Dr Nuredin Abdurahman

  • Home
  • Dr Nuredin Abdurahman

Dr Nuredin Abdurahman Kaayyoon keenya
Odeeyfannoo fi Gorsa
dhimmoota fayyaan walqabate dhiheesuu!!

Odeeyfannoo fi Gorsa Dhimoota Fayyaan walqabatan dhiheeysuufi Kennuun
Hawaasa tajaajiluudha!!

Fayyuumaa Sammuu keenya Rabbi nuuf haa'eeguNutiis akka Eegannu tooftaale asii gaditti kaayyaman kanaafi kanbiraas itti f...
25/06/2025

Fayyuumaa Sammuu keenya Rabbi nuuf haa'eegu
Nutiis akka Eegannu tooftaale asii gaditti kaayyaman kanaafi kanbiraas itti fayadamuu nuuf haalaafisu!!!!

05/06/2025

📢 Odeeyfannoo Fayyaa keenyaaf

Dhukkubni nyaataa (Foodborne Disease) Balfamaa Jachuun, Yaroo baakteeriyaa, vaayirasii, paaraasayitii fi wantoota akka cheemikaalaa, nyaata yookiin bishaan nutifayadamnuu waliin gara qaama keenya seenannii dhibdee nurratti fidu!!

🤢 Nyaata xuraawaan wal qabatee, waggaa waggaatti namoonni gara miliyoona 600 miidhulee, Gara kaaniin ammoo

👨‍🍳 Dhukkuboonni hedduun nyaataa Balfameen dadarban ittifamuu danda’u – yeroo baay’ee garaa keenyaa fi mana nyaata itti qophaawu irraa eegala waantaheefi.

✅ Mala Ittisaa Nyaata Balfame firraa itti dhoorkinu keeysa

1️⃣ Of eegi – Harka, meeshaa, fi iddoo itti hojjetan qulqulleessu.

2️⃣ Nyaata ceekamee fi bilchaatee addaan baasu – akka nyaata balfamaaraan hinxuxuqamneef (cross-contamination) ittisu.

3️⃣ Sirnaan bilcheessu – Foon, lukkuu, qurxummii fi killee (egg) keessattuu haalaan bilcheessu.

4️⃣ Nyaata haala sirrii ta’een khaayu– Kutaa balaa (5°C–60°C) keessatti dhiisu dhabuu.

5️⃣ Yaroo hunda hanga dandahamet Bishaan qulqulluu fi wantoota xixiqqoo qulqulluu fayyadamu.

Fayyaa tahaa Eid Mubarak!!!!

Kaleessa gara galgalaa bilbili ani hin beeyne hedduun bakka gara garaa irraa yeroo gabaaba keeysatti naaf bilbilamaa tur...
18/05/2025

Kaleessa gara galgalaa bilbili ani hin beeyne hedduun bakka gara garaa irraa yeroo gabaaba keeysatti naaf bilbilamaa ture, kana keeysaa hiriyooni kiyyaas na bilbilaa turan tokko keeysaa kaaseetin haasaween, akka suuraan, maqaa fi bilbili kiyya “Social Media” >>>Facebook dhunfaa Obbo Jawaar Mohammediin Hordoftoota isaatiifi fayadamtoota hundaaf akka maxanfame jiru natti himan.

I Said Wow, Because I didn’t expect this is coming from a person like him.

Duraan Dursee Rabbiin hiriyoota khiyya kan amna barnoota waliin jalqabne keeysaa Sababaaf Carraa Barnoota hakimummaa namuu arkachuuf hawwuu fi tattaafatu akkaan baradhu naaf Kane!! Aniis dirqama kana ifiratti beekeetin halkanii guyyaa tataafadhee, maatiin kiyya, aaliifi olaa akkasumatti hawaasniin keeysaa dhaladhee jiraadhe hundinuu akkaan sadarkaa amma jiru kana gahu waan dandahan hundaan na cinaa dhaabatan ( kana hunda yo godhan garuu sababa malee miti akkaan bakkaan ani umrii sanatti Sadarkaan amma jiruufi taniin fulduras gahuu waan hubvataniifi, hubbachuu qofaa miti deebi’ees Ogummaan baradheefi lenji’een akkaan isaan tajaajilu waan beekaniifi, rabbiif galanni haagahu aniis Hadaraa maati hawaasaafi biyyi tiyya na amantee natti kanamte waaniin ifiratti beekuuf cimee tataafadheetin arra sadarkaa kana jira.
Wantinin kana kaaseef, obbo jawaaris tahe qaamni Ykn Namni akkaan namoota rabbii gaditti gargarsaa fi tajaajila fayyaa sababuma fadheefu akkaan dhaabuuf yaadan ykn tattaafi garagaraa godhan ana biratti akka fudhatama hin qabnee fi hin milkooyne akka hubataniin barbaada.

Maalif jannaan anaa fi hiriyooni kiyya ogeeyyiin fayyaatiifi Haakimoonni sadarkaa hundatti tajaajilaa jiraniifi Leenjitooni sadarkaa gargaraa amma leenjii fayyaafi haakimumma nu jalatti barachaafi leenji’a tajaajilan hundinuu, tajaajilli nuti sa'aa 24/7 kannaa jiru sa’aati tokkooffilee dhaabannaan miidhaan haadholee, Daa’imman akkasumas dhibamtoota kaanirra gahu nu caalaa namni itti dhiheenyaan hubbatu hin jiru waan taheefi.

kana ammo muxxanoonfi Tajaajilaan hospitaaloota iddoo garagaraa keeysatti ( Gaara mulataa, Dirree Dhawaa, shiinilee, Gursum) biyya keeysatti, Dabalataanis biyyaa keenya alattiis University keenya (yuunivarsiitii Haramaayaa ) bakka bu’ee kaneefi ammas Hospitaala Hundagalees speeshalistumma yuunivarsiitii Haramayaa akka Haakimaattis tahe akka hogansaatti kaneefi kannaa jiruuniin mirkaneeysa!!

Dhumaratti obbo Jawaarif hayama abbaatin ala suuraa nama fi bilbila maxxansuun yakka, (be discipline and professional) akkasuma namoota bilbilaan na sodaachisuuf yaaluu jirtan kana booda akkaan Callisee biran kuneefi himannaa banee seeraatti kaniin isin dhiheeysuu tahuu isin beeysisuun barbaada.

Kanuma Xumure!!
Fayyaa tahaa!!
Nagayaan bulaa!!!

Absolutely
15/05/2025

Absolutely

በጤና ሙያ ሀገርንና ወገንን ማገልገል ክብርም ሰብዓዊነትም ነው!




Website: moh.gov.et
Facebook: Ministry of Health,Ethiopia
Twitter: x.com/fmohealth
YouTube: youtube.com/
Tiktok: tiktok.com/
Telegram: https://t.me/M0H_EThiopia

15/05/2025
Dhimoota fi bu'aa bahii jireenya keenya keessatti nuqunamaaniif furmaata itti barbaaduuf yaaduun dirqama keenya tahuunGa...
21/11/2024

Dhimoota fi bu'aa bahii jireenya keenya keessatti nuqunamaaniif furmaata itti barbaaduuf yaaduun dirqama keenya tahuun
Gar-malee yaadachuuf dhiphachuun garuu tokkoo mataa isaa nurratti isa'eeti "Dhiphina Ykn Cinqachuu Sammuuf nusaaxiluu danda'a!!
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa(WHO) qaxiilee asii gadii kana hubannoo akka nuuf tahu maloota ittisaaf nugargaarankis dabalatee jachaadha
Mee dubisaa hubanuu dabalataaf!!
Fayyaa tahaa!!

Address

Eastern Ethiopia Street

Opening Hours

Monday 09:00 - 17:00
19:00 - 23:00
Tuesday 09:00 - 17:00
18:29 - 23:00
Wednesday 09:00 - 17:00
19:00 - 23:00
Thursday 09:00 - 17:00
Friday 09:00 - 17:00
19:00 - 22:30
Saturday 09:00 - 17:00
18:30 - 22:45

Telephone

+251912039754

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Dr Nuredin Abdurahman posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Contact The Practice

Send a message to Dr Nuredin Abdurahman:

  • Want your practice to be the top-listed Clinic?

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram