Dr Husen

Dr Husen Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Dr Husen, Doctor, Shashemene.

19/10/2022

Please follow godha wal jajaabessina

18/10/2022

πŸ€ΈπŸšΆπŸƒπŸ€ΈπŸ€ΈπŸšΆ

Habtamu lamu Fi maati Isaβ™₯️β™₯️β™₯️
12/10/2022

Habtamu lamu Fi maati Isaβ™₯️β™₯️β™₯️

Kabbe Abba botti
12/10/2022

Kabbe Abba botti

πŸ™πŸ™πŸ™πŸ€
04/10/2022

πŸ™πŸ™πŸ™πŸ€

Gochoota ykn wantoota maatiin tokko daa'imman biratti gochuu hin qabne!!
Maatiin daa'imni tokko amala badas ta'ee gaarii qabaatee akka guddatuuf gahee guddaa taphatu. ''Daa'imman waan warri manatti odeessu alatti baatee odeessiti'' akkuma jedhamu daa'imman wanti alatti godhan baay'een isaanii fakkeenya maatii isaanii irraa fudhataniidha.
Kanaaf, walitti dhufeenyi maatii jidduu jiru, gochoonni maatiin raawwatan daa'imman akka amala gaarii qabaatan gochuu keessatti gahee guddaa qaba.
Akkasumas, daa'imman amala badaa fi gaarii hin taane qabatanii akka guddatan wantoonni godhan gochoota gaarii hin taane maatii waliin walqabataniidha. Maatiin gochoota hin taane daa'imman duratti kan raawwatan yoo ta'e, carraan daa'imman amala sana qabatanii guddachuufi alatti bahanii waan sana gochuu isaa baay'ee guddaadha. Kanaaf, waan gaariifi badaa, waan daa'ima duratti godhamuu fi godhamuu hin qabne beekuun baay'ee barbaachisaadha.
Gochoonni daa'imman duratti raawwatamuu hin qabne maal maal fa'a?
1. Maatii waliin walitti bu'uu ykn wal loluu, wal arrabsuu, wal tuffachuu, walhamachuu, nama qaanessuu
2. Tamboo aarsuu, alkoolii fi araadawwan biroos fayyadamuu.
3. Yeroo hundumaa meeshaalee elektirooniksii fayyadamuufi maatiif yeroo kennuufi haasa'uu dhiisuu.
4. Daa'imman duratti garmalee aaruu fi miira ofii to'achuu dadhabuu
5. Wal qunnamtii saalaa fi gochawwan isaan walqabatan daa'imman duratti raawwachuu
6. Daa'imman duratti sobuu fi fakkeessuu
7. Daa'imman duratti waltuffachuufi kabaja wal irraa mulquu
https://youtu.be/s3zAC91x0CE
Galatoomaa!!!

Β©Dr Haaromsaa Zarihun

πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™
04/10/2022

πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™πŸ™

FAAYIDAA IFA ADUU GANAMAA
Ifni aduu ganamaa(kan sa'a 1--4) fayyaa ilma namaaf baayyee barbaachisadhaa.
*Guyyaa(muudii) gaarii akka qabaannuf
* Dhiphina fi yaaddoo hamaa ta'e hir'isuuf
*Dandeettii dhibee dandamachuu (madinuummaa) qaama keenyaa dabaluuf
*Hir'iba gaarii akka rafnuuf
*Fayyummaa lafee keenyaaf
*Dhibee Kaanserii garagaraa fknf Kaanserii gogaa, sombaa fa'a nurraa ittisuuf
*Hamma sukkaara qaama keenya keessaa to'achuuf
*Fayyummaa gogaa keenyaaf fknf finnisa nurraa ittisuu fi madaan dafee akka fayyuuf
*Suummiwwan garagaraa qaama keenya keessatti oomishaman dafanii akka bahaniif
*Fayyummaa onnee keenyaaf
*Ulfaatina qaama madaalawaa ta'e akka qabaannuf
*Dhiibbaan dhiigaa seeran akka to'ataamuu fi kkf.
HANGAMIIF KEESSA YAA TURRU?
Inni kun bifa gogaa namaa irratti hundaa'a, garuu akka Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa (WHO) jedhutti guyyaatti daqiiqaa 10-15 gahaadha jedhaa.
πŸ‘‰Daa'immaan dhalatanii torban 2 booda ifa aduu ganamaa argachuu qabuu (daqiiqaa 20--30f).
πŸ‘‰Ifti aduu sa'a 4 hanga 10 jiru fayyaa keenyaaf gaarii mitii.
πŸ‘‰Ifti aduu yoo baay'atees rakkoo fayyaa fiduu danda'aa, fknf kaanserii gogaa fa'a...
CHANNEELI KEENYA YOUTUBE: " " Link kanaan ni argattu; "Subscribe " gochuun gama kananiis nu hordoffuu ni dandeessu.
https://www.youtube.com/channel/UCOkG4OCWeApLo9IHAYSySkA
Galatoomaa!!!

22/08/2022

Jirtu

Address

Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Husen posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category