaduu jechuudha. Akkasumas wantoota naannoo kee keessaa yaada namaa jeeqan kan biroo kan akka walxaxaa ykn sagalee balleessuu jechuudha.

3. 𝗪𝗮𝗻𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮 𝗱𝘂𝗿𝘀𝗮 𝗸𝗲𝗻𝗻𝗮𝗻𝗶𝗶𝗳 𝗸𝗮𝗮'𝗶.
Hojiiwwan hundi walqixa hin uumaman. Hojiiwwan tokko tokko kanneen biroo caalaa barbaachisoo fi ariifachiisaa dha. Dursa hojiiwwan baay’ee barbaachisoo ta’an irratti hojjechaa akka jirtuuf dursa kennuufiin barbaachisaadha.

4. Hojiiwwan gurguddoo gara xixiqqootti qooduun.
Hojiiwwan gurguddaan nama sodaachisuu fi baayʼee namatti ulfaachuu dandaʼu. Hojiiwwan xixiqqoo fi bulfamuu danda’anitti caccabsuun akka isaan hin sodaachifnee fi galma ga’uu danda’an fakkeessa.

5. Boqonnaa fudhachuu.
Gubachuu irraa of eeguuf guyyaa guutuu boqonnaa fudhachuun barbaachisaadha. Ka'ii socho'i, ykn daqiiqaa muraasa fudhadhuu boqodhuu mataa kee qulqulleessi.

6. Hojiiwwan dabarsuu.
Dandeettii hojii dabarsuu yoo qabaatte hojjedhu! Kunis hojiiwwan baayʼee barbaachisoo taʼan irratti xiyyeeffachuuf yeroo kee bilisa si godha.

7. Lakki jedhi.
Keessumaa duraanuu yoo sitti dhagaʼame gaaffiidhaaf lakki jechuun homaa miti. Lakki jechuu barachuun kee yeroo kee eeguu fi wantoota dursa kennitu irratti xiyyeeffachuuf si gargaara.

8. Of badhaasi.
Gaafa galma tokko galmaan geessan of badhaasi! Kunis kaka’umsa akka qabaattuu fi galma itti aanu irratti akka xiyyeeffattu si gargaara.

9. Milkaa'ina kee yaadi.
Guyyaa guyyaan yeroo muraasa fudhadhuutii galma kee galmaan gaʼuu kee ofitt

23/07/2023
01/07/2023

Yes

29/05/2023

Galataa isinin mala yaa Ogeeyyi yaala Dhugaadha.
Fayyaan waa hundaaf bu’uura; Namni fayyaa hin qabne siyasaas ta’ee hojii biroo hojjechuu hin danda’u! Akkasumas Namni fayyaa hin qabne siyaasaas ta’ee hojii hawaas dinagdee kamiiyyuu hojjechuu hin danda’u; kanaafuu Fayyaan Waa hundaaf bu’uura kan jedhan Sadarkaa biyyatti tajaajila fayyaa gahumsaa fi qulqullina qabu kennuun hawaasa fayya qabeessaa fi sochii hawaas-dinagdee keessatti hirmaatu horachuuf xiyyeeffannaan ha hajjanu dhadanno jedhuu Wajjiri egumsa fayyaa annaa gursum yeroo aanaa transformation irraa jalqabee jijiramaa hin egamini fi ammaanuf kan namatti ulfatu fidduu issatin akka annatii darbes akka goddinati fakkanya ta,ee.kanaan ottoo hin dhabatin ciminaa hoggansa wajjiricha fi bilchina iksiparti wajjiricha akkasumas kutanoo fi murannoo ogessota fayya anichaa kessaa jiranitin,qindomina sektaraa annichaa kessaa jiranitin milka,ina issaa itti fufudhaan hallaa hamata fi gufuu kamiif ottoo hin jilbifatin hojjatani jijiramuun iccitin issaa mal akka ta,ee midiyaan,activistoni,dhabani mitti motumaa fi kessumoni gara garraa dawidhaf marsaa bay'ee waytaa annaa gursum dhufaan harka rukkutudhaan dinqisifana issani ibsa turan.
akkataatanykn iccitin milkaa.ina/Toftaan/ itti raawwachaa jiruu
👉 Team spritidhan hojjachuu gubba kasse hanga gandatti
👉 Human isanii osoo hin qussatiin fayyadamuu
👉 Oggummaa keessan osoo hin qisaassesine hanga dandeessan ummataaf oolchuu
👉 Maallaqa keessan osoo hin waakkanne baasii hedduuf saxilamuu
👉 Bilbila /Mobaayila/ keessan osoo hin mararsiifanne ittin tajaajila kennuu.
👉 Yeroo hojii hunda eegdanii iddoo hojitti argamuun tajaajilu
👉 Guyyaa hojii eeyyamame ol Sanbbattan lamaan fayyadamaa tajaajila kennuu.
👉 Guyyaan ayyaanaallee osoo hin hafine of-kennaa achiitti dabarsuu.
👉 Halkan nuffii malee of jabeessaa lubbu baraaruuf xaaruu.
👉 Gannaa fi bona boqonnaa malee arsaa kanfaluu.
👉 Yeroo weerrarri ka'uu adda durummaan fakkenyaa ta'uun to'aachuu fi faana dhahuun hojjechaa jiraachuu

04/04/2023

Yaa Rabbi yaa Tokkicha qindii hin qabne
Yaa kan dhiifamni kee Dallansuu kee injifate
Yaa kan badii keenya nuuf dhiisuun waan sirraa hir'isu hin qabne
Abba miskiina, gara lafeessa, Arjaa of jalaa hatee miskiinaaf osoo kennuu umriisaa fixate kana,
kan nuuf kennes suma kan fudhates suma.
Kaleessa nuwaliin Dunyaarra turan
Har'ammo keessummaa keeti sibira jiru
Yaa Rabbi akka isaan itti jiran situ beeka Tokkichummaa kee sitti hata'u Rahmatummaa kee sanaa jedhii Rahmata godhiifi ija Rahmataatiin nuuf milladhu. Amiiin Yaa Aamiin

25/03/2023

ለ1444ኛው አመተ ሂጅራ ታላቁ #የረመዳን ጾም እንኳን በሰላም አደረሳችሁ። ወሩ የበጎ ነገር በሮች የሚከፈቱበት፣ የሰደቃ፣ የመተዛዘንና የመተሳሰብ ወር ያድርግልን። #ከክርስትና እምነት ተከታይ ወገኖቻችን ጋር የጾሙ ወቅት እንደገጠመ ሁሉ፤ ዘወትር በመልካም ሀሳቦችና ተግባሮች አንድ ላይ የምንገጥም ሰዎች እንድንሆን ፈጣሪ ይርዳን።

Baga baatii kabajamtuu bara Hijiraa 1444ffaa isiniin gahe. baatii hulaan kheeyrii hundi itti banamtu, baatii itti sadaqanuu fi itti waliif yaanu nuuf haa godhu. Akkuma yeroon Soomanaa Obboleeyan Keenya kan wajiin qixxee qunameti, Rabbiin Yeroo hunda yaada gaarii fi hojii gaariiniis akka qixxee qunamnu nu haa gargaaru.

Waxaan dhamaan ummada muslimiinta ah ugu hambalyaynaya bilashada bisha barakaysan ee ee 1444 hijriyada. Bishaan ramadaan ayaa ah bil raxmad iyo naxariis ah sido kalecamalada wanagsan lagu guto lana caawiyo bulshada danyarta ah waana wakhti ay kulmeen soonka bisha barakaysan ee ramadaan iyo soonka ay sooman bulshada diinta haysata. Illhay hanaga aqbalo camalka wanagsan een gudanayno.

تهانينا بصيام #رمضان العظيم لعام 1444 هـ قد يكون شهرًا يفتح الأبواب لجميع الأشياء الجيدة ، شهرًا من الصدقات والرحمة والتعاطف. #تمامًا مثل موسم الصيام مع إخوتنا المسيحيين ؛ نرجو أن يساعدنا ألله في أن نكون #أشخاصًا يجتمعون دائمًا بأفكار وأفعال جيدة.

21/01/2023

Add me ym jabir

Address

Gursum
Karamile
HARAR

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jabir yusuf posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Jabir yusuf:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram