Awash medium clinic

Awash medium clinic Contact information, map and directions, contact form, opening hours, services, ratings, photos, videos and announcements from Awash medium clinic, Medical and health, Woliso, Woliso.

Removed this mass(leiomyosarcoma) from 50 yrs old.Haadha umuriin waggaa 50 irraa kaanserii gadameessaa leiomyosarcoma je...
12/12/2025

Removed this mass(leiomyosarcoma) from 50 yrs old.
Haadha umuriin waggaa 50 irraa kaanserii gadameessaa leiomyosarcoma jedhamu operation kan baasne

Dhukkubni yeroof maalummaan isaa adda hin baane ka'ee waan jiruuf of eeggannoo haa cimsinu
12/11/2025

Dhukkubni yeroof maalummaan isaa adda hin baane ka'ee waan jiruuf of eeggannoo haa cimsinu

We removed 10kg Ovarian mass from 50 yrs old female patient @ st Luke hospital Hospitaala qiddus luqaasitti yaalii baqaq...
15/10/2025

We removed 10kg Ovarian mass from 50 yrs old female patient @ st Luke hospital

Hospitaala qiddus luqaasitti yaalii baqaqsanii yaaluu taasifneefiin haadha umuriin waggaa 50 irraa dhiitoo/xannacha kiiloograama 10 ulfaatu Oovaarii isheerraa baafneefii jirra.

removed this big ovarian mass from 23 yes old
01/10/2025

removed this big ovarian mass from 23 yes old

25/09/2025

WHOn yeroo ammaa kana ragaan saayinsii quubsaan fi yeroo ulfaa fayyadamuu aseetaaminoofeen (paracetamol jedhamuunis beekama) gidduutti walitti dhufeenyi jiraachuu akka danda'u mirkaneessu akka hin jirre cimsee dubbata.

WHOn dubartoonni hundi gorsa hakiimota isaanii ykn hojjettoota fayyaa isaanii hordofuu akka itti fufan gorsa.

Qorichi kamiyyuu yeroo ulfaa keessattuu ji’oota sadan jalqabaa keessatti of eeggannoodhaan fayyadamuu fi gorsa ogeeyyii fayyaa waliin walsimuun fayyadamuu qaba.

25/09/2025

በአሁኑ ጊዜ #በኦቲዝም እና በእርግዝና ወቅት አሴታሚኖፌን (ፓራሲታሞል በመባልም ይታወቃል) አጠቃቀም መካከል ሊኖር እንደሚችል የሚያረጋግጥ ምንም ዓይነት ተጨባጭ ሳይንሳዊ ማስረጃ እንደሌለ የዓለም ጤና ድርጅት አፅንዖት ሰጥቷል።

የዓለም ጤና ድርጅት ሁሉም ሴቶች የግለሰባዊ ሁኔታዎችን ለመገምገም እና አስፈላጊ መድሃኒቶችን ለመምከር የሚረዱ የዶክተሮቻቸውን ወይም የጤና ሰራተኞቻቸውን ምክር መከተላቸውን እንዲቀጥሉ ይመክራል።

ማንኛውም መድሃኒት በእርግዝና ወቅት በተለይም በመጀመሪያዎቹ ሶስት ወራት ውስጥ እና ከጤና ባለሙያዎች በሚሰጠው ምክር መሰረት በጥንቃቄ ጥቅም ላይ መዋል አለበት.

This baby was carried to term for lack of follow up @ appropriate place. She was seen somewhere but was left undiagnosed...
24/09/2025

This baby was carried to term for lack of follow up @ appropriate place. She was seen somewhere but was left undiagnosed though it has a condition called severe form of osteogenesis imperfecta.

Bara 2017 qofa haadha 4 altokkotti daa'ima sadii(triplets) hospitaala luqaasitti deessisneerra.
12/09/2025

Bara 2017 qofa haadha 4 altokkotti daa'ima sadii(triplets) hospitaala luqaasitti deessisneerra.

Baga bara 2018 nagaan geessan
11/09/2025

Baga bara 2018 nagaan geessan

Hepatitis B vacciniifi immunoglobulin nu biratti ni argattu
10/09/2025

Hepatitis B vacciniifi immunoglobulin nu biratti ni argattu

8 months fetus with ventriculomegally & spina bifidaUlfa ji’a 8 kan ventriculomegaly fi spina bifida qabu(mataa keessatt...
02/09/2025

8 months fetus with ventriculomegally & spina bifida

Ulfa ji’a 8 kan ventriculomegaly fi spina bifida qabu(mataa keessatti bishaan kuufamee fi dugdi banaa kan ta'e).

We did C/S to deliver this triplets & it is our 4th time only in 6 months this year. How common is triplet pregnacy in y...
27/08/2025

We did C/S to deliver this triplets & it is our 4th time only in 6 months this year. How common is triplet pregnacy in your area

Address

Woliso
Woliso

Website

Alerts

Be the first to know and let us send you an email when Awash medium clinic posts news and promotions. Your email address will not be used for any other purpose, and you can unsubscribe at any time.

Share

Share on Facebook Share on Twitter Share on LinkedIn
Share on Pinterest Share on Reddit Share via Email
Share on WhatsApp Share on Instagram Share on Telegram