Leman TVET College

Leman TVET College Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Leman TVET College, AIDS Resource Center, South West Shewa, Lemen.

Kolleejjin BLTO Leemman barattoota  ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise  Hagayya 04/2016 Godina Shawaa Kibba L...
10/08/2024

Kolleejjin BLTO Leemman barattoota ogummaa adda addaan barsiisaa ture eebbisiise

Hagayya 04/2016 Godina Shawaa Kibba Lixaa Aanaa Qarsaa Maallimaatti, Kolleejjiin BLTO Leemman barattoota gosa Ogummaa adda addaatiin barsiisaa ture dhiira 27 fi dhalaa_67 marsaa _jalqabaaf mooraa kolleejjichaatti guyyaa har'aa eebbisiisee jira. Sirna eebbaa kana irratti argamuun eebbifamtootaaf hawwii qaban kan ibsan Diinii Kolleejjichaa Obbo Dajanee Bayyanaa fi IG Waajjira CHUO aanaa Qarsaa Maallimaa Obbo Qalbeessaa Mintaa Ogummaa argattaniin hawaasa keessan tajaajiluuf qophaa'uu qabdu wanti gaariin hundumtuu kan keessan haa ta'u jechuun eebbifamtoota eebbisaniiru.qamoleen deegarsa nuf tasiissaa turtan. Bordiin kolleejjii keenyaa , seektaroota Moottumaa Aanaa keenyaa fi Namoni dhunfa nu cinaa dhabbatan hundi keessaa nu gallattooma.

10/08/2024
Amajjii 25/2016Mooraa kolleejjii BLTO Leemman keessatti hojii Ijaarsa Biiroodhaaf tajaajilu Leenjistoota Koolleejichaati...
04/03/2024

Amajjii 25/2016
Mooraa kolleejjii BLTO Leemman keessatti hojii Ijaarsa Biiroodhaaf tajaajilu Leenjistoota Koolleejichaatiin ijaarsi kan eegalame ta'u ibsaa, qaamonni deeggarsa garaagaraa nuuf taasiftan galatoomaa jechaa, Hawaasni Aana Qarsaa Maallimaa fi qaamonni dhimmi ilaallatu hundi gama danda'uun deeggarsa barbaachisu akka taasiftan kabajaan isin affeerra.

23/02/2024
23/02/2024
23/02/2024

Address

South West Shewa
Lemen

Telephone

+251904691231

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Leman TVET College posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram