Feya General Hospital

Feya General Hospital Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Feya General Hospital, Hospital, Shashemen, Shashemene.

25/08/2024
25/08/2024

Hospitalli Wali Gala Fayyaa waajira Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Waliin Ta'uun Hojii Tajaajila Lammummaa Gannaatiin Deeggarsa garagaraa Taasise.
----------------------------------------------------
Hospitaalli Waliigala Fayyaa sosochii waajirri Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Kenna tajaajila Lammuu Gannaa kana eegaluuf Dhaabilee Fayyaa fi Qoodafudhattoota waliin eegale hordofee dhaabbillee Fayyaa Jiran keessaa addadurummaadhaan deeggarsa ogummaa namoota rakkinaan karaa irra jiraataniif yaala fayyaafi deeggarsaa nyaataa kan taasise ta'uu Qindeesituun hospitaalichaa Sister Wongeel Danaa himanii jiru.

Ittigaafatamtuun Barnoota Fayyaafi kominikeeshiinii Wajjira Fayaa Bulchiinsa Faayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee Sister Zedituu Waaqummaa akka Hojii jedhaniitti tajaajila lammuummaatiin Ganna kana akka magaalichaatti hojjachuuf karoora waloo dhaabbilee fayyaafi qooda fudhattoota biroo waliin karoorfachuun kan hojjatan ta'uun, karoora qabatanii qindoomina Dhaabbilee fayyaa magaalichaa fi qooda fudhattoota waliin hojjachuu kan eegale ta'uu himuun, Hospitaallii Fayyaa Shaashaamannee namota daandii irra jiratan Manguddoota Haawwootaafi Daa'imaniif yaala fayyaa barbaadan iddoo isaan jiraatanitti qaaman deemuun ilaaluun gara Hospitaalichaa fudhachuun yaala barbaachisaa taasisaniifi jiru.

Hoji Gaggeessaan Hospitaala fayyaa Doktor Girmaa gama idaanitiin Waajira Fayyaa Bulchiinsa Magaalaa Shaashamannee waliin ta'uun kanaan duras deeggarsa garagaraa taasisaa turuu himuun, Hojii Gannaa kanaan namoota tajaajila fayyaa osoo argachuu malan dhaban, harka qalleeyyii,qamaa miidhamoota deeggarsa garagaraa barbaadan, akkadumas qaamoota deeggarsa namoomaa barbaada irratti xiyyeeffachuun magaalichaatti hojjachuun gahee lammuummaa bahaa jiraachuu himanii jiru.

Itti Aantuu Buufata Fayyaa Awaashoo Sister Hiwoot Iyoob oguummaa qabnuun hawaasa deeggarsa keenya barbaadan gadii buunee iddoo jiranitti deeggaruu keenyaan mindaa argannuu caalaa gammachu boqo

Address

Shashemen
Shashemene

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Feya General Hospital posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram