02/03/2026
GAA'ELA DAQIIQAA 30 МАА
Bara 1944 dargaggeessi Tom jedhamu mana Amantaa kan boombiin gubate keessatti shamarree Kiler jedhamtu tan lammiin farnsay taate fuudhe.Gara dirree waraanatti deebi'uun durattii yeroon isaan waliin dabarsan daqiiqaa soddoma qofa ture. Tom deebi'ee hin dhufne ture. Kileer garuu waggoota jahaatamaaf uffata chidhaa uffattee gara iddoo awwaala isaa deddeebi'aa turte.gaafa duutu awwaaluma isa cinaa uffata chidhaa saniin awwaalamtee .daqiiqaa soddomaaf kankoo kan ture kunuu jireenya koo guutuuf gahaadha isa jedhu dhiiftee deemte uffata chiidhatin isa cinaatti awwaalamte.
Seenaa kana irraa mee maal bartaan? Comment godha.