Baraka Medical Center

Baraka Medical Center ๐‘ฏ๐’†๐’‚๐’๐’Š๐’๐’ˆ ๐‘ฏ๐’‚๐’๐’… ๐’‚๐’๐’… ๐‘ช๐’‚๐’“๐’Š๐’๐’ˆ ๐‘ฏ๐’†๐’‚๐’“๐’•๐Ÿฉบ

WAA'EE KAANSARII UJUMMOO NYAATAA๐Ÿ‘‰ KAANSARIIN UJUMMOO NYAATAA MAALI?Kaansariin Ujummoo Nyaataa Addunyaa Irratti Kaansaroo...
17/08/2025

WAA'EE KAANSARII UJUMMOO NYAATAA

๐Ÿ‘‰ KAANSARIIN UJUMMOO NYAATAA MAALI?
Kaansariin Ujummoo Nyaataa Addunyaa Irratti Kaansaroota Baay'innaan Du'aaf Nama Saaxilan Keessaa Isa Tokkoodha.

Biyya Keenya Keessattis Irra Caalaatti Immoo Naannoo Keenya Godina Baalee Keessatti Baay'innaan Ni Mul'ata.

โœ…๏ธ Waayee Isaa Irraa Qabxiiwwan Ijoo Muraasa Yoo Kan Kaasnu Tahe;
Wantoonni Dhukkuba Kanaaf Nama Saaxilan Gochaalee Akka Alkoolii Dhuguu, Tamboo(Sigaaraa Xuuxuu), Dhiibbaa Haala Qabatamaa Naannoo, Dhibee Rifleksii Ujummoo Nyaataa fi Garaachaa (GERD) Yeroo Dheeraa Akkasumas Nyaata Albuuda Naayitiroojiinii fi Aflaatoksinii Baay'ee Qabuudha.

โœ๏ธ Dabalataan Odeeffannoo Hafan Immoo Suuricha Armaan Gadii Irraa Odeeffannoo Gahaa Kan Argattan Taha.

Karaa Sarara Bilbilaa Keenyaan Nu Qunnamuuf:
โ˜Ž๏ธ 6503
๐Ÿ“ž0903030503
๐Ÿ“ฒ0989053669

Argamni keenya: Godina Baalee Magaalaa Roobee, Waajira Ganda Baha Biiftuu (03) fuuldura ๐Ÿ“

Facebook| BarakaMedicalCenter
Telegram| BarakaMedicalCenter
Tiktok| BarakaMedicalCenter
Website| BarakaMedicalCenter

๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’‚๐’Œ๐’‚ ๐‘ด๐’†๐’…๐’Š๐’„๐’‚๐’ ๐‘ช๐’†๐’๐’•๐’†๐’“๐ŸฉบBaraka Medical Center Visit us for expert care!๐Ÿ—“ Sunday, 03/08/2025 G.CแŠฅแˆแ‹ต/27/11/2017E.C แŠฅ.แŠฅ.แŠ Dilb...
02/08/2025

๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’‚๐’Œ๐’‚ ๐‘ด๐’†๐’…๐’Š๐’„๐’‚๐’ ๐‘ช๐’†๐’๐’•๐’†๐’“๐Ÿฉบ

Baraka Medical Center Visit us for expert care!

๐Ÿ—“ Sunday, 03/08/2025 G.C

แŠฅแˆแ‹ต/27/11/2017E.C แŠฅ.แŠฅ.แŠ 

Dilbata 27/11/2017 A.L.I

๐Ÿ“ Bale-Robe, Around Baha Biftu (03) Kebele

๐Ÿ“ แ‰ฃแˆŒ-แˆฎแ‰ค แ‰ แˆ€ แ‰ขแแ‰ฑ (03) แ‰€แ‰ แˆŒ แŠ แŠจแ‰ฃแ‰ข

๐Ÿ“ Baalee-Roobee, Naannoo Waajjira Ganda Baha Biftuu (03)...

แ‹ฐแ‹‰แˆŽ แ‹ˆแˆจแ แˆˆแˆ˜แ‹ซแ‹ ๐Ÿ“ž
Beellama Qabachuuf ๐Ÿ“ž +251989053669 / +251903030503
| | |
Baraka Medical Center

09/01/2025

Wiirtuun Fayyaa Barakaa tajaajila waldhaansa fayyaa waggootan hedduuf dhiheenyatti hawaasaa isaatiif aantummaan keennaa turuun isaa ni yaadatama.

Wiirtuu Fayyaa Barakaa waldhaansa fayyaa babaldhisuun maashinootaa qorannoo fayyaa ammaayyaan deeggaramee oggeeyyii muuxannoo fi gahumsa ol'aanaan qabaniin tajaajila waldhaansa fayyaa qulqullinna isaa eeggate kennuu irratti argama.

Teessoon Keenya Godina Baalee, Magaalaa Roobee Ganda Baha Biiftuu 03 Fuula-dura.

Odeeffannoo dabalataatiif:
+251903030503/+251989053669

Karaalee toora marsariitii keenyaatiin nu argachuu yoo barbaaddan:
Facebook: Baraka Medical Center
Telegram:
Tiktok: Barakamedicalcenter
Website: www.barakamc.com
๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น




















09/01/2025

Watch, follow, and discover more trending content.

๐‘ด๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ผ๐‘ด๐‘ด๐‘จ๐‘จ ๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘ผ๐‘ฉ๐‘จ ๐‘ฒ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘บ๐‘จ๐‘น๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ธ๐‘ฐ๐‘ด๐‘บ๐‘จ/๐‘ฒ๐‘ถ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘ฌ๐‘ฌ/ (๐‘ฌ๐’”๐’๐’‘๐’‰๐’‚๐’ˆ๐’†๐’‚๐’ ๐‘ช๐’‚๐’๐’„๐’†๐’“)๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐ŸฉบDhukkubni kaansarii Liqimsaa(esophageal cance...
31/12/2024

๐‘ด๐‘จ๐‘จ๐‘ณ๐‘ผ๐‘ด๐‘ด๐‘จ๐‘จ ๐‘ซ๐‘ฏ๐‘ผ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘ผ๐‘ฉ๐‘จ ๐‘ฒ๐‘จ๐‘จ๐‘ต๐‘บ๐‘จ๐‘น๐‘ฐ๐‘ฐ ๐‘ณ๐‘ฐ๐‘ธ๐‘ฐ๐‘ด๐‘บ๐‘จ/๐‘ฒ๐‘ถ๐‘ฒ๐‘ฒ๐‘ฌ๐‘ฌ/ (๐‘ฌ๐’”๐’๐’‘๐’‰๐’‚๐’ˆ๐’†๐’‚๐’ ๐‘ช๐’‚๐’๐’„๐’†๐’“)
๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ

Dhukkubni kaansarii Liqimsaa(esophageal cancer) gosoota kaansarii akka addunyaatti lubbuu namaa gaaga'aa jiran keessaa sadarkaa ,7ffaa irratti kan argamu tahuu qorannoo gara garaa ni mirkaneessu .

๐ŸŒ Akka Ardii Afrikaattis biyya keenya dabalatee biyya Keeniyaa๐Ÿ‡ฐ๐Ÿ‡ช hanga Afrikaa Kibbaatti๐Ÿ‡ฟ๐Ÿ‡ฆ baldhinaan faca'ee lubbuu namaa gagaaga'aa jira. keessattuu biyyoota guddachaa jiranii fi hiyyummaa keessa jiran keessatti miidhaa geessisaa jira.

Kaansariin kun ujummoo nyaanni ittiin liqimfamu kokkee irraa hanga garaatti jiru irratti mul'ata.

๐Ÿ”ŽQorannoowwan Hospitaalota gara garaa keessatti taasifame akka agarsiisutti ,haala faffaca'iinsa dhukkuba kanaa irratti adeemsifaman akka agarsiisanitti, kaansariin liqimsaa kun Itoophiyaatti irra caalmaan Oromiyaa godiinota Arsii fi Baalee keessatti parsantii 50 bal'inaan kan mul'atu yoo ta'uu, godiinaalee biroo keessatti miidhaa geessisaa jira.

Kaansariin Liqimsaa Maali?
Kaansariin kun ujummoo nyaanni ittiin liqimfamu (kokkee irraa gara garaatti jiru) irratti yeroo dheeraa keessatti guddachaa dhukkuba cimaa namatti fida.

Ardii Afrikaatti biyyoota guddachaa jiranii fi hiyyummaa keessa jiran keessatti miidhaan isaa guddaadha.

Sababoota Dhukkuba Kanaaf Nama Saaxilan keessaa:

1. Dhugaatii fi nyaata hooโ€™inni isaanii olaanaa taโ€™e irra deddeebbiin fayyadamuu.

Marqa, qooccoo, aannan, buna, shaayii fi kkf yeroo isaan gubannitti yeroo dheeraaf fayyadamuu.

2. Dhugaatii Alkoolii fi Jimaa hedduminaan fayyadamuu.

3. Bakka nyaanni itti bilchaatu kushiinaa (Alwaada) aarri keessatti heddummaatutti fayyadamuu.

4. Qulqullina fayyaa afaanii eeguu dhabuu.

5. Kuusaa keemikaalotaa fayyadamuu.

6. Maatii keessatti seenaa dhibee kanaan qabamuun jiraachuu.

๐‘ด๐’‚๐’๐’๐’‚๐’•๐’•๐’๐’๐’๐’†๐’† ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’Œ๐’Œ๐’–๐’ƒ๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’‚๐’๐’”๐’‚๐’“๐’Š๐’Š ๐‘ณ๐’Š๐’’๐’Š๐’Ž๐’”๐’‚๐’‚

1. Nyaata liqimsuuf rakkachuu fi dhukkubbii yeroo nyaata liqimsan namatti dhagahamuu.

2. Hirโ€™inni ulfaatina qaamaa yeroo gabaabaa keessatti mulโ€™achuu.

3. Nyaata ol deebisuu ykn liqimsuu dadhabuu.

๐‘ป๐’๐’๐’‡๐’•๐’‚๐’‚๐’๐’†๐’† ๐‘ฐ๐’•๐’•๐’Š๐’”๐’‚๐’‚

1. Dhugaatii fi nyaata hooโ€™inni isaanii olaanaa taโ€™e qabbaneessanii fayyadamuu.

2. Meeshaalee hooโ€™ina nyaataa fi dhugaatii qabbaneessanitti fayyadamuu.

โœ…๏ธ Yeroo mallattoon akkanaa kunniin tokko tokko mulโ€™atutti, dafanii gara dhaabbata fayyaa deemuun qorannoodhaan mirkaneeffachuun barbachisaadha.

๐‘พ๐’‚๐’๐’…๐’‰๐’‚๐’‚๐’๐’”๐’‚ ๐‘ซ๐’‰๐’–๐’Œ๐’Œ๐’–๐’ƒ๐’‚ ๐‘ฒ๐’‚๐’‚๐’๐’”๐’‚๐’“๐’Š๐’Š ๐‘ณ๐’Š๐’’๐’Š๐’Ž๐’”๐’‚๐’‚

๐ŸฉบNamootni dhukkuba kanaan qabaman yeroo jalqaba mallattoo argaa deemanii qorannoodhaan yoo adda bahan, carraan fayyuu isaanii olโ€™aanaa taโ€™a. Kanaaf, yeroo kamiyyuu haala fayyaa keenyaa ilaalchisee of eeggannoo cimaa gochuun barbaachisaa dha.

๐—›๐˜‚๐—ฏ๐—ฎ๐—ฐ๐—ต๐—ถ๐—ถ๐˜€๐—ฎ: Nyaata hoโ€™aa fi alkoolii hedduminaan fayyadamuu irraa of qusachuun, akkasumas qulqullina afaanii eeguun dhukkuba kana irraa of eeguun ni dandaโ€™ama.

๐——๐—ฎ๐—ฏ๐—ฎ๐—น๐—ฎ๐˜๐—ฎ๐—ฎ๐—ป: yaala dhibee kanaa barbaadnaan Bul/Mag/Roobee, Ganda Baha Biiftuu (03) fuuldura dhuftanii Wiirtuu Fayyaa Barakaatti yaalamuu ni dandeessu.
๐Ÿ“ž 0903030503/0989053669

Horaa bulaa, deebanaa! Fayyaa ta'a!
Baraka Medical Center

๐ƒ๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐›๐ง๐ข ๐Š๐š๐š๐ง๐ฌ๐š๐ซ๐ข๐ข ๐๐จ๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐€๐‘๐’๐ˆ๐ˆ๐… ๐๐€๐€๐‹๐„๐„ ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐Œ๐ข๐ข๐๐ก๐ฎ ๐‰๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐ƒ๐ก๐š๐ ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐ฎ๐ฎ?๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ...
31/12/2024

๐ƒ๐ก๐ฎ๐ค๐ค๐ฎ๐›๐ง๐ข ๐Š๐š๐š๐ง๐ฌ๐š๐ซ๐ข๐ข ๐๐จ๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐๐ฎ๐ฅ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐€๐‘๐’๐ˆ๐ˆ๐… ๐๐€๐€๐‹๐„๐„ ๐‡๐ž๐๐๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐ข๐ง๐ง๐š๐š๐ง ๐Œ๐ข๐ข๐๐ก๐ฎ ๐‰๐ข๐ซ๐š๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ ๐ˆ๐ฌ๐š๐š ๐ƒ๐ก๐š๐ ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐š๐ง๐ข๐ข ๐๐ž๐ž๐ค๐ญ๐ฎ๐ฎ?
๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ๐Ÿฉบ
Baraka Medical Center

28/12/2024

๐๐š๐ซ๐š๐ค๐š ๐Œ๐ž๐๐ข๐œ๐š๐ฅ ๐‚๐ž๐ง๐ญ๐ž๐ซ
สฐแต‰แตƒหกโฑโฟแต สฐแตƒโฟแตˆ แถœแตƒสณโฑโฟแต สฐแต‰แตƒสณแต—
แ‹ฐแ‹‰แˆŽ แ‹ˆแˆจแ แˆˆแˆ˜แ‹ซแ‹: แ‰ แˆตแˆแŠญ 0903030503 / 0989053669
telegram chats:
Baraka Medical Center Baraka Medical Center



๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น๐Ÿ‡ช๐Ÿ‡น
โค๏ธ๐Ÿ’š





































HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA)๐Ÿฉธ๐Ÿ’‰Hir'ina dhiigaa jechuun yoo seeliin dhiiga diimaa qaama keenya keessatti argamu haga barbaachi...
20/12/2024

HIR'INA DHIIGAA (ANEMIA)๐Ÿฉธ
๐Ÿ’‰Hir'ina dhiigaa jechuun yoo seeliin dhiiga diimaa qaama keenya keessatti argamu haga barbaachisu irraa gadi bu'e jechuudha.

MALLATTOO โ˜น๏ธ
1. Mataa dhukkubbii
2. Dhahannaan onnee osoma taa'anii akka nama fiiguu namatti dhagahamuu
3. Lafti namaan maruu,
4. Waa yaadachuu dadhabuu.
5. Dadhabbii, hafuurri cituu.
6. Gurra keessaa namatti iyyuu
7. Dhandhamni nyaataa namatti jijjiiramuu fi k.k.f.

KA'UMSA ๐Ÿฅด
1. Dhiiguu (kanneen akka da'umsaa, balaa tasaa, marsaa laguu yeroo dheeraa, kintaarootii fi k.k.f)
2. Hir'ina viitamin B.
3. Hir'ina elementii ayirenii (Iron)
4. Raammoo garaa (hook worm)
5. Dhukkuba busaa (malaria)
6. Dhukkuba kalee yoo namarra ture
7. Dhukkuboota lafee (bakka itti dhiigni oomishamu) miidhan.
8. Dhukkubootni biroo kan yeroo dheeraaf namarra turanillee hir'ina dhiigaa ni fidu.

๐Ÿฅ— NYAATA KAMTU HIR'INA DHIIGAA ITTISA?
1. Tiruu beeyladootaa
2. Hundee diimaa.
3. Timaatimaa fi loomii.
4. Kuduraalee fi muduraalee.
5. Damma fi Aannan
๐Ÿฉบ Nyaata armaan olii kana yoo nyaannu bunaa fi shaayii waliin dhuguu hin qabnu.
๐Ÿ‘จโ€โš•๏ธ Kunis xuuxamuu iron waan hir'isuuf.

!
Facebook|https://www.facebook.com/profile.php?id=61568375526860
Telegram| https://t.me/BarakaMedicalCenter
Tiktok| http://tiktok.com/
Website|http://barakamc.com/



















Robe Town Communication Office ๐Ÿ™
18/12/2024

Robe Town Communication Office ๐Ÿ™

OBN Horn of Africa ๐Ÿ™
18/12/2024

OBN Horn of Africa ๐Ÿ™

Waa Shan (5) Wantoota Amaloota Onnee Keenyaa Miidhan.1. Sammuun keenya baay'ee dhiphachuu (Stress).2. Dhiibbaa dhiigaa o...
03/12/2024

Waa Shan (5) Wantoota Amaloota Onnee Keenyaa Miidhan.

1. Sammuun keenya baay'ee dhiphachuu (Stress).

2. Dhiibbaa dhiigaa osoo qaban yookaan immoo akka qaban osoo hin beeknes ta'u mala yaalamuu dhiisuu.

3. Yeroo dheeraaf taa'uu ykn sochii taasisuu dhiisuu ( TV/ Screen Bilbila keenya ilaaluudhaan turuu).

4. Sababa gara-garaatiin hirriba ga'aa argachuu dhabuu.

5. Nyaata coomaa fi soogidda (ashaboo) hedduu of keessaa qabu nyaachu.

Healing Hand and Caring Heart โค๏ธ
Baraka Medical Center ๐Ÿฉบ

๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’‚๐’Œ๐’‚ ๐‘ด๐’†๐’…๐’Š๐’„๐’‚๐’ ๐‘ช๐’†๐’๐’•๐’†๐’“Dr. Fisseha Tekle Senior Expert Internist | Gastroenterologist | Interventional Gastroenterologist ...
26/11/2024

๐‘ฉ๐’‚๐’“๐’‚๐’Œ๐’‚ ๐‘ด๐’†๐’…๐’Š๐’„๐’‚๐’ ๐‘ช๐’†๐’๐’•๐’†๐’“
Dr. Fisseha Tekle Senior Expert Internist | Gastroenterologist | Interventional Gastroenterologist offers specialized care:
Upper GI Endoscopy
Colonoscopy
Esophageal Band LIGATION
Polypectomy
Foreign Body Removal
Biopsy
Esophageal stent

Available: on Friday and Saturday at Baraka Medical Center

This week:
29-30/11/2024 or 20-21/03/2017
(Friday and Saturday)

Appointments: ๐Ÿ“ž 0903030503 / 0989053669
__

แ‰ แ‹šแˆ… แˆณแˆแŠ•แ‰ตแก
29-30/11/2024 แ‹ˆแ‹ญแˆ 20-21/03/2017
(แŠ แˆญแ‰ฅ แŠฅแŠ“ แ‰…แ‹ณแˆœ)

แ‹ฐแ‹‰แˆŽ แ‹ˆแˆจแ แˆˆแˆ˜แ‹ซแ‹: แ‰ แˆตแˆแŠญ 0903030503 / 0989053669

Torbaan kana:
29-30/11/2024 ykn 20-21/03/2017
(Jimaata fi Sanbata)

Beellama Qabachuuf Bilbilaa ๐Ÿ“ž 0903030503 / 0989053669

Argamni keenya: Godina Baalee Magaalaa Roobee, Waajira Ganda Baha Biiftuu (03) fuuldura

Facebook| Baraka Medical Center
Telegram| https://t.me/BarakaMedicalCenter
Tiktok| tiktok.com/
Website| http://barakamc.com

Address

Ethiopia, Bale Robe
Robe
4540

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Baraka Medical Center posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Baraka Medical Center:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram