11/07/2022
Hositalli wali gala robe diida,aa ummata isaa akka maati isaatti kan ilaalu yeroo kamuu waliin kufee waliin kan ka,uu ummata hubata kana yeroo kamuu haala kamuu kessatti tajaajila fooyyee kennuuf yeroo yeroo kamuu caala ni hojjataa...kanaaf hawaasni hospitaala kanatti kallattiinis ta,ee al kallattiin itti tajaajilamu hospitaalicha cinaa akka dhaabbatu waamicha dhiyyeessa...Horaa bulaa yaada fi gaaffi qabdan kamuu...gaafadha hubadha