Dr. Abdureshid Kedir

Dr. Abdureshid Kedir Free child health information for all pediatrician Hora Hospital

Hall’s criteria to aid diagnosis Down syndrome   1. Hypotonia  2. Poor Moro reflex  3. Flat face  4. Upward slanted palp...
28/02/2026

Hall’s criteria to aid diagnosis Down syndrome
1. Hypotonia
2. Poor Moro reflex
3. Flat face
4. Upward slanted palpebral fissures
5. Small dysplastic ears
6. Joint hyperflexibility
7. Short neck, redundant skin
8. Short fifth digit with clinodactyly
9. Single transverse palmar creases
10. Pelvic dysplasia

Haakimni yeroo 'DOWN SYNDROME'  jedhu dhageettan beektu?********************* Namni kiromozoomi 46 (cimdin 23 )    -Qaam...
23/02/2026

Haakimni yeroo 'DOWN SYNDROME' jedhu dhageettan beektu?
*********************
Namni kiromozoomi 46 (cimdin 23 )
-Qaama-Autosamal 44
-Saalaa -XX/XY
KIromozoomin qaamaa tartiitaban 1-22 tarreefamu keessaa kiromozomin 21ffaa seelii fayyaa keessatti 2 ta'u qabu 3 ta'eargamu Down syndrome qabu jedhama.
Daa'imman lubbuun dhalatan 750 keessa daa'ima1 Down syndrome qabu
Kiromosomiin dabalata 21ffaa kan dhaalan
-Haadha % 90
-Abbaa %10
Sababa saaxilu
-Seena ulfa Down syndrome jiraachu
-Haadholii umrii gannaa 35 olii
-Seena maatii Down syndrome qabaachu
Amaloota beekkamo Down syndrome
©Funyaan diriiraa
©Kofni Ija shaffaxaa akeeku.
©Qoolli gurraa xiqqaachu
©Mormii gabaabachu
©Maashaan laallafu
©Mudaa qubaa
©Sararaa ganaa 1
©Buqqee mataa xiqqaatu.......
Mudaa uumama
-Sirna narvoota giddugaleessaa-sammuu
-Onnee-%50
-Mar'immaan
-Ija
-Gurra
-Kalee
Rakkoo fayyaa/meedikala
-Kaansarii seelota dhiiga
-Hormooni tayiroyidii jeequu
-Dhibee sukkaara
-Hirriba jeeqamu
-Dhalaa dhabuu
Qorannoo
-CBC -Seelota dhiigaa
-Raajii qomaa
-Hormooni tayirooyidi(TSH,T4)
-Echo
-Gulukosii dhiigaa
Wol'ansaa
-Maatii hubachisuu fi gorsaa gahaa keennu
-Yaalaa rakkoole fayyaa dhufanif gochuu

Like fi share
Galatooma!
Dr. Abdurashid Kedir

17/02/2026
Faayidaalee TIMIRAA************************ Timirri dafee waan daakkamuuf, ittiin lulluuqachuun garaacha keenna kan soom...
16/02/2026

Faayidaalee TIMIRAA
***********************
* Timirri dafee waan daakkamuuf, ittiin lulluuqachuun garaacha keenna kan soomaan ooleef gaariidha.
* Timirri yeroo sooma lulluuqannu nyaannu dafee beela nu baasa. Nyaata heddus yeroo tokkoon akka hin nyaanne nu godha.
* Timira nyaachuun garaachi keenna bullaayiinsa nyaata biraatiif dhangala'oo barbaachisan gadi lakkisuun akka qophaahu godha.
* Hamma "Glucose ykn sukkaaraa” ol'aanaa ta'e of keessaa qaba; humnas ni kenna.
* Fiber (nyaata qaamaan hin bulloofne) guddaa waan of keessaa qabuuf gogiinsa garaa ni hirdhisa.
* Dabalataan Timirri Vaayitaamiinoota (Folic acid, B6, A) fi albuudota akka Pootaashiyeemii, Maangaaniizii, Kaalshiyeemii, Maaginiziyeemii, Ayiranii fi Koppeerii of keessaa waan qabuuf:
~ Jabinna lafeetiif
~ Dhiibbaa dhiigaa haga tokko hirdhisuuf
~ Hirdhinna dhiigaa woyyessuuf
~ Fayyummaa ijaa fi sirna narvii keenyaaf faayidaa guddaa qaba.
---
---
Ramadan Kareem!
Baga Nagahaan Geessan!
---
©Dr. Nuredin Luke

Congratulation!Keep up the good work.
16/02/2026

Congratulation!Keep up the good work.

Dhibee Cittoo/Hooqxoo/Scabies************************************Dhukkuba gogaa jarmii  ijaan hin mul’anneen maqaa 'Sarc...
16/02/2026

Dhibee Cittoo/Hooqxoo/Scabies
************************************
Dhukkuba gogaa jarmii ijaan hin mul’anneen maqaa 'Sarcoptes scabiei' jedhamun dhufa.
Mana tokko keessatti namni tokkoo yoo qabaate maatii hundaatti darbu malaa.
🔁 Akkamitti Darba?
Wal tuquu gogaa (skin-to-skin contact)
Namni yeroo jalqabaaf yoo qabame: torban 2–6 booda mallattoon mul’ata
Namni duraan qabee ture: guyyaa muraasa keessatti ni mul’ata
Mallattoolee (Symptoms)
1️⃣ Qorra Cimaa
Halkan caalaa hammaata
Ijoollee rafuu hin dandeessisu
2️⃣ Gogaa Diimaa fi Caccabuu
Finniin xixiqqoon
Bishaan xiqqoo qabuu danda’a (vesicle) daa’immanitti
Mallattoo qotamuu (burrow) mul’achuu danda’a
📍 Bakka Baay’ee Mul’atu
👦 Ijoollee Guddoo
-Gidduu quba harka
-Naannoo qaama saalaa
👶 Daa’imman Xiqqoo
Fuula
Mataa
Harka fi miila jala (palms & soles)
Qaama guutuu irratti
🦠 Xaxaa
-Gogaa dhoowwuu (infection)
-Gogaa baakteeriyaan hubamu
Wol'aansa
1️⃣ Permethrin 5% cream dibata
2️⃣ Ivermectin liqimsamu
Bishaan ho’aan uffata fi siree miicu

Fangasii Dabbasa Fixuu(Tinea capitis)*******************************Dabbasaan mataa fangasiin ni hubama.Dabbasaan mataa ...
14/02/2026

Fangasii Dabbasa Fixuu(Tinea capitis)
*******************************
Dabbasaan mataa fangasiin ni hubama.
Dabbasaan mataa cinaan/ guutuun sababa fangasiin yoo mola'ee dhibee'Tinia capitis'qabu.
Fangasoonni dhibeen kun dhufuun
-Trichophyton tunsurans
-Trichophyton schoenlein
-Trichophyton soudanese
-Microspora canis
-Microspora audonim
Namootni saaxilaman
-Sanyii gurraacha Afrikaa
-Umrii 3-14
-Dhibee sukkara
-Dhibee Kaansari
-Yaaddahoo hamaa
Caalatti umrii 4-14 kan hubamuuf
-Humna ittisa dhibee xiqqaa qabu
-Wolittii dhiyyeennan jiraachu
Karaan daddarbuu
-Kallattiin woltutuquun
-Dhukkee qilleensan balali'uu
-Meeshan woliin fayyadamu
¤Filaa
©Koofiyya
®Amaamaa/Shaashii
Mallattoo dhibee' Tina capitis'
-Goga mataa jajjaboo fi daalacheessu
-Dabbasan buqqisuu
-Ho'a,
-Madaa laalatu
-Xannachoota Iitessuu
Xaxaa
--Moluu cinaa/guutuu
--Goga baakteriyaan qabamu
--Kalee miidhamaf saaxiluu
Qorannoo
-KOH microcopy
-Culture
Wol’aansa
-Dawaa yeroo dheeraf liqimfamuu
>Gresofulvin torbee 6-8 ykn
>Terbinafin torbee 6 ykn
>Itracnozole torbee 4-6
Ittisa
mataa
akkaa filaa qulqulleessu
fangaasi kana qaban wol'anu
-Saree
-Adurree
-Booyyee
Hubachiisaa maatii dhukkubsataf shaampoo farraa fangasii kana kennuun barbaachisadha.
Baattotni fayyaan maatii keessa jiraachu maluu.
Dabbaasaa ijoollee dhibee kana qabaman irraa haduun hin barbaachisu.

Like fi share
Galatooma
Dr.Abdureshid Kedir

Big shout out to my newest top fans! 💎 Aman Safayo, Remedan Jemal Denbel, Galme Gena, Ashenafi Shegaw, Muhaammad Rabboo,...
04/02/2026

Big shout out to my newest top fans! 💎 Aman Safayo, Remedan Jemal Denbel, Galme Gena, Ashenafi Shegaw, Muhaammad Rabboo, Beshir Kerenti, Sumaaf Jaa'etii, Denbobi Wachile, Fatumi Aman, Naty Apostolic Lij, Abdurahman Siraj, Kemal

Hubannoo Dhukkuba darannoo somba hawaasaf keennuu********************Sombi qaama sirna hargansuu jarmoota hubamu keessa ...
04/02/2026

Hubannoo Dhukkuba darannoo somba hawaasaf keennuu
********************
Sombi qaama sirna hargansuu jarmoota hubamu keessa tokko.
Afuffeen somba Jarmoootan yoo hubamu michii somba qabaman jedhama.
Akka addunyaatti namoota miliyoona 2.5 dhibee kanan bara 2023 A.L.A du'u ragaan ni ibsa.
Umrii woggaa 4 gadii 610,000 du'u.
Biyyii Najeeriya sadarka jalqaba irraatti yoo argamtu biyyii keenya immoo sadarkaa 4ffaa irraa jirtii.
Ameerikatti % 97n hir'achu ragaan ni mul'isa. Sababni hir'ateef
-Qoricha haarawa argamu
-Talalli haarawa oomishuu
-Inshuransii
Namoota saaxilaman
-Umrii wogga

Well described Dr!
31/01/2026

Well described Dr!

Healthcare profession is the most hazardous work or industry in the world.

Its hazardousness is unmeasurable. For instance, in short let me highlight the top on list.

1. Stressful and prolonged years of training and practice to become Doctors and other health care professionals.

2. Prolonged working hours like 36hrs or more without having rest and sleep... occasionally even more than that.

3. Compromised social and family life due to time constraints during holidays, weekend, night duty hours....

4. Risk of transmitable or communicable diseases vertically from patients and hospital environment which might be serious enough to lead to death like Hepatitis Virus, HIV/AIDS, TB and multidrug resistant hospital acquired infectious disease.

5. Great burden, responsiblity and stress of caring for critically ill patients in a stressful environment.

6. Cumulative stressful healthcare practice which might lead to mental disorders like Major Depression and other illnesses

7. Su***de incident is highest among health professional as per various studies, more risk than other professionals.

So it is not fair to compromise health care workers overtime (duty tome) payment and ocupational risk allowance as per the civil service proclamation.

The concerned bodies should implement and pay for the health professional what was drafted on the paper by law and what they deserve as a compansation .

Otherwise it will significantly affect the quality of health care provision for our community by unmotivated and depressed health care workers.

Dr. Amare Atoma Gelalcha: MD, Assistant professor of Ophthalmology, Uvietis and ocular Inflammatory disease Subspecialist, Jimma University.

Telegram: t.me/HakimEthio

Address

Shashemene

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr. Abdureshid Kedir posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr. Abdureshid Kedir:

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram

Category