Jawwee Teams

Jawwee Teams www.selfhealbydesign.com barbara-oneill.mykajabi.com

10/10/2023

Masha Allah! akka biyyatti qabxii olaanaa👌

Barattuun Hanaan Najii Ahimad magaalaa Finfinnee mana barumsaa Kiruuz irraa damee Saayinsii Uumamaan qabxii 649 galmeessuun akka biyyaatti qabxii olaanaa bara kanaa galmeessite.

Barattuu Hanaan barattuu cimtuu fi namuusa gaarii qabdu ta’uu daayrektarri mana barumsichaa Obbo Jamaal Idiriis FBCf himaniiru.

Baga gammadde!.

Taphataan kun enyu maqaa isaa mention godhaa mee
17/08/2023

Taphataan kun enyu maqaa isaa mention godhaa mee

02/03/2023

isiniin jenna Kanneen hafanis hunda isaaniitu Kanneen hin hirmaatinis ni xiqqaate jettanii hin dhiisinaa Haa kennannuu Wal bira Haa dhaabbannuu.

Gocha garaa nama balleessuudha kuni Way Gara jabeenya ilma namaa
05/12/2022

Gocha garaa nama balleessuudha kuni
Way Gara jabeenya ilma namaa

Address

Adama
Shewa

Telephone

+251904551417

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Jawwee Teams posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Jawwee Teams:

Share