21/10/2021
Meessi kaleessa Riikardii meeqa fooyyesse?
✅ Champions liigiitiin kilaba 37 irratti goolii galchuun Riikardii kiristiano ronaldoon qabamee ture qooddate. 1 jedhaa
✅ Riikardii peenaalitii malee goolii hedduu galchuu 653'n Ronaldo faana qabanii turan Kan dhuunfaa godhate. 654'n. 2 jedhaa
✅ Lionel Messi Tapha champions liigii tokkoon goolii 2 Fi isaa ol yoo galchu yeroo 34 dhaafi. 3 jettanii
✅ Messi Tapha kaleessa irratti peenaalitii mbappeef dabarsee kennuun isaa nii yaadatama. Kanaanis peenaalitii 30ffaa taphattoota gareef dabarsee kenne taateetti
👉 Nuymr'f (11)
👉 Suarez (9)
👉 Eto (3)
👉 Grezman (3)
👉 Cotinho (2)
👉 Ibramovich (1)
👉 Mbappe (1)
✅ Kan isin dhibu kana keessa saddeetiin carraa hatrick hojjechuu qabaa ture
✅ Bara 2021 kanaan goolii 40ffaa isaatii. Kana keessaa 5 qofatu peenaalitii dha