SOLA Clinic Sululta

SOLA Clinic Sululta Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from SOLA Clinic Sululta, Medical and health, Sululta.

29/03/2025

Eid Mubarak to all Muslims around the Globe!
Ayyaana gaari!

መልካም በዓል!

19/01/2025

Hordoftoota amantaa kiriistaanaa hundaan baga ayyaana cuuphaatiin isiin gahe!
ለመላው ክርስቲና እምነት ተከታዮች እንኳን ለጥምቀት በኣል በሰላም አደረሳችሁ።

KILIINIKA G/G Soolaaሶላ ክሊኒክ€Tajaajila sadarkaa isaa eeggate Laabraatoorii Guutuu fi  Altraasaawundii  ammayyaan deeggara...
14/01/2025

KILIINIKA G/G Soolaa
ሶላ ክሊኒክ

€Tajaajila sadarkaa isaa eeggate Laabraatoorii Guutuu fi Altraasaawundii ammayyaan deeggaramuun
€ ከዘማናዊ እና ሙሉ ላብራቶሪ እና አልትራሳወንድ አገልግሎት ጋር
# Tajaajila fayyaa qulqullina qabu Ogeessota Ispeeshaalistoota adda addaa wajjiin

# ጥራት ያለው ህክምና በተለያዩ እስፔሻሊስቶች እና ልምድ ባካበቱ የጤና ባለሙያዎች
➲Teessoon፡ Magaalaa shaggar, kutaa bulchiinsa Sulultaa naannoo Kajimaa, Baankii Abisiiniyaa fuuldura, Labaajoo Dirribaa cinaa
➲ድራሻ፡- ሱሉልታ ካጂማ አከባቢ አቢሲኒያ ባንክ ፊት ለፊት ላባጆ ድሪባ አጠገብ።

Daa'immaniif, Ga'eessotaaf, Fayyaa Gogaatiif, Haadholii fi tajaajila qusannoo maatiitiif.
dabalatee Tajaajila baqasanii yaaluu adda addaatiif, Qorannoo Fayyaa gosa barbaaddaniif, Meedikaalaaf, fi kkf ni argattu.
laaboraatorii ammayyawaa fi Guutuu
ammayyawaa

# Guyyoottan 7nu, Guyyaa Ayyaanaa dabalatee banaa dha.
# በሳምንት 7ቀን ፣ የበዓል ቀናትን ጨምሮ ክፍት ነው።
Salamoon Kabbadaa
(Ispeeshaalistii Altiraasaawoondii, raajii, CT scan fi MRI) fi Ispeeshaalistoota biroo dabalatee
@ዶ/ረ ሰለሞን ከበደ፤ ራድዮሎጂስት (የራጅ, የአልትራሳውንድ, የCT እና MRI እስፔሻሊስት) እና ሌሎች ስፔሻሊስት ሀኪሞች ጨምሮ

Baga ayyaana qillee, bara 2017 tiin isiin ga'e
07/01/2025

Baga ayyaana qillee, bara 2017 tiin isiin ga'e

07/01/2025
Dhiita'uu Toonsili(adenoidal hypertrophy) 'uun toonsili jechuun xannachoonni toonsilli kokkee fi ulaa funyaani gara duub...
31/12/2024

Dhiita'uu Toonsili(adenoidal hypertrophy)
'uun toonsili jechuun xannachoonni toonsilli kokkee fi ulaa funyaani gara duuba jiran yeroo gugguddatan kan dhufuudha. kun yeroo dhiita'an ujummoo qileensaa ulaa funyaanii fi ulaa afaani gara duuba (oropharynx) wal qunnasiisu cufa.
kun kan dhufu alleerjii ykn infeekshiinii irra deddebbiin uumamuudhani. daa'imman waggaa lamaa hanga waggaa ja'a jiran irratti mul'ata.
dhiita'uu toonsillii maal faadha? kuruufu, halkan hirriiba keessa afuura cituu ykn ka'u fi afaan bananii harganuu faadha.
raajii mormaa(lateral neck x-ray) irratti salphaatti mul'ata. Kanaaf raajiin mormaa imeejii jalqabaa kanaaf itti fayyadamnuudha.
dhukkuba dhiita'uu toonsilii:- qorichoota tokko tokkoo fi opreeshiniidha. kanaaf mallattoolee armaan olii kana yoo ijoollee keessan irratti argitan oggeessa fayyaa mariisisa.

sadan armaan gadi kunneen kan daa'imman garaagara dhukkuba wal fakkaata (dhiita'u Toonsilii) qabaniidha.
Dr. solomon Kebede, (radiologist)

13/12/2024

2nd day at SOLA clinic

jiraatoota magaalaa sulultaa fi mana abbichuu hundaaf!

Kiliinilkni Soolaa tajaajila yaala fayyaa bilisaa muddee 3-5 /Bara 2017tti kennuuf qophii hunda xumuree jira.

Maarree isinis carraa kanatti fayyadamuudhaan kootta fayyaa keessan ilaalamaa

Tajaajiloonni Guyyoota kanneen bilisaan kenninu

Tajaajila altiraasaawuundii ga’eessootaa, daa’immanii fi haadhoolii ulfaa ispeeshaaliistii altiraasaawuundii fi raajii dr. salamoon kabbaadaatiin guyyoota kana bilisaan kennamu.

Dabalataanis

Qorannoo dhiibbaa dhiigaa
Qorannoo sukkaaraa
gorsa fayyaa waliigalaa ni kennina.

Teessoon keenyaa:- magaalaa sulultaa naannoo kajimaa , baankii abisiiniyaa fuuldura, labaajoo dirribaa cinaatti nu argattu.

Fayyaan faaya!

አስደሳች ዜና
ለሱሉልታ እና መነ አቢቹ ከተማ ነዋሪዎች በሙሉ!

የሶላ ክሊኒክ ከታህሳስ 3-5/2017 ነፃ የህክምና አገልግሎት ለመስጠት ተዘጋጅቷል።

የምንሰጠቸው አገልግሎቶች
የአልትራሳውንድ አገልግሎት ለአዋቂዎች, ለህጻናት እና ለነፍስጡሮች በአለትራሰዉዲ እና የራጅ ስፔሻሊስት (ራዲዮሎጂስት) የሆኑት በዶር. ሰላሞን ከበደ በእነዚህ ቀናት የለምንም ክፍያ ይሰጣሉ ።

በተጨማሪም

የደም ግፊት ምርመራ
የስኳር በሽታ ምርመራ
አጠቃላይ የጤና ምክር እንሰጣለን ።

ስለዚህ ይህንን እድል ተጠቅመው ጤናዎን ይመርመሩ/ይፈትሹ

አድራሻችን፡- ሱሉልታ ከተማ ካጂማ አከበብ አቢሲኒያ ባንክ ፊት ለፊት፣ ድርባ ለበጆ አጠገብ እንገኛለን ።

Address

Sululta

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when SOLA Clinic Sululta posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share